#Hin danda'u hin jedhiin!!!
#Ati nama fakkeenya Waaqayyoon Uumamtedha waanti ati gochuu hin dandeenye tasumayyuu hin jiru.
Bifa Waaqayyoon uumamuun kee Qofti Ibsituu akka ati waan hundumaa dandeessuuti. Yoo xiqqaate karaan ani ittiin hin dandeenye natti hin mulβatu jedhi yeroo sana Uumaan kees si wajjini. Yeroosaatti hundumtuu ni mulβata!
#Join and #Share
πππππππππ
https://t.me/Bedadina

#Ofii kee Ofdhuunfadhu!
#Akkamitti?
#Gamoo dhuunfaa kee qabaachuu caalaa Eenyummaa siin dhuunfatame qabaachuutu caala!
#Carraan ati amma qabdu kan guddinaati malee kan badiinsaa miti!
#Hin danda'u hin Jedhiin tasumaa!!!
#Join the following channels
ππππππππ
https://t.me/Bedadina
https://t.me/Saayikoloojii

Telegram
π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α )
https://t.me/Bedadina
https://www.youtube.com/@abeemedia12
https://www.youtube.com/@yerotube1219
#Yaadaafi gaaffii Yoo qabaattan
@Yeroosan_bot
https://www.youtube.com/@abeemedia12
https://www.youtube.com/@yerotube1219
#Yaadaafi gaaffii Yoo qabaattan
@Yeroosan_bot
#Nama #Cimaa #Ta'i
#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!
#Share and #Join

#Xiyyeeffannaan Kee si murteessa!!!
#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!
#Waan dubbiftaniif #Galatoomaaπππ
#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!
#Join and #share
ππππππ

#KARAA MILKAAβINAA/#THE WAY TO SUCCESS
Addunyaa kanarratti namootni jireenya isaanii keessatti
milkaβaan jedhaman amaloota wal isaan fakkeessu hedduudha
qabu. Amalootni isaan wal fakkeessu kunneen iccitii milkaβinaa
akka taβanis irratti walii galama. Kanaaf mee iccitii milkaβinaa
kanneen 1,2β¦jenne haa kafnu;irraas haa barannu:
1.#Namootni milkaβan ofitti amanu
Jireenya keessan keessati waan abjootan milkeessuu yoo
barbaadan; abjuu keessan galmaan gahuu akka dandeessan
onnee keessaniin amanuudha qabdu. Ofitti amanuun kan
wajjiin dhalanne osoo hin taane filannoo keenyaan kan
dhufuudha. Namootni milkaawan jedhaman iccitii milkaaβina
isaanii yoogguu dubbatan yoo dhageessan taβe milkaaβina
isaaniif sababni guddaan βwanti hunduu ni dandaβama !β
Jedhaanii waan amananiif malee kennaa addaa wajjiin waan
dhalataniif akka hin taane himu. Jabaadhee waanan dubbiseef,
hojjadheefβ¦.bakkan haraβa jiru gahe siin jedhu. Atis bakka
yaadde gahuu akka dandeessu laphee keen amani.
#2.#Namootni milkaβaan kaayyoo qabu.
Hundi keenya uumamaan Sammuu waa kaayyeessuu dandaβu
qabannee dhalanna. Yoo sammuu keetti waa kaayyeffatte
bakka yaade gahuuf halkaniif guyyaa carraqxa. Kaayyoon
sammuu kee kessatti jiru humna siif taβa; buβaa baβii jireenya
keessatti gufuun yoo si muuddata akka laayyooti akka hin
kufne ; yoo kuftes kuftee akka hin hafne; miixxattee akka
kaatu;akka abdii hin kutanne humna sitti hora.
#3. #Namootni milkaaβan tarkaanfi tokko ful-duratti tarkaanfatu
Namootni milkaβan kan namootni eeganin alatti dhimma
bobaβan irratti cimsanii hojjatu. Barataa yoo taβe haala gaariin
qoβachuu; daldalaa yoo taβe ammoo maamiltoota Isaa haala
kamiin qabuun akka irra jiraatu ni beeku.
#4. #Namootni milkaβan tarkaanfii fudhatu.
Namootni milkaβan iccitii tokko beeku β Addunyaa kanarratti
tattaafii malee buβaan argamu akka hin jire; No gain without
painβ jedhaniti amanu. Kanaaf bakka yaadan gahuuf sadarkaa
garagaraatti murtii dabarsu/tarkaanfii fudhatu. Bakka yaadde
gahuu yoo barbaadde afaaniin qofa haasaβuu hin qabdu;bakka
yaadde kan si qaqqabsiisu tarkaanfii tokko tokko
fudhachuudha qabda. Fkn barataa ciimaa taβuu akka barbaadu
odeessuu osoo hin taane hojiitti seenuu qabdaβ¦cimsitee
qoβachuu !!
#5. #Namootni milkaβan kanneen biroo jajjabeessuu jaalatu!
Milkaβina jireenyaa yoo barbaadde iddoo oolmaa keeti
namoota jiraan kan sii oliis haa taβan kan sii gadii waan gaarii
isaan hojjataan hangamiyyuu xiqqa haa taβu dinqisiifadhuuf ykn
jajjabeessi. Namni dinqisiifatamuu jibbu hin jiru.Kana gochuu
keetiif ammoo wanti kaasartu tokkoyyu hin jiru; buβa garuu ni
argata: isaan jajjabeessuu keef sitti gammadu ;ofii kees ni
gammada. Nama wajjiin wal-qunnamtii gaarii horatta.Namoota
wajjiin walqunnamtii gaarii yoo qabaate jaalalaa fi kabajaa
argata.kun ammoo karaa biraan ofitti amantaa kee siif
dabala.Kanarra darbee ammoo namootni waliin hojjatu
kunneen kayyoo kee hubbachuun galma akka geessuu si cinaa
dhaabbatu/si tumsu/
Maarree amaloota namoota milkaβanii kanneen jireenya
Keenya keessatti shaakaluun milkaβinaaf haa hojjannu!!!
#JOIN AND #SHARE
πππππππ
https://t.me/joinchat/bKDwTwVcntAyYmJk

