SARON TUBE
200 subscribers
33 photos
126 links
Channel kana irrati waan barbadaa beksifachu dandeessa. Keessan nuu qunamaa. https://t.me/joinchat/UxcAHELvgsYzNjJk
Download Telegram
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Hamma Ati geessu kan si beeku si qofa dha!
Ga'umsa dhokataa keessa kee jirutti amani.waan keessa kee jiru namoonni arguu dhisuu malu.Allii kee fi keessi kee wal irraa fagaachuu danda'a!.
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/hamma-geessu-kan-si-beekuu-si-qofa-dha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Nama jaalatamaa ta'uu fi nama gatii qabu ta'uun tokko miti.
Namoonni hedduun si jaallachuu danda'u Garuu hedduunsaanii gatii siif hin kennan.         πŸ‘‡πŸ‘‡

https://yerooifaa.com/hantuutin-haadha-jalatti-gumbii-uraa-barti/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Nama tokko dogoggora isa amaansiisuf, dursa jabinaaf cimina isaa haasa'un eegalii.πŸ‘‡πŸ‘‡

https://yerooifaa.com/hamma-geessu-kan-si-beekuu-si-qofa-dha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
waantti nama Aja'ibuu yeroo Diin  sii hidhuu , waaqayyoo sii hikkaa.πŸ‘‡πŸ‘‡



https://yerooifaa.com/dhoksaa-milkaauu/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Rakkinni hiree namoota muraasa miti. Sadarkaa raakkina isaatu wal caala malee.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Seenaa kana dubbisaa mee!

https://yerooifaa.com/seenaa-garaa-nama-nyaatu-dubbisaa/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Abshaali Gubatee Gubaa ibiddaa bara osoo hin taane  kan gubate irraa barata!

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/waanti-cubbuuti-nama-geessuu-inni-guddaan-hiriyyaa-sobaati/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Jireenyaa keenya bifa Bareedaa taheen ijaaruuf waggoota dheeraa nutti fudhachuus danda’a nutti fudhachuu dhabuus danda’a. Garuu jireenyaa ijaaruu caalaa balleessun Baay’ee salphaadha
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/obsa-hin-dhabani-obsi-riqichaa-jireenyaati/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Yaada kee isa hamaa sittti himu osoo hin taane, isa waan hamaa irratti si moosisu Amani
  πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/isa-hin-bane-filadhu-hunduu-darbuuf-jira/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Addunyaa kana irraati wanti nama miidhu.qabeenya dhabuu osoo hin taanee.kaayyoo fi mul'ataaa  dhabuudha...

Mucaa kana keessatti qabeenya isaa,mmoo mul'ataa isatuu argammaa jira??

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/kaayyoo-fi-mulata/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Namni Waaqayyoon sodaatuu cubbuu hin qabu jechuu mitti.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/sodaa-fi-yaadoo-kan-addunyaa-kanati-tahe-sodaa-waaqayyoo-calaa-sodaa-biyyaa-lafaa-keessaa-jirachuudha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Muka tokkittii irraa ija kibriitaa kumaatamatu tolfama. Kibriita ija tokkittiidhaan garuu bosona mukkeen miliyoona qabutu gubatee baduu danda’a

.https://yerooifaa.com/sammuu_kee_milkaainaan_soori/