Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
#Milkaa'innii fi #Gammachuun harka keenya jira!
#Namoonni Milkaaβoo fi Gammadoo taβan jaalalaan kan guutamani; #Yeroo hundumaa kennuu irraa of hin qusatan, hojjachuu irraa duubatti hin deebiβan, nama dhufu hundaaf nagaa, jaalalaa fi tasgabbii ni kennu. #Namni hundi bakka isaan jiranitti argamuu ni jaallata; #Kanaaf milkaa'inaa fi gammachuu kee fagoo hin barbaadiin, keessa keetii uumi, laphee kee irraa ta'i, laphee kee irraa jaalladhu, laphee kee irraa kenni, sana booda #onnee kee irraa gammachuu argatta.
#Yeroo gaariin isiniif hawwa!!!πππ

°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
@Bedadina
#Eenyummaan Kee bilchina ati qabduun madaalama.
#Maalummaa waan tokkoo Kan madaalu ala (bakkee) isaa utuu hin taane keessa isaati. #Gamoon Tokko Tokko fagoodhaa yeroo ilaalan alli (bakkeen) isaa baay'ee bareeda. Keessi isaa garuu hanga godoo xiqqoo illee hin miidhagu. #Haalli namoota Tokko tokkoos akkasuma. Namoonni akkasii nagaa erga gaafatanii booda waan dubbatan wallaalu. #Yaada uumuu waan hin dandeenyeef waanti dubbatan harkaa bada. Namoonni kunniin nama fagoodhaa isaan ilaalu gowwoomsan, illee nama dhiyaatee keessa isaanii ilaale garuu gowwoomsuu hin danda'an.
@Bedadina
@Saayikoloojii

#Maallaqni rakkoo Maallaqaa hin furu?
#Maaltu Furaree?
#Yeroo dhiyootti nu eegaa!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
ππππππ
π@Bedadina
#Maaltu Furaree?
#Yeroo dhiyootti nu eegaa!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
ππππππ
π@Bedadina
#Rakkoo Furuuf Rakkoo irratti hin Xiyyeeffatin Rakkoo biraa ofitti dabaltaa! Rakkoo keessatti carraa biraa barbaadi malee!
@Saayikoloojii
@Saayikoloojii
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
#Amma Yaali!
#Umriin kee erga darbee booda waan hojjette of duuba deebitee yommuu yaaddu, wanta hin hojjennetu caala. #Osoon hojjedhee turee jetta,
Ni gaabbita, 'osoo yaalee bareeda ture jetta; Garuu hin jedhiin, waan amma tuffattes ta'ee waan sodaatte hunda yaaliitii eenyummaa kee ofitti agarsiisi! #Kana ta'uu baannaan bu'aan kee gaabbii qofa ta'a. Kanuma.
#Yeroo gaariin siif hawwaπππ

#NAMA KEESSAA #NAMA TA'I !!!
π#Nama keessaa nama ta'uun akka namaa ta'uu osoo hin taane, akka namni ta'uu qabu ta'uudha.
π#Nama keessaa nama ta'uun dhibaa'uu osoo hin taane, dhiibbaa uumuudha.
π#Nama keessaa nama ta'uun murteessuu nama gaafata.
#Kitaaba Ajaa'ibaa "Nama keessaa nama ta'i" jedhu Barreessaa Kennaa Tikkuu Ida'eetiin barreeffame gurguramaa jira bitadhaa dubbisaa Barreessa Dargaggeessa Qaxalee kana cina dhaabbadhaaπππ
@Bedadina
#share gochuun dubbistoota heddu biraan gahaa!!!
Galatoomaaππππ

Forwarded from Abera Negesa official
Namoota Amma online irra jirtan qofaaf Gaaffii Fi Deebii eegaluuf jirra!
1ffaan Kaardii Abbaa Qar. 100
2ffaan Kaardii Abbaa Qar. 50
3ffaan Kaardii Abbaa Qar. 25
πQophooftan taanaan Eegali Kan jedhu tuqaa!
1ffaan Kaardii Abbaa Qar. 100
2ffaan Kaardii Abbaa Qar. 50
3ffaan Kaardii Abbaa Qar. 25
πQophooftan taanaan Eegali Kan jedhu tuqaa!
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
ββββ#Gaabbii
#Ati Maal gaabbita Mee?
#Hospitaala Keessatti Qorannoon Namoota Du'aaf guyyaa muraasni akka isaan hafe itti himamee du'a eeggataa jiran irratti gaggeeffame akka ibsutti #Gaabbii isaanii ykn #otoo isaanii akkas jechuun dubbatan:-
πGammachuu hin qabun ture
πBarnoota koo hin foyyeeffanne
πOf hin kunuunsine ykn ofhin eegne
πHaaloo ykn Jibbaanin jiraachaa ture
πMaatii koof yeroo hin kennine
πNamootan gargaaruu qabu hin gargaarre
πAbjuu (Mul'ata)koo hin jiraanne
πMaaliifan dhamaa'aa ture
πNamootaaf jaalala koo hin ibsine
πAmantaaf bakka hin kennine Nan tuffadhan ture.
π Bal'ina isaa yeroo dhiyootti isiniif qabannee dhufna.
#"Gaabbii Fi Eegeen booda dhufti" Jedha Oromoo koof keessan.
#Maddi Dr.Wadaajeeneh

ββ#Odeeffannoo Sobaa irraa of eegaa kana malees #Application Nagahee sobaa hojjetu waan jiruuf yeroo Bittaaf gurgurtaa Raawwattan illee maallaqni isiniif galuu dursitaanii qulqulleeffachuu qabdu. Fknf Nagaheen armaan gadii Kan sobaa ykn Fake dha.
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
#Dudhaalee Jireenyaa
πPrinciples of Life
α¨α ααα΅ αααα½
1.Of Fudhachuu(simachuu)
πSelf Acceptance
α«α΅α ααα α
2.Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
π Living for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
3. Dorgommii irraa fagaachuu
πLiving for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
πPositive Thinking
αα αα°α₯
5. Barachuuf fedhii qabaachuu
πBeing willing to learn
αααα ααα°α ααα
6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
πWalking with wisdom
α α₯α α₯ ααααα΅
7. Gamna(qaxalee) Ta'uu
πBeing Intelligent
α₯αα ααα
8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
πTaking no offence easily
α ααα α αααα¨α
9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
πLeading a life with gratitude
α¨αα΅αα α ααα΅ ααα
10. Waan gaariidhaaf(Fooyya'aadhaaf) deemuu
πGoing for the best
ααα‘α αααα
11. Yeroo hubachuu
πUnderstand the timing
αααα ααα
12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu
π Accept what you can't change
αααα₯ α¨ααα½αα΅α ααα α
13. Waraana kee filadhu
π Chose your Wars
α¨αααα΅α α¦ααα΅ ααα¨α₯
14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu
πForgiving all and avoiding vengeance
ααα αα α ααα΅α α ααα αα°α
15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu
πPreserve in suffering
α αα¨α« αα΅α₯ αα αα΅
16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu
πPure joy and rest
ααα α°α΅α³α α₯α¨αα΅
17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu
πValue inner beauty
ααα΅α₯ αα α΅ αα αα΅α α΅
18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu
πBeing humble and not despising others
α΅αα΅ αααα ααα½α α αααα
19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu
πBeing disciplined in life
α α΅α α΅αα α΅ ααα
20. Kennuu fi fudhachuu baruu
πGiving and receiving
αα΅α α΅α ααα α
21. Onnee kee hordofi.
πFollow your heart (Instinct)
αα₯α αα¨α°α
22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu
π Give due honor
αα₯α αααα£α αα₯α αα΅α α΅
23. Cimanii kadhachuu
πPray seriously
α°ααΆ αααα
24. Seenaa hojjechuuu, yaadannoo(ashaaraa) kaa'anii darbuu
πMake history, leave legacy
α³αͺα αα΅α«α΅ α α»α« αα°α
#Maddi @Dr. Wadaajeneey Mehaareneh MD, MA, MSc, MA
#Afaan Oromootti hiikee barreeffamaan kan Qindeessee dhiyeesse Abarraa Naggasaa Bsc, BA
#Join godhaa nu hordofaa πππ
π @Bedadina
π @Saayikoloojii

Forwarded from Dubbii (Icciitii)Jaalalaa fi Beekumsa Waliigalaa (α¨αα
α αα΅α’αα α α
αα α₯ααα΅)
#Namoonni Tolaan #Telegram channel keessan Beeksifachuu Barbaaddan ykn #Hordoftoota keessaan #guddifachuu Barbaaddan na qunnamuu dandeessu!
Ykn Karaa kanaanπ@Abera_2030
Ykn Karaa kanaanπ@Abera_2030
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
β#Osoo Qarshii 10 Qabaatee #Ijoolleesaa hin dhabu ture!
#Namni seenaa kana dhaga'ee hin boonye hin jiru. Seenichis akkana:
#Nama ijoollee xixiqqoo sadii guddisutu ture. Haati manaa isaa ijoollee sana isatti dhiistee duute. Kanaaf hojii guyyaa hojjetee ijoollee isaa guddisuu itti fufe. Yeroo tokko tokko hojii guyyaa waan dhabuuf baay'ee rakkata.
Otuma kanaan jiruu gaaf tokko hojii dhabee harka duwwaa manatti gale. Ijoolleen isaa agabuu bulan. Guyyaa lammaffaas hojii barbaadee dhabe. Ijoolleen isaa guyyaa lammaffaa agabuu bulan. Galgala sana garuu gaaffii tokko isa gaafatan. β#Abbaa! Boris nyaata hin nyaannuu?β kan jedhu. Abbaanis, βIjoollee koo bor nyaata ni nyaattu!β jedhee waadaa seeneef. β#Hojiinhoo hin jiruu maaliin nyaata nuuf bitta?β jedhanii deebisanii gaafatan. Hiriyyaa isaa kan isaan beekan maqaa dha'ee, βAbalu irraa qarshii 10 liqeeffadheen isiniif bita. Kanaafuu, bor ni nyaattu!β jedhe. Beelli akka malee itti cimus, abdii abbaan isaanii isaaniif kenne abdachaa bulan.
#Borumtaa ganama ka'ee hiriyyaa isaa sana bira deeme. βIjoolleen koo guyyaa sadaffaa agabuu jiru. Baay'ee miidhamaniiru. #Maaloo qarshii 10 naaf liqeessi akkuman hojii guyyaa argadheenan hojjedhee siif deebisaa!β jedhee gaafate.
Haala baay'ee nama gaddisiisuun hiriyyaan isaa qarshii 10 liqeessuufii dide. βHin qabu!β ittiin jedhe. Isa dhumaa abdii waan kuteef harka duwwaa ijoollee sanatti galuu irra battaluma sana deemee of ajjeese!
#Seenaan ana dabalatee namoota baay'ee keenya boossise kana ture. Firoota koo! Mee dhaabannee haa yaadnu. #Yeroo hundumaa akka nuti gargaarruuf namni Waaqayyo nutti ramade akka jiru beekuu qabna. #Dhugaadha. Namni nuti gargaaruu qabnu tokko naannoo keenya jira. #Namni waan barbaachisaa dhabe, namni guyyaan itti dukkanaa'e, namni muka qabatu dhabe, buddeenni irraa hafaan mana keenya jiru isaaf qaalii kan ta'e, uffanni nuti guyyaa guyyaan jijjiirree uffannu isaaf immoo hawwii isaa kan ta'eβ¦naannoo keenya jira.
#Wanti baay'ee nama gaddisiisu immoo yeroo baay'ee ijji keenya namoota akkanaa hin argu. β#Gargaarsii fi abaarsi xiqqoo hin qabdu!β jedhee Oromoon akkuma mammaaku, wanti xiqqoon harka keenya keessa jirtu namoota rakkoo keessa jiraniif waan guddaadha. #Namichi armaan olitti seenaa isaa ilaalle otoo qarshii 10 argateera ta'ee of hin ajjeesu. Ijoollee isaaf jiraata ture.
#Gabaabaamatti ergaan koo, yeroo hundumaa iji keenya banamaa haa ta'u. Naannoo keenya xiyyeeffannoon haa ilaallu. Akka nuti gargaarru namoota Waaqayyo nutti ramadeef waan qabnu haa hiixannu. Ofittoo ofiif qofa jiraatu ta'uu dhiisnee, obboloota waan barbaachisaa dhabaniif haa jiraannu. Kan beela'an haa nyaachisnu, kan dhukkubsatan haa waldhaansisnu, kan daaranitti haa uwwisnu!
#Horaa Bulaa
(Maddi #Eebbisaa Baayisaa)

#Bara sitti bade Gumaa abbaa keetii dhiistee
Bara siif mijate garuu gumaa saree keetiiyyuu hin dhiistu!!
#Jechama Baay'ee ulfaataadha!
(T.B)
@Saayikoloojii
Bara siif mijate garuu gumaa saree keetiiyyuu hin dhiistu!!
#Jechama Baay'ee ulfaataadha!
(T.B)
@Saayikoloojii
Forwarded from Dubbii (Icciitii)Jaalalaa fi Beekumsa Waliigalaa (α¨αα
α αα΅α’αα α α
αα α₯ααα΅)
#Namni Hunduu waan mataa isaa qaba!
#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu miti. #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti.
#Yoomiyyuu taanaan ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu. #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne! #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!
#Ati guutuus miti duwwaas miti kana beeki
#Yeroo gaarii isiniif hawwa!!!

MAMMAAKSA AFAAN OROMOO
β’|β’ Mammaaksi dubbii fida.
β’|β’ Dubbii fixa.
β’|β’ #Gorsa xinsammuu cimaa of keessaa qaba.
Mammaaksa Oromoo kanneen baay'ee natti tolan keessaa muraasa isiniif dhiheesseera.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β. Akka hin cabne beekaaf bishaan dhagaatti bu'a.
β. "Akkan itti dhales akkan itti arraabbadhus natu beeka," jette xaddeen.
β. "Akkan ani jedhe fardatu dide akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."
β. Adurree barri qabe hantuutni eegee nyaate.
β. "Anaafis rafuu hin taatu atiifis nyaachuu hin taatu osoo na dhiifte," jedhe namichi tafkiidhan.
β. Anatu farda se'ee harreetti okoo haame.
β. Baay'attee dallaa guutteef harreen loon hin taatu.
β. Bofti qal'ateef eegee hin qaban.
β. "Bishaantu afaan na jiraaf malee silaa waanan dubbaadhu baay'eedha," jette qurxummiin.
β. Barcuma irra taa'anii muka hin hamatan.
ββ. Barcumaa fi ulfina abbaatu of jalatti qanansiifata.
ββ. "Cilee ta'uuf gubanne cilee taanees gubanne," jedhe mukti.
ββ. Daa'imni hin boonye dugda haadhaa irratti du'a.
ββ. "Deemi teenya okkoteen raafuu barte," jedhe namichi gogorrii qalachuuf qabee harkaa baanan.
ββ. Dhugaa fi lubbuun gaafa rabbiin jedhe baati.
ββ. Dhoksaan fanxoo hin fayyisu.
ββ. Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan.
ββ. Firri firatti gala jennaan mukti qottoo lagatti qajeelte.
ββ. Firoomne jedhanii waraabessatti foon hin fe'atan.
ββΏ. Gowwaan yoo itti kolfan waan kolfaniif se'a.
ββ. Garbittiin gargaarsa argatte majii dhoksiti.
ββ. Gowwaan fardaa ergisaatiin boona.
ββ. Hoolaan gaafa qalame samii arga.
ββ. Hammaarranis hammaatanis dhuma hin ooltu.
ββ. Hiriyaan wal hin amanne laga hundatti waliif kakata.
ββ. Humna qabaannan sagaliin lolu, dhabnaan sagalee tolu.
ββ. Humnaan nyaataniif humna namaaf hin ta'u.
ββ. Ijaa fi saree ganda hin lagan.
ββ. Kan dhadhaa baqsite osoo jirtuu kan raafuu affeelte michiin dhahe.
ββΏ. Korma dhugaan booratu biyyeen ija hin buutu.
ββ. Loon kana ooftee ooftee abbaan geessa jedhee namichi hatticha dhama'een.
ββ. Maqaan baduu mannaa mataan baduu wayya.
ββ. Mucaa boo'uuf jedhu jabbiin irra ejjate.
ββ. Muka ol guddate fiixee muruun jirma lafa jalatti gabbiisuu dha.
ββ. Namni daara baasan daaraa dhaan nama qaba.
ββ. Nama beekaa du'e osoo dhaga'uu awwaalu.
ββ. Osuma beeknuu huuba wajjin jettee sareen.
ββ. Ollaan bultee beeka akka itti bule abbaatu beeka.
ββ. Qe'ee abbaan hin jirretti titiisni wal horti.
ββΏ. Re'een baala argatte qeerransa hin sodaattu.
ββ. "Situ diriiree of qochisiise" jedhe gaarri lafa diriiraa gad ilaalee.
ββ. Sareen abbuma biraa nyaattuuf dutti.
ββ. Sabbata jedhee hidhannaan bofa ta'ee na ciniine.
ββ. Ulfi ulfina qaba jennaan gowwaan garaa dhiibe.
ββ. Ulee bofa ittiin ajjeesan alumatti gatu.
ββ. Waraabessi na nyaate jedhanii sareetti hin iyyatan.
ββ. Waraabessi guyyaa yuuse yeroo dhan beekkachiise.
ββ. Waan lafatti falan gaalati fe'an.
ββ. "Walii galtee dhabaaf sareen tokkittiin qileetti nu naqxe" jedhe jaldeessi.
ββΏ. Waan hancufti nama oolchitu gaafa kokkeen nama dhukkubdu beekan.
ββ. Yoo akka maleetti baatan tafkiinuu dugda nama kutti.
ββ. "Yaa harree kaan dhiittee, kaan ciniintee eenyu wajjin araddaa irra ooluufi."
@Bedadina
@Gaggeessummaa

πATIββ’ #QAALII DHA.
β’ Qabeenya hunda caalu addunyaan kuni si qabdi!
β’ Eeyyeen si isa/ishee dubbisa kana dubbisaa jirtu!
#MAALIIF OF XIQQEESSITEE ILAALTA ATI?
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
#Namni keessa jiraatu yoo dhibe addunyaan kuniyyuu duwwaa dha. Wanti baay'ee qaaliin addunyaan kuni qabdu warqii yookiin daayimandii miti. NAMA DHA! Ati qabeenyi addunyaan qabdu kuni si bituu hin danda'u! Gatii guddaa qabda waan ta'eef waan xiqqoon of madaaluu dhiisi! Humna haareffadhuu gara hojiitti gali!