#Bakka #Yaadde Sana!
#Bakki yaadde sun #eessa?
#Bakka yaadde sana jechuun galma jireenya keetii jechuudha Jireenya kee keessatti milkaa'ina feete bira ga'uudhaaf tarkaanfin ati jalqaba fudhachuu qabdu galmakee adda baastee beekuudha. #Galma jireenyakee erga adda baaftee beektee booda, galmakee milkeessuuf qophii gochuudha. #Milkaa'ina gonfachuudhaaf galma ofii adda baasanii beekuun bu'uura ta'us galma ofii beekuun qofti ga'aa miti. #Galma jireenya kee beekte jechuun ni milkoofte yookaan bakka yaadde sana geesse jechuu miti. #Bakka deemuu feetu erga beektee booda bakka sana akkamiin akka deemtee ga'uu dandeessu sammuu kee keessatti beekuun barbaachisaadha. #Namni daandii dheeraa imalu tokko jalqaba bakka deemu sirritti adda baafata. #Bakka deemu erga adda baafatee boodas, bakka sana akkamiin akka deemu karoorfata. #Atis galma jireenya kee erga adda baafattee booda galma kee biras akkamiin akka geessu karoorfachuu qabda. #Namootni baay'een milkaa'ina jireenya isaaniif galma ni baafatu. Garuu galma isaanii kana bira utuu hin ga'in hafu. Maaliif? Sababnisaa hawaasa keessa jiraatan yookaan nama waliin jiraatan ilaalanii fakkaachuuf yookaan akka ebaluu ta'uuf galma waan baafataniif. Kana jechuun baay'een keenya galma keenya maatii yookaan hawaasa keessa jiraannurraa arganna.Galmi sirrii garuu keessa keetii madduu qaba. #Namootni waan barataniif hin baratin! Maaliif akka barattu galma dhuunfaa kee sammuu kee keessatti ilaalaa baradhu! #Namootni daldalaniif hin daldalin! Hojii daldalaan eessa ga'uu akka feetu ilaalaa daldali! Walumaagalatti, waan hojjettuuf galma qabaadhu malee namni biraan hojii ati hojjechaa jirtuun waan milkaa'eef yookaan maatiin kee akka atΓ hojicha hojjettu waan barbaaduuf hin hojjetin! Kunis kan ta'u galmi kee keessa keetii kan madde yoo ta'edha. #Galmikee keessa keetii madde taanaan galmakeef jaalala dhugaa qabaatta. #Milkaa'uudhaaf galma keef jaalala dhugaa qabaachuu qabda. Galma keef jaalala dhugaa qabaachuun jireenyi bitaa akka sitti hin galleef si fayyada. #Fakkeenyaaf maatiin kee daldaltee maallaqa hedduu akka horattu fedhu ta'a. #Atimmoo ogeessa muuziqaa beekamaa/tuu ta'uu feeta ta'a. Sababoota akkanaaf kanneen biroon baay'een keenya yeroo hedduu dhiibbaa maatii fi hawaasaan waan ta'uu hin feene ta'uuf carraaqna. Kanarraan kan ka'es yaadaafi qalbiin keenya bittinnaa'ee gara itti gorru wallaaluun jireenya bitaa gale jiraanna. #Jalqabuma ogguu galmakee baafattu nama dhaggeeffachuu dhiistee keessa kee yoo dhaggeeffatte garuu gufuun akkanaa si hin mudatu. #Galmi kee dhugumaan keessa keetii kan madde taanaan namootni yaadota akkamii dhi'eessaniyyuu galma keerraa boodatti deebi'uuf tasumaa shakkiin keessa keetti hin uumamu. Galma baafatte kamiiniyyuu milkeessuu ni dandeessa. Garuu ogguu galma kee baafattu maal gochuu akka dandeessuufi hin dandeenye sirriitti xiinxalii baafadhu! Akkana goonaan humna dhokataa keessakee jiru kan bakka feete sana si geessu waan argattuuf gammachuun tarkaanfii eegalta. #Galma kee yeroo baafattu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchi!
#itti fufa...
#Maddi Kitaaba Saayikolojii Bakka yaadde sana jedhu(#Warquu #Guddinaatiin)
#Join and #Share godhaa!!!!

Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
#Namni Hunduu waan mataa isaa qaba!
#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu miti. #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti. #Yoomiyyuu taanaan ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu. #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne! #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!
#Yeroo gaarii isiniif hawwina!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
πππππ
@Bedadina
@Saayikoloojii
@Dujabewa

#Maallaqni rakkoo Maallaqaa hin furu?
#Maaltu Furaree?
#Yeroo dhiyootti nu eegaa!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
ππππππ
π@Bedadina
#Maaltu Furaree?
#Yeroo dhiyootti nu eegaa!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
ππππππ
π@Bedadina
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
#Dudhaalee Jireenyaa
πPrinciples of Life
α¨α ααα΅ αααα½
1.Of Fudhachuu(simachuu)
πSelf Acceptance
α«α΅α ααα α
2.Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
π Living for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
3. Dorgommii irraa fagaachuu
πLiving for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
πPositive Thinking
αα αα°α₯
5. Barachuuf fedhii qabaachuu
πBeing willing to learn
αααα ααα°α ααα
6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
πWalking with wisdom
α α₯α α₯ ααααα΅
7. Gamna(qaxalee) Ta'uu
πBeing Intelligent
α₯αα ααα
8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
πTaking no offence easily
α ααα α αααα¨α
9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
πLeading a life with gratitude
α¨αα΅αα α ααα΅ ααα
10. Waan gaariidhaaf(Fooyya'aadhaaf) deemuu
πGoing for the best
ααα‘α αααα
11. Yeroo hubachuu
πUnderstand the timing
αααα ααα
12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu
π Accept what you can't change
αααα₯ α¨ααα½αα΅α ααα α
13. Waraana kee filadhu
π Chose your Wars
α¨αααα΅α α¦ααα΅ ααα¨α₯
14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu
πForgiving all and avoiding vengeance
ααα αα α ααα΅α α ααα αα°α
15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu
πPreserve in suffering
α αα¨α« αα΅α₯ αα αα΅
16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu
πPure joy and rest
ααα α°α΅α³α α₯α¨αα΅
17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu
πValue inner beauty
ααα΅α₯ αα α΅ αα αα΅α α΅
18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu
πBeing humble and not despising others
α΅αα΅ αααα ααα½α α αααα
19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu
πBeing disciplined in life
α α΅α α΅αα α΅ ααα
20. Kennuu fi fudhachuu baruu
πGiving and receiving
αα΅α α΅α ααα α
21. Onnee kee hordofi.
πFollow your heart (Instinct)
αα₯α αα¨α°α
22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu
π Give due honor
αα₯α αααα£α αα₯α αα΅α α΅
23. Cimanii kadhachuu
πPray seriously
α°ααΆ αααα
24. Seenaa hojjechuuu, yaadannoo(ashaaraa) kaa'anii darbuu
πMake history, leave legacy
α³αͺα αα΅α«α΅ α α»α« αα°α
#Maddi @Dr. Wadaajeneey Mehaareneh MD, MA, MSc, MA
#Afaan Oromootti hiikee barreeffamaan kan Qindeessee dhiyeesse Abarraa Naggasaa Bsc, BA
#Join godhaa nu hordofaa πππ
π @Bedadina
π @Saayikoloojii

#Qeeqxoota keessoo
#Qeeqxonni keessoo keetii, dadhabinaa fi hanqina kee qofa komachuu gaafa jalqaban, murtii isaanii guutuumaan guututti fudhachuun miira ofitti amanamummaa kee ajjeesa.
#Qeeqxonni keessoo kee namni si kabaju, si jaalatu akka hin jirre yeroo sitti himuu jalqaban, ati ammoo of jaallachuun kee qofti hunda caalaa barbaachisaa akka taβe of yaadachiisi.
#Ofitti Amanamummaa kee gabbisuuf dursa ati of hubachuun furtuu siif taβa.
#Afaan dadhabinaa qofaan ofitti dubbachuun kee, jireenya hawaasummaa keessatti humni hamma isaa si miidhuu hin jiru.
#Kanaaf qeeqni keessa keetii karaa dadhabinaa qofarratti tahuu hin Eeyyaminiif. #Karaa ciminaa fi bilchina kee irrattiis akka taβu taasisi.
#