#Abbaan koo kutaa tokkollee hin baranne garuu
#Saayikoloojiidhaan baay'ee cimaadha!
Yeroo hunda ganama wayita hirribaa ka'u;"Guyyaan har'aa guyyaa baay'ee gaariidha "jedha. Kun bartee isaati. Yeroo namoonni waantota badaa abdii isa kutachiisan itti himanis;
"Ani #abdiin qaba "jedha.
https://t.me/joinchat/VN_ccHy2Fj50kaT

Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
#Hanga Jirrutti abdiin jira!
#Yeroo baayβee, jireenya keenya keessatti wantoota abdachaa turree fi seenaa jireenya keenyaa ni jijjiira jennee yaanne kan nuuf hin milkoofne jiru. #Kanaaf abdii kutannee dhaabachuu yoo eegallee fi jireenyi haaraan akka jiru yoo nuuf hin galle inumaayyuu dhaabachuufi kufuu ta'a. #Garuu hanga ilmi namaa lubbuun jirutti yeroo hunda karaan jira!
#Abdiin hanga nuti duunutti hin duutu!
Yeroo gammachiisaan isiniif hawwa!!!