#Abbaan koo kutaa tokkollee hin baranne garuu

#Saayikoloojiidhaan baay'ee cimaadha!


Yeroo hunda ganama wayita hirribaa ka'u;"Guyyaan har'aa guyyaa baay'ee gaariidha "jedha. Kun bartee isaati. Yeroo namoonni waantota badaa abdii isa kutachiisan itti himanis;

"Ani #abdiin qaba "jedha.

https://t.me/joinchat/VN_ccHy2Fj50kaT
#Hanga Jirrutti abdiin jira!

#Yeroo baay’ee, jireenya keenya keessatti wantoota abdachaa turree fi seenaa jireenya keenyaa ni jijjiira jennee yaanne kan nuuf hin milkoofne jiru. #Kanaaf abdii kutannee dhaabachuu yoo eegallee fi jireenyi haaraan akka jiru yoo nuuf hin galle inumaayyuu dhaabachuufi kufuu ta'a. #Garuu hanga ilmi namaa lubbuun jirutti yeroo hunda karaan jira!

#Abdiin hanga nuti duunutti hin duutu!

Yeroo gammachiisaan isiniif hawwa!!!