Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa official)
#Odeeffannoo Sobaa irraa of eegaa kana malees #Application Nagahee sobaa hojjetu waan jiruuf yeroo Bittaaf gurgurtaa Raawwattan illee maallaqni isiniif galuu dursitaanii qulqulleeffachuu qabdu. Fknf Nagaheen armaan gadii Kan sobaa ykn Fake dha.