EGEREE SPORT
125 subscribers
319 photos
7 videos
6 links
Odeessaalee ispoortii biyya keessaa fi alaaf jijjiirraa taphattootaaf kanneen biroof nu hordofaa
Download Telegram
Haarii Keen goolii Piriimiyerliigii Aaguweeroon qixxaate ⚽️😉

🇦🇷 Aguweeroo: Gooliiwwan 184 (taphoota 275)
Kane: Goolii 184 (taphoota 284)
▪️| Akka qorannoo duraatti miidhaan dargaggeessa Biriteen kun irra gahe akka sodaatamutti hamaa hin turre. Kaleessa gara Arsenaal dhufe garuu battalumatti gara Blackpool deebi'e.

Paatiinoon yeroo dheeraaf osoo hin taane yeroodhaaf waan bahu fakkaata. Dhiibbaa dargaggeessi Arsenaal kun duraanuu Blackpool irratti fidaa jiru yoo ilaalle kun oduu gammachiisaadha.

[Chaarlis Waatis].
Tapha Gulaalli Waancaa Seekafa kilaabi dubartoota.

⌚️ Xumurame

Baankii Daldala Itoophiyaa 5-1 Foofilaa
15' Madinaa Awwal 42' Iraankunda
18' Naardos Geetinnet
22' Loozaa Aberraa
65' Loozaa Aberraa
75' Loozaa Aberraa
▪️| Bakkeewwan Gabri'eel Jeesus tapha torbee darbe Leesteer waliin taasisaniin kubbaa itti tuqe wal bira qabuu 🆚 bakkeewwan Aleeksaandar Laakaazeet tapha bara darbe Leesteer waliin Emireet irratti kubbaa tuqe.

Garaagarummaa bal'aa
Cheelsiin dhimma dhunfaa iratti Peer Emeeriik Awubamiyaang waliin mari’achuuf karoorseera.