#Waantota kana sadaniin of hin dhiphisinaa
#1ffaa. #Seenaa keessan isa darbe yaaduun of hin dhiphisinaa. Sababni isaas kan darbe darbeera deebi'ee hin dhufu.#fkn kisaaraa, gargaarsa dhabuu, rakkachuu, hidhamuu, hojiirraa gaggeeffamuu, gadda ulfaataa...isin mudatee darbe.
#2ffaa. #Waa'ee gara fuulduraa yaaduun hin dhiphatinaa. Sababni isaan fuulduratti maaltu akka nu mudatu, eebba, rakkina gadda gammaachuu ta'uun isaa icciitiidha.
#3ffaa. #Ofii keenya namoota biraa wajjin dorgomsiisuu dhiisaa. Sababni isaas akkaataan ati itti uumamte nama kamirraayyuu adda, kaayyoon ati uumamteefis kan nama kamiirraayyuu adda. #Ati nama addaati. Hundi keenyayyuu dandeettii fi kennaa addaa addaa qabna.
# Addunyaa kanarra Namni guutuunis namni duwwaanis hin jiru. Of ta'ii jiraadhu!
👇👇👇👇👇
@Saayikoloojii

#Oolmaa hin dagatin!
(#Don't forget the favor!)
#Jireenya kee keessatti namoonni gatii guddaa(qaalii) siif kanfalan eenyu fa’i? Uumaa kee gaditti bakka amma jirtutti akka argamtu eenyutu gahee guddaa siif taphate?
#Fkn haadha, abbaa, obboleessa ,obboleettii, fira dhiyoo ykn immoo hiriyaa icciitii ykn nama humaa sirraa hin qabne orma ati akka tasaa barte ta'uu danda'u
#Namoota sanaaf gatii oolmaa isaanii deebisuun yoo sitti ulfaatellee ykn hin dsnda'amnellee, hamma dandeessu jaalalaa fi kabaja kenniif! Akka jaalattuu fi kabajju itti himi!
#Warra kabajni maluuf haa yaadannu!
👇👇👇👇👇👇