EECMY Children Ministry: MY Sunday School
744 subscribers
894 photos
14 videos
169 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
የአዳምና የሔዋን ልጆች   (ዘፍጥረት 4)

👇👇👇
የአዳምና የሔዋን ልጆች   (ዘፍጥረት 4)
===
አዳምና ሔዋን ብዙ ልጆች ነበሩአቸው። የመጀመሪያዎቹ ልጆቻቸው ቃየልና አቤል ይባላሉ፡፡ ቃየል ባደገ ጊዜ ገበሬ ሆነ: አቤል ባደገ ጊዜ ደግሞ አርብቶ አደር ሆነ። አንድ ቀን ቃየልና አቤል ለእግዚአብሔር ስጦታ ይዘው መጡ ያመጡትን ስጦታ በመሠዊያ ላይ አድርገው አቃጠሉት። አቤል ለእግዚአብሔር ፍጹምና ምርጥ የሆነ በግ አመጣ: ቃየል ግን ያመጣው ምርጥ የሆነውን ምርት አልነበረም። ለእግዚአብሔር ያቀረቡትን ስጦታ በዚህ ሁኔታ ነበር ያቀረቡት፡፡ እግዚአብሔር በአቤል ስጦታ ደስተኛ ሆነ: ነገር ግን በቃየል ስጦታ አልተደሰተም። ቃየል አልታዘዘመና በዚህ የተነሳ ቃየል ተናደደ : በቅናትም ተነሳስቶ አቤልንም ገደለው፡፡

 

እግዚአብሔር ቃየልም ‹‹ ወንድምህ የት ነው?›› ብሎ ጠየቀው።ፐቃየልም ‹‹አላውቅም እኔ የወንድሜ ጠባቂነኝን?›› ሲል መለሰ። እግዚአብሔር ‹ኃጢያትን አድርገሃል ወንድምህንም ገለኽዋል›› አለው:: ‹‹ አሁን በሜዳህ ያሉ ተክሎች በጥሩ ሁኔታ አይበቅሉልህም መኖሪያ ቤትም አይኖርህም: በሕይወት ዘመን ሁሉ ከአንድ ሥፍራ ወደ ሌላ ሥፍራ ትቅበዘበዛለህ፡፡›› አለው።

 

ቃየንም እንዲህ አለ ‹‹ይህ ቅጣት እጅግ ከባድ ነው ያገኘኝ ሁሉ ይገድለኛል፡፡›› ስለሆነም ያገኘው ሁሉ እንዳይገድለው እግዚአብሔር ለቃየን ምልክት አደረገለት፡፡ እግዚአብሔር ለአዳምና ለሔዋን ሌላ ልጅ ሰጣቸው፡፡ ስሙም ሴት ይባላል ሴት ከተወለደ በኋላ አዳም ሌላ 800 ዓመታት ያህል ኖረ፡፡ እጅግ ብዙ ወንዶችና ሴት ልጆችም ነበሩት፡፡ አዳም በሞተበት ጊዜ እድሜው 930 ዓመት ነበር፡፡

ልጆች:
👉አቤል በሙሉ ልቡ ጥሩ የሆነውን: ከሁሉ የተሻለውን ስጦታ ለእግዚአብሔር አቀረበ: እግዚአብሔርም ተቀበለው:: ስለዚህ ለእግዚአብሔር ስጦታ ስናቀርብ በሙሉ ልባችን የተሻለውን ማቅረብ ይኖርብናል::
👉ቃየል በቅናት ተነሳስቶ ወንድሙን ገደለው: ከዚህም የተነሳ ተረገመ: ተቅበዥባዥ ሆነ። ስለዚህ ልጆች ቅናት መጥፎ ነው: ወደ ክፉ እርምጃ ይወስዳል: በእርግማንም ያንከራትታልና ከሀጢአት ተጠበቁ:: መልካምንም አድርጉ!

  #የመጽሐፍ ቅዱስ ጥናት ጥቅስ : 2ቆሮንቶስ 9:6-8 (ከወላጆቻችሁ/ከታላላቆቻችሁ ጋር አጥኑ)።

ጥያቄ

1.       እግዚአብሔር ያስደሰተው የማን ስጦታ ነው?

2.      እግዚአብሔር ቃየን ወንድሙን አቤልን ስለ ገደለው ይቅርታ እንዲጠይቅና ይቅርም እንዲባል ፈልጎ ነበር፡፡ እግዚአብሔር ቃየንን ለመጠበቅ ምን አደረገ?
3.   ከዚህ ክፍል ምን ተማራችሁ?

መልሳችሁን በሃሳብ መስጫ ቦታው ላይ ጻፉ! በተከታታይ የ5 ትምህርቶችን መልስ በትክክል ከመለሳችሁ የመጽሐፍ ሽልማት ይኖራችኋል።

መልካም እና የተባረከ ቀን ይሁንላችሁ!

http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool

 
Ijoollee Addaamii fi Hewwaan (Seera Uumamaa 4)

👇👇👇
Ijoollee Addaamii fi Hewwaan (Seera Uumamaa 4)
===
Addaamii fi Hewwaan ijoollee baay’ee qabu turan. Ijoolleen isaanii warri jalqabaa Qaayinii fi Abeel turan.

 

Qaayin guddatee qotee bulaa ta’e. Abeel yommuu guddate, tiksee horii ta’e.

Gaaf tokko Qaayinii fi Abeel kennaa Waaqayyoof fidan.  Iddoo aarsaa irratti kennaa isaanii guban. Kun akka isaan itti kennaa isaanii Waaqayyoof kennanii dha. Abeel hoolota isaa keessaa kanneen gaggaarii Waaqayyoof kenne. Qaayin garuu midhaan isaa keessaa isa gaarii Waaqayyoof hin kennine.

                                                                                                                        
Waaqayyo kennaa Abeeliitti gammade. Sababa inni isaaf hin abboomamneef, Waaqayyo kennaa Qaayinitti hin gammadne. Qaayin aaree Abeeliin ajjeese.

“ Obboleessi kee eessa jira?’jedhee Waaqayyo Qaayiniin gaafate.

 

Qaayin” Ani hin beeku. Obboleessa koo eeguuf dirqaman qabaa?” jedhee deebiseef.

Waaqayyo, “Cubbuu hojjechuu keetin obboleessa ajjeefte”, Qaayiniin jedhe.

: Kunoo biqilaawwan maasii kee keesssaa sirriitti hin guddatan. Bakka jireenyaa hin qabaattu. Bara jireenya kee isa hafe keessatti iddoodhaa gara isa kaaniitti adeemta” ittiin jedhe.

 

Kanaaf Waaqayyo Qaayiniif eegumsa gochuuf mallattoo itti tolche. Namoonni yommuu mallatticha argan Qaayiniin hin ajjeesan.

 

Waaqayyo Addaamii fi Hewwaaniif ilma an biraa kenneef. Maqaan isaa Sheet jedhama. Erga Sheet dhalatee, Addaam itti dabalee waggoota 800 jiraate. Inni ijoollee dhiiraa fi durboota hedduu qaba ture.

Addaam waggoo 930 jiraate.

Argitanii ijoolle,
👉Abeel garaa/onnee guutuudhaan waan gaarii ta'e Waaqayyoof aarsaa waan dhi'eesseef  Waaqayyo aarsaa isaa fudhate. Kanaafuu, aarsaan Waaqayyoof dhi'eessinu wanta hundumaarra gaarii ta'uu qaba, garaa/onnee guutuudhaan ta'uu qaba.
👉Qaayin hinaaffaadhaan obboleessa isaa ajjeese, hinaaffaan gaarii miti, irraa of eeggadhaa, cubbuurraa fagaadhaa.

Kutaa qu'annaa Kitaaba Qulqulluu 2Qor. 9:6-8 qu'adhaa.
 
#Gaaffii:
1.       Kennaa eenyuutu Waaqayyoon gammachiise?

Waaqayyo akka Qaayin obboleessa isaa ajjeesuu isaatiif qalbii jijjiiratee dhiifama gaafatu barbaade. Waaqayyo Qaayiniif eegumsa guchuuf maal hojjete?                                    

👇👇👇

Deebii keessan nuuf barreessaa! Namni barumsa shan wal duukaa ykn wal faana deebii sirrii deebiseef badhaasni kitaabaa qophaa'eera.

Guyyaa gaarii eebbaan guutuu isiniif haa ta'u!

http://www.mysundayschool.org
https://t.me/MYSundaySchool
''እነሆ፥ ልጆች የእግዚአብሔር ስጦታ ናቸው፥ የሆድም ፍሬ የእርሱ ዋጋ ነው።'' መዝሙር 127:3

''Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti, dhala godhachuunis bu'aa Inni namaaf kennuu dha.'' Faarf. 127:3

''Children are a heritage from the Lord, offspring a reward from Him.'' Psalm 127:3

Photo: EECMY Bethel Djemo Congregation
''Gara mana Waaqayyoo dhaqna!" yeroo anaan jedhanitti, ani nan gammade.'' Faarf. 122:1

'' ወደ እግዚአብሔር ቤት እንሄድ ባሉኝ ጊዜ ደስ አለኝ።'' መዝሙር 122:1

'I rejoiced with those who said to me, "Let us go to the house of the LORD."' Psalm 122 1

Photo: EECMY Nekemt Congregation
Forwarded from EECMY Youth Ministry
ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት
===Training-(Day 1)የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት

YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME

ለሁለት ቀናት በቆየው ስልጠና በአዲስ አበባ ከሚገኙት ሁለቱ ሲኖዶሶች: ማለትም ከማዕከላዊ ኢትዮጵያ ሲኖዶስ እና ከአዲስአበባ ሲኖዶስ ለተወጣጡ ቄሶች: ወንጌላውያን: የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች 'ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት'  በሚል ርዕስ በተለያዩ የቤተክርስቲያን አገልጋዮች እና ተጋባዥ እንግዶች ትምህርት ተሰጥቷል። መልካም የአምልኮ እና ህብረት እንዲሁም የምክክር ጊዜ ነበረን!
የሥራው ባለቤት እግዚአብሔር ይመስገን!

Sinoodosota lamaan Magaalaa Finfinneetti argaman irraa, waldoota garagaraarraa tajaajiltoota dhufaniif yeroo leenjii, yeroo barumsaa, yeroo waaqeffannaa, yeroo tokkummaa fi marii Waaqayyo nuuf kenne. Abbaa hojii kana hundumaa kan ta'e Waaqayyoof galanni haa ta'u! Ameen.
👇👇👇

📷 📽️ EECMY-YDCS Media Team (0911454205)
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool