EGEREE SPORT
@egereesport
125
subscribers
319
photos
7
videos
6
links
Odeessaalee ispoortii biyya keessaa fi alaaf jijjiirraa taphattootaaf kanneen biroof nu hordofaa
Download Telegram
Join
EGEREE SPORT
125 subscribers
EGEREE SPORT
Tapha Gulaalli Waancaa Seekafa kilaabi dubartoota.
⌚️
Xumurame
Baankii Daldala Itoophiyaa 5-1 Foofilaa
15' Madinaa Awwal 42' Iraankunda
18' Naardos Geetinnet
22' Loozaa Aberraa
65' Loozaa Aberraa
75' Loozaa Aberraa
EGEREE SPORT
▪️
| Bakkeewwan Gabri'eel Jeesus tapha torbee darbe Leesteer waliin taasisaniin kubbaa itti tuqe wal bira qabuu
🆚
bakkeewwan Aleeksaandar Laakaazeet tapha bara darbe Leesteer waliin Emireet irratti kubbaa tuqe.
Garaagarummaa bal'aa
EGEREE SPORT
✅
Cheelsiin dhimma dhunfaa iratti Peer Emeeriik Awubamiyaang waliin mari’achuuf karoorseera.