EECMY Children Ministry: MY Sunday School
741 subscribers
894 photos
14 videos
169 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
የመጀመሪያ ኃጢያት እና የተሰጠው የአዳኙ ተስፋ (ዘፍጥረት 3 )

ውድ ልጆች: ባላችሁበት የጌታ ጸጋና ሰላም ይብዛላችሁ:: በዛሬው ትምህርታችን የመጀመርያው ሀጥያት ምን እንደነበረ: ሀጥያት ወደዚህ ዓለም እንዴት እንደገባ: እግዚአብሔርም የመዳኛ መንገድን እንዴት እንዳዘጋጀ እናያለን።
በኤደን ገነት ውስጥ የሚያፈሩ ብዙ ዛፎች ነበሩ ክፉውንና መልካሙን የሚለየው የእውቀት ዛፍ በኤደን ገነት መካከል ተተክሎ ነበር ። እግዚአብሔር ስለዚህ ዛፍ አዳምንና ሔዋንን እንዲህ ሲል አዝዞአቸው ነበር:  ‹‹በዚህ ገነት ውስጥ ካሉት ዛፎች ሁሉ የምታገኙትን ፍሬ መብላት ትችላላችሁ ነገር ገን በገነት መካከል ከተተከለው ከዚህ ዛፍ ፍሬ አትብሉ እነሆ እርሱን በበላችሁ ጊዜ ሞትን ትሞታላችሁ፡፡››

 

አንድ ቀን አዳምና ሔዋን በገነት ውስጥ እንዳሉ ዲያቢሎስ በእባብ ተመስሎ ወደ አዳምና ሔዋን መጣ። ከዚያም ‹‹እግዚአብሔር በገነት ውስጥ ካሉት ዛፍ ሁሉ ፍሬ እንዳትበሉ አዝዞአችኋልን?››አላቸው፡፡  ሔዋንም እንዲህ አለች፡- ‹‹በገነት ውስጥ ካሉት ዛፎች ከየትኛውም የሚገኘወን ፍሬ መብላት እንችላለን፡፡ ነገር ግን በገነት መካከል የሚገኘው ዛፍ ፍሬ እንዳንበላ እንዳንነካውም እግዚአብሔር ከልክሎናል: አለበለዚያ እንሞታለን፡፡››

 

ዳያቢሎስም ሲያታልላቸው ‹‹ይህ እውነት አይደለም አትሞቱም እኔን ስሙኝ : ከዚህ ዛፍ ፍሬ ከበላችሁ እንደ እግዚአብሔር ትሆናላችሁ  መልካሙንና ክፉውንም ታውቃላችሁ›› አላቸው፡፡ ሔዋንም የዛፉን ፍሬ ተመለከተች ሲያዩት ያምራል: ስለሆነም አንዱን ፍሬ ቀጠፈችና በላች ሌላውንም ፍሬ ቀጥፋ ለአዳም ሰጠችው: እርሱም ደግሞ በላ፡፡ አዳምና ሔዋን ለእግዚአብሔር አልታዘዙም: ይህ የመጀመሪያው ኃጢአታቸው ነበር፡፡ ታላቅ ፍርሃት ፈሩ፡፡ እግዚአብሔር እንደሚቆጣ አወቁ ስለሆነም በገነት ውስጥ ከእግዚአብሔር ፊት ተሸሸጉ፡፡

 

አዳምና ሔዋን በእግዚአብሔር ላይ ኃጢአትን አደረጉ፡፡ እግዚአብሔር ግን አሁንም በጣም ይወዳቸዋል፡፡ በሀጥአታቸው ምክንያት ለዘላለም እንዲቀጡ አልፈለገም፡፡ ስለሆነም የሚያስደንቅ ቃል ኪዳን ገባላቸው፡፡ እንዲህ አላቸው ‹‹ትክክለኛው ጊዜ ሲደርስ ልጄን ወደ ዓለም እልከዋለሁ: እርሱ ከሴት ይወለዳል ሰውም ይሆናል፡፡ እርሱ ኃጢአታችሁን ያስወግዳል›› አዳምና ሔዋን ይህን አስደናቂ ቃል ኪዳን ስሙ፡፡ ቃል ዲሳኑንም አመኑ። እግዚአብሔር እንደሚወዳቸው አዳኙም የእርሱን ኃጢአት ለማስወገድ እንደሚወለድ አወቁ፡፡ እግዚአብሔር ቃል ኪዳኑን ጠበቀ: ከብዙ ዓመታት በኋላ የእግዚአብሔር ልጅ በቤተልሄም ተወለደ ስሙም ኢየሱስ ተባለ:  ኢየሱስም ሰው በሆነ ጊዜ ፍጽምና ያለውን ሕይወት ኖረ አንዳችም ስህተት አላደረገም፡፡ የህዝብ ሁሉ ኃጢያአት የሚያስተካክለውን ቅጣት በራሱ ላይ ወስዶ በመስቀል ላይ ሞተ፡፡ ለዚህ ነው ኢየሱስን የዓለም አዳኝ ነው የምንለው፡፡

 

እግዚአብሔር ሁሉንም አዳምና ሔዋንን ይወዳል ከገነት ውሰጥ እነሱን ማስወጣት ነበረበት እንደገና ከተከለከለው ዛፍ ፍሬ በልተው ኃጢያታቸው ጋር ለዘላለም እንዲኖሩ አልፈለገም፡፡ ስለሆነም እግዚአብሔር የእሳት ነበልባል የሆነ ሰይፍ የያዘ መልአክ ወደ ገነት ልኮ ከዚያ እንዲወጡ አደረገ፡፡ አዳምና ሔዋን ከዚያ ጊዜ ጀምሮ በረጅሙ የህይወት ዘመናቸው ኃጢያት በማድረግ ቀጠሉ ከዚያም በኋላ ሞቱ፡፡ እግዚአብሔር አዳኝ እንደሚልክላቸው የገባላቸውን ተስፋ አመኑ፡፡ ኢየሱስ ኃጢያት ወደሌለበት ከእርሱ ጋር እንዲኖሩ ወደ መንግሥተ ሰማያት ይወስዳቸዋል፡፡

#የመጽሐፍ ቅዱስ ጥናት ጥቅስ : ሮሜ 5:14-21 (ከወላጆቻችሁ/ከታላላቆቻችሁ ጋር አጥኑ)።

ጥያቄ

1.       አዳምና ሔዋንን እግዚአብሔርን ባለመታዘዝ ምን አደረጉ?

2.      እግዚአብሔር ለእነርሱ የገባላቸው የተስፋ ቃል ምንድን ነበር?   አዳኛቸው ማን ነው?

3.   ከዚህ ክፍል ምን ተማራችሁ?

መልሳችሁን በሃሳብ መስጫ ቦታው ላይ ጻፉ! በተከታታይ የ5 ትምህርቶችን መልስ በትክክል ከመለሳችሁ የመጽሐፍ ሽልማት ይኖራችኋል።

መልካም እና የተባረከ ቀን ይሁንላችሁ!

http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool
Cubbuu Isa Jalqabaa fi Abdachiifamuu Fayyisaa (Seera Uumamaa 3)

👇👇👇
Cubbuu Isa Jalqabaa fi Abdachiifamuu Fayyisaa (Seera Uumamaa 3)

Jaalatamoo ijoollee keenya, nageenni Waaqayyoo isiniif haa baay'atuu! Barumsa keenya har'aatiin cubbuun jalqabaa maal akka ture, akkamitti cubbuun gara biyya lafaa akka seene, Waaqayyo immoo karaa fayyinaa akkamitti akka qopheesse ilaalla.

Jannata Eden keessa mukeetii iji isaanii nyaatamu hedduutu turan. Mukti beekumsa gaarii fi hamaa gargar basuu walakkeessa dhaabaa sanaa keessatti guddate. Waaqayyo waa’ee muka kanaa Addaamii fi Hewwaanitti himeera. Inni, “ Ija mukeetii iddoo dhaabaa kana keessa jiran hundumaa irraa in nyaatta; ija mukichaa nyaatanii hamaa fi gaarii ittiin beekan sana irra garuu hin nyaatin! Gaafa isa irraa nyaatte garuu dhuguma in duuta” jedhe.

 

Gaaf tokko Addaamii fi Hewwaan dhaabaa sana keessa turan. Seexanni bofa of fakkeessee dhaabaa kessa gara Addaamii fi Hewwaan dhufe. “Dhuguma Waaqayyo, ‘Ija mukeeii iddoo dhaabaa kana keessa jiran hundumaa irraa hin nyaatinaa!’ isiniin jedhe'' jedhe seexanni gaafate.

 

Hewwaan deebistee, “nuyi ija mukeetii iddoo dhaabaa kana keessa jiran irraa nyaachuu in dandeenya; garuu muka isa iddoo dhaabaa kana walakkaa jiru duwwaa, waaqayyo, ‘Ija isaa irraa hin nyaatinaa, isattis hin bu’inaa! Kanaa achi in duutu’ jedheera” jette.

 

“Kun dhugaa miti,” jedhe seexanni isaan gowwoomsuuf, “Hin duutan. Ana dhaggeeffadhaa. Isin ijamukichaa irra yeroo naaattan, akka waaqayyoo taatu, hamaa fi garii ni beektu'' jedheen.

 

Hewwaan iji mukichaa ni ilaalte. Inni ija namaatti kan tolu ta’uu isaa argitee, kutattee in nyaatte. Addaamiifis ni kenniteef, innis ni nyaate. Addaamii fi Hewwaan Waaqayyoof hin ajajamne. Kun cubbuu isaanii isa jalqabaati. Isaan amma ni sodaatan. Akka Waaqayyo isaanitti aaru beekanii dhaabaa kessa dhokatan.

 

Waaqayyo isaan waame, Waaqayyo ija muka isa gaarii fi hamaa beekuu mana dandeessisu nyaatanii isaanii gaafate. Addaam inni kun balleessaa Hewwaan akka ta’e dubbate. Hewwaan immoo akka seexanni isheee gowwoomse dubbatte.

 

Addaamii fi Hewwaan Waaqayyo irratti cubbuu hojjetan, Waaqayyo garuu amma iyyuu baay’ee isaan jaallata ture. Sababa cubbuu isaaniitiif bara baraan isaan adabuu hin barbaanne. Kanaaf kakuu ajaa'ibsiisaa isaaniif kenne.

 

Inni akkas jedhe, “Yommuu yeroon isaa ga’u, Ilma kiyya biyya lafaatti erga. Inni dubartii irraa ni dhalata. Inni nama ni ta’a.  Inni cubbuuwwan keessan isin irraa ni fuudha.” Addaamii fi Hewwaan kakuu baay’ee gaarii kana dhaga’an. Kakuun kenname  kunis cubbuu isaanii akka irraa fuudhu ni beekan.

 

Waaqayyo kakuu Isaa ni eege. Waggoota baay’ee booddee IImi Waaqayyo Beeteliheem keessatti dhalate. Maqaa isaas Yesuus Jedhanii moggaasan. Yesuus yommuu nama ta’e, jireenya mudaa hin qabne jiraate, dogoggora tokko illee hin hojjanne.

 

Adaba cubbuu namoota hundumaa fudhatee fannoo irratti du’e. Kanaaf Yesuusin Fayyisaa biyya lafaa jennee waamna.

 

Waaqayyo amma iyyuu Addaamii fi Hewwaaniin ni jaallata ture. Dhaabaa sana keessaa isaan baasuutu isa irra jira. Akka isaan muka jireenya kennu sana irra nyaachaa cubbuu isaanii keessa bara baraan jiraatan hin barbaanne. Isaaaniin irra ittisuuf ergamaa billaa akka ibiddaa ifu baatu dhaabaa sana keessa kaa’e. Addaamii fi Hewwaan bara isaanii guutuu cubbuu hojjechuu itti fufan. Kanaaf ni du’an. Akka Waaqayyo Fayyisaa isaaniif kennu ni amanan. Bakka cubbuun hin jirre keessa waliin akka jiraataniif Yesuus gara biyya lafaa dhufe. Namni Isatti amanu kamuu jireenya barabaraa qaba.

👉Kutaa qu'annaa Kitaaba Qulqulluu: Roomaa 5:14-21 warra keessan ykn obboloota keessan waliin qu'adhaa. 

#Gaaffii

1.       Ajaja Waaqayyoof abboomamuu/ajajamuu diduudhaan Addaamii fi Hewwaan maal hojjatan?

2.       Waaqayyo maal isaaniif kakate?  Enyutu Fayyisaa isaniif ta’uuf kakatame?

3. Kutaa kana irraa maal barattan?

👇👇👇

Deebii keessan nuuf barreessaa! Namni barumsa shan wal duukaa ykn wal faana deebii sirrii deebiseef badhaasni kitaabaa qophaa'eera.

Guyyaa gaarii eebbaan guutuu isiniif haa ta'u!

http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool
የአዳምና የሔዋን ልጆች   (ዘፍጥረት 4)

👇👇👇
የአዳምና የሔዋን ልጆች   (ዘፍጥረት 4)
===
አዳምና ሔዋን ብዙ ልጆች ነበሩአቸው። የመጀመሪያዎቹ ልጆቻቸው ቃየልና አቤል ይባላሉ፡፡ ቃየል ባደገ ጊዜ ገበሬ ሆነ: አቤል ባደገ ጊዜ ደግሞ አርብቶ አደር ሆነ። አንድ ቀን ቃየልና አቤል ለእግዚአብሔር ስጦታ ይዘው መጡ ያመጡትን ስጦታ በመሠዊያ ላይ አድርገው አቃጠሉት። አቤል ለእግዚአብሔር ፍጹምና ምርጥ የሆነ በግ አመጣ: ቃየል ግን ያመጣው ምርጥ የሆነውን ምርት አልነበረም። ለእግዚአብሔር ያቀረቡትን ስጦታ በዚህ ሁኔታ ነበር ያቀረቡት፡፡ እግዚአብሔር በአቤል ስጦታ ደስተኛ ሆነ: ነገር ግን በቃየል ስጦታ አልተደሰተም። ቃየል አልታዘዘመና በዚህ የተነሳ ቃየል ተናደደ : በቅናትም ተነሳስቶ አቤልንም ገደለው፡፡

 

እግዚአብሔር ቃየልም ‹‹ ወንድምህ የት ነው?›› ብሎ ጠየቀው።ፐቃየልም ‹‹አላውቅም እኔ የወንድሜ ጠባቂነኝን?›› ሲል መለሰ። እግዚአብሔር ‹ኃጢያትን አድርገሃል ወንድምህንም ገለኽዋል›› አለው:: ‹‹ አሁን በሜዳህ ያሉ ተክሎች በጥሩ ሁኔታ አይበቅሉልህም መኖሪያ ቤትም አይኖርህም: በሕይወት ዘመን ሁሉ ከአንድ ሥፍራ ወደ ሌላ ሥፍራ ትቅበዘበዛለህ፡፡›› አለው።

 

ቃየንም እንዲህ አለ ‹‹ይህ ቅጣት እጅግ ከባድ ነው ያገኘኝ ሁሉ ይገድለኛል፡፡›› ስለሆነም ያገኘው ሁሉ እንዳይገድለው እግዚአብሔር ለቃየን ምልክት አደረገለት፡፡ እግዚአብሔር ለአዳምና ለሔዋን ሌላ ልጅ ሰጣቸው፡፡ ስሙም ሴት ይባላል ሴት ከተወለደ በኋላ አዳም ሌላ 800 ዓመታት ያህል ኖረ፡፡ እጅግ ብዙ ወንዶችና ሴት ልጆችም ነበሩት፡፡ አዳም በሞተበት ጊዜ እድሜው 930 ዓመት ነበር፡፡

ልጆች:
👉አቤል በሙሉ ልቡ ጥሩ የሆነውን: ከሁሉ የተሻለውን ስጦታ ለእግዚአብሔር አቀረበ: እግዚአብሔርም ተቀበለው:: ስለዚህ ለእግዚአብሔር ስጦታ ስናቀርብ በሙሉ ልባችን የተሻለውን ማቅረብ ይኖርብናል::
👉ቃየል በቅናት ተነሳስቶ ወንድሙን ገደለው: ከዚህም የተነሳ ተረገመ: ተቅበዥባዥ ሆነ። ስለዚህ ልጆች ቅናት መጥፎ ነው: ወደ ክፉ እርምጃ ይወስዳል: በእርግማንም ያንከራትታልና ከሀጢአት ተጠበቁ:: መልካምንም አድርጉ!

  #የመጽሐፍ ቅዱስ ጥናት ጥቅስ : 2ቆሮንቶስ 9:6-8 (ከወላጆቻችሁ/ከታላላቆቻችሁ ጋር አጥኑ)።

ጥያቄ

1.       እግዚአብሔር ያስደሰተው የማን ስጦታ ነው?

2.      እግዚአብሔር ቃየን ወንድሙን አቤልን ስለ ገደለው ይቅርታ እንዲጠይቅና ይቅርም እንዲባል ፈልጎ ነበር፡፡ እግዚአብሔር ቃየንን ለመጠበቅ ምን አደረገ?
3.   ከዚህ ክፍል ምን ተማራችሁ?

መልሳችሁን በሃሳብ መስጫ ቦታው ላይ ጻፉ! በተከታታይ የ5 ትምህርቶችን መልስ በትክክል ከመለሳችሁ የመጽሐፍ ሽልማት ይኖራችኋል።

መልካም እና የተባረከ ቀን ይሁንላችሁ!

http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool

 
Ijoollee Addaamii fi Hewwaan (Seera Uumamaa 4)

👇👇👇
Ijoollee Addaamii fi Hewwaan (Seera Uumamaa 4)
===
Addaamii fi Hewwaan ijoollee baay’ee qabu turan. Ijoolleen isaanii warri jalqabaa Qaayinii fi Abeel turan.

 

Qaayin guddatee qotee bulaa ta’e. Abeel yommuu guddate, tiksee horii ta’e.

Gaaf tokko Qaayinii fi Abeel kennaa Waaqayyoof fidan.  Iddoo aarsaa irratti kennaa isaanii guban. Kun akka isaan itti kennaa isaanii Waaqayyoof kennanii dha. Abeel hoolota isaa keessaa kanneen gaggaarii Waaqayyoof kenne. Qaayin garuu midhaan isaa keessaa isa gaarii Waaqayyoof hin kennine.

                                                                                                                        
Waaqayyo kennaa Abeeliitti gammade. Sababa inni isaaf hin abboomamneef, Waaqayyo kennaa Qaayinitti hin gammadne. Qaayin aaree Abeeliin ajjeese.

“ Obboleessi kee eessa jira?’jedhee Waaqayyo Qaayiniin gaafate.

 

Qaayin” Ani hin beeku. Obboleessa koo eeguuf dirqaman qabaa?” jedhee deebiseef.

Waaqayyo, “Cubbuu hojjechuu keetin obboleessa ajjeefte”, Qaayiniin jedhe.

: Kunoo biqilaawwan maasii kee keesssaa sirriitti hin guddatan. Bakka jireenyaa hin qabaattu. Bara jireenya kee isa hafe keessatti iddoodhaa gara isa kaaniitti adeemta” ittiin jedhe.

 

Kanaaf Waaqayyo Qaayiniif eegumsa gochuuf mallattoo itti tolche. Namoonni yommuu mallatticha argan Qaayiniin hin ajjeesan.

 

Waaqayyo Addaamii fi Hewwaaniif ilma an biraa kenneef. Maqaan isaa Sheet jedhama. Erga Sheet dhalatee, Addaam itti dabalee waggoota 800 jiraate. Inni ijoollee dhiiraa fi durboota hedduu qaba ture.

Addaam waggoo 930 jiraate.

Argitanii ijoolle,
👉Abeel garaa/onnee guutuudhaan waan gaarii ta'e Waaqayyoof aarsaa waan dhi'eesseef  Waaqayyo aarsaa isaa fudhate. Kanaafuu, aarsaan Waaqayyoof dhi'eessinu wanta hundumaarra gaarii ta'uu qaba, garaa/onnee guutuudhaan ta'uu qaba.
👉Qaayin hinaaffaadhaan obboleessa isaa ajjeese, hinaaffaan gaarii miti, irraa of eeggadhaa, cubbuurraa fagaadhaa.

Kutaa qu'annaa Kitaaba Qulqulluu 2Qor. 9:6-8 qu'adhaa.
 
#Gaaffii:
1.       Kennaa eenyuutu Waaqayyoon gammachiise?

Waaqayyo akka Qaayin obboleessa isaa ajjeesuu isaatiif qalbii jijjiiratee dhiifama gaafatu barbaade. Waaqayyo Qaayiniif eegumsa guchuuf maal hojjete?                                    

👇👇👇

Deebii keessan nuuf barreessaa! Namni barumsa shan wal duukaa ykn wal faana deebii sirrii deebiseef badhaasni kitaabaa qophaa'eera.

Guyyaa gaarii eebbaan guutuu isiniif haa ta'u!

http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool
''እነሆ፥ ልጆች የእግዚአብሔር ስጦታ ናቸው፥ የሆድም ፍሬ የእርሱ ዋጋ ነው።'' መዝሙር 127:3

''Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti, dhala godhachuunis bu'aa Inni namaaf kennuu dha.'' Faarf. 127:3

''Children are a heritage from the Lord, offspring a reward from Him.'' Psalm 127:3

Photo: EECMY Bethel Djemo Congregation
''Gara mana Waaqayyoo dhaqna!" yeroo anaan jedhanitti, ani nan gammade.'' Faarf. 122:1

'' ወደ እግዚአብሔር ቤት እንሄድ ባሉኝ ጊዜ ደስ አለኝ።'' መዝሙር 122:1

'I rejoiced with those who said to me, "Let us go to the house of the LORD."' Psalm 122 1

Photo: EECMY Nekemt Congregation
Forwarded from EECMY Youth Ministry
ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት
===Training-(Day 1)የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት

YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME

ለሁለት ቀናት በቆየው ስልጠና በአዲስ አበባ ከሚገኙት ሁለቱ ሲኖዶሶች: ማለትም ከማዕከላዊ ኢትዮጵያ ሲኖዶስ እና ከአዲስአበባ ሲኖዶስ ለተወጣጡ ቄሶች: ወንጌላውያን: የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች 'ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት'  በሚል ርዕስ በተለያዩ የቤተክርስቲያን አገልጋዮች እና ተጋባዥ እንግዶች ትምህርት ተሰጥቷል። መልካም የአምልኮ እና ህብረት እንዲሁም የምክክር ጊዜ ነበረን!
የሥራው ባለቤት እግዚአብሔር ይመስገን!

Sinoodosota lamaan Magaalaa Finfinneetti argaman irraa, waldoota garagaraarraa tajaajiltoota dhufaniif yeroo leenjii, yeroo barumsaa, yeroo waaqeffannaa, yeroo tokkummaa fi marii Waaqayyo nuuf kenne. Abbaa hojii kana hundumaa kan ta'e Waaqayyoof galanni haa ta'u! Ameen.
👇👇👇

📷 📽️ EECMY-YDCS Media Team (0911454205)
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool