🏴Tapha torbee 2ffaa Pirimer Ligii Ingilaand
⌚️ Xumurameera
Cheelsii 2-2 Totenaham
#Kulibaalii 19' #Hayibaarg 68'
#Jeems 77' #Keen 96 '
⌚️ Xumurameera
Cheelsii 2-2 Totenaham
#Kulibaalii 19' #Hayibaarg 68'
#Jeems 77' #Keen 96 '
▪️| Akka qorannoo duraatti miidhaan dargaggeessa Biriteen kun irra gahe akka sodaatamutti hamaa hin turre. Kaleessa gara Arsenaal dhufe garuu battalumatti gara Blackpool deebi'e.
Paatiinoon yeroo dheeraaf osoo hin taane yeroodhaaf waan bahu fakkaata. Dhiibbaa dargaggeessi Arsenaal kun duraanuu Blackpool irratti fidaa jiru yoo ilaalle kun oduu gammachiisaadha.
[Chaarlis Waatis].