EGEREE SPORT
123 subscribers
319 photos
7 videos
6 links
Odeessaalee ispoortii biyya keessaa fi alaaf jijjiirraa taphattootaaf kanneen biroof nu hordofaa
Download Telegram
Tapha piriimeer liigii Inglaand

Boqonnaa

45'

Maanchister Siitii 1-0 Weestaam
Haaland
Erling Haaland dorgommiiwwan kilabootaa 6 taphatee tapha jalqabaa isaa irratti goolii galcheera.

Waancaa Kubbaa Miilaa Noorweey
Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa
Bundesliigaa
DFB-Pokal jedhamtu
DFL-Waancaa Suuper
🆕 Piriimiyerliigii Ingiliizii

SHARE GODHAA'' @egereesport
Tapha Piriimeer Liigii Inglaand

46'
Maanchister Siitii 1-0 Weestaam
⚽️ Haaland pen 36'
Weestaam Tapha boqonnaa boodaa jalqabsiisaniiru
Kubbaan Siitii bira jira
Raayissssssssssssss
Siitiin gara fuulduratti deemanii taphachaa jiru
Jijjiramni hin jiruu taphichi itti fufeera
To'annaa kubbaa

Weestaam 47%
Maan Siitii 53%
Gundogannnnnnnnn
Carraa gaarii balleesse
Gooooollllllllllll Siitii
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tapha Pirimer Ligii Ingilaand

⌚️Xumurame'

Westaham 0-2 Maanchister Siitii
#Haalaand 36'(p) 65'
Erling Haaland bara 2011 erga Sarjiyoo Aguweeroo booda tapha jalqabaatiin taphataa Maanchistar Siitii goolii Piriimiyerliigii lama galche jalqabaa ta'eera.

SHARE GODHAA'' @egereesport
Erling Haaland taphoota jalqabaa Bundesliga, Champions League fi Premier League irratti goolii 2+ lakkoofsiseera.

Bundasiliigaan Augsbargii irratti
Champions league dhaan Genk irratti
Weestihaam irratti

SHARE GODHAA'' @egereesport
PSGn gaaffii haaraa Tielemansiif dhiheessuuf jira

Maqaan isaa Arsenaal waliin bal'inaan kan dubbatamu Yuurii Tiileemaansii fi kilabni Faransaay PSG taphaticha barbaadu ta'uun mul'ataniiru.

Akka gabaasa garagaraatti Arsenaal jijjiirraa Tiilemans hatattamaan yoo hin xumurre PSG taphaticha ni mallatteessa jedhamaa jira.

Kanaafis Eduun jijjiirraa kana dafee saffisiisuu barbaada.Daayreektarri Arsenaal lammii Biraazil taphaticha mallatteessuun rakkoo gidduu Arsenaal jiru furuu barbaada.

[Kubbaa Miilaa Landan
Taphattoonni keenya Liqiidhaan Faransaayitti argaman sarara kana keessatti hammatamaniiru.

➛Nuunoo Taavaareez Marseille keessatti

➛Florian Balagen teessoo irra taa'ee Reims

Carraa gaarii Gunners
Oduu Gammachisaa

Chaanalii Afaan Oromoon odefannoo ispoortii fi taphoota kallattiin dabarsuu baname jira itti dabalama.
👇👇
Vidiyoo goolii fi yaalii as gubaatti argatuu

@maddaViidiyoo
@maddaViidiyoo
@maddaViidiyoo
@maddaViidiyoo
Qabxxi taphoota guyyaa piriimeer Liigii Inglaand torbee duraa

👉Kiristaal Paalaas 0-2 Arsenaal
👉Fulhaam 2-2 Livarpuul
👉Boornmawuuz 2-0 Astonvilaa
👉Liids 2-1 Wolviis
👉Niwkaastil 2-0 Nootinghaam
👉Tootenham 4-1 Saawuuzhaampiten
👉Evarteen 0-1 Cheelsii
👉Leestar Siitii 2-2 Bireentfoord
👉Maanchister Yunaayitid 1-2 Biraayten
👉Westhaam 0-2 Maanchister Siitii

Shere waliif godha
Nunoo_Taavaarees jedhama

Tapha Liigii 1 Faransaay Maarseelii fi Reems gidduutti daqiiqaa muraasa dura xumurame irratti taphataan lammii Poorchugaal ganna 22 kun carraa gurguddaa 2 uumuu danda'uun goolii ajaa'ibaa 1 galcheera. SofaScore Tavares sadarkaa 8.3 kenneera