EGEREE SPORT
125 subscribers
319 photos
7 videos
6 links
Odeessaalee ispoortii biyya keessaa fi alaaf jijjiirraa taphattootaaf kanneen biroof nu hordofaa
Download Telegram
Tapha torbee 2ffaa Pirimer Ligii Ingilaand.

๐Ÿ•ฐ Xumurame'

Birentiford 4-0 Maan Yunaayitid
'Silvaa 10'
'Janseen
'Been Mii
'Mubewemaa

@egereesport
Taphoota Ligoota gurguddoo kaleessa taasifaman


๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟPirimer Ligii Ingilaand

Aston Viilaa 2-1 Evartan
Arsenaal 4-2 Leestar Siitii
Biraayiten 0-0 Niwukaastil
Maan Siitii 4-0 Barnimaawuz
Saawuzampitan 2-2 Liids
Wolvis 0-0 Fulahaam
Birentiford 4-0 Maan Yunaayitid


๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท Ligii Faransaay

Monaakoo 1-1 Reens
Psg 5-2 Moonpeelee

๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ช Bundasligaa Jarman

Livarkuseen 1-2 Ogisbarg
Heertaa Barlin 1-1 Firaankifart
Hofaniyeem 3-2 Bochuum
Leebzig 2-2 Koolan
Wardar Bireeman 2-2 Istutgaart
Shaalk 04 2-2 Moncheegilaadba

๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡นSeeriyaa Xaaliyaan

AC Miilaan 4-2 Yudinizee
Saampidooryaa 0-2 Atalantaa
Leesee 1-2 Intar Miilaan
Moonzaa 1-2 Torinoo

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธLaaligaa Ispeen

Seeltavigoo 2-2 Ispaanyol
Vaaladolid 0-3 Vilaariyal
Barselonaa 0-0 Raayoo Vaalkanoo

@egereesport
Tapha Cimaa Pirimer Ligii Ingilaand Torbee kanaan.

โฐ 12:30

Cheelsii fi Totenaham

๐ŸŸStamford Bridge

Tapha kana eenyutu injifataa Tilamaama kessan ka'a๐Ÿ‘‡

@egereesport
๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha torbee 2ffaa Pirimer Ligii Ingilaand

โŒš๏ธ Xumurameera

Cheelsii 2-2 Totenaham
#Kulibaalii 19' #Hayibaarg 68'
#Jeems 77' #Keen 96 '
Haarii Keen goolii Piriimiyerliigii Aaguweeroon qixxaate โšฝ๏ธ๐Ÿ˜‰

๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท Aguweeroo: Gooliiwwan 184 (taphoota 275)
Kane: Goolii 184 (taphoota 284)
โ–ช๏ธ| Akka qorannoo duraatti miidhaan dargaggeessa Biriteen kun irra gahe akka sodaatamutti hamaa hin turre. Kaleessa gara Arsenaal dhufe garuu battalumatti gara Blackpool deebi'e.

Paatiinoon yeroo dheeraaf osoo hin taane yeroodhaaf waan bahu fakkaata. Dhiibbaa dargaggeessi Arsenaal kun duraanuu Blackpool irratti fidaa jiru yoo ilaalle kun oduu gammachiisaadha.

[Chaarlis Waatis].
Tapha Gulaalli Waancaa Seekafa kilaabi dubartoota.

โŒš๏ธ Xumurame

Baankii Daldala Itoophiyaa 5-1 Foofilaa
15' Madinaa Awwal 42' Iraankunda
18' Naardos Geetinnet
22' Loozaa Aberraa
65' Loozaa Aberraa
75' Loozaa Aberraa
โ–ช๏ธ| Bakkeewwan Gabri'eel Jeesus tapha torbee darbe Leesteer waliin taasisaniin kubbaa itti tuqe wal bira qabuu ๐Ÿ†š bakkeewwan Aleeksaandar Laakaazeet tapha bara darbe Leesteer waliin Emireet irratti kubbaa tuqe.

Garaagarummaa bal'aa
โœ…Cheelsiin dhimma dhunfaa iratti Peer Emeeriik Awubamiyaang waliin mariโ€™achuuf karoorseera.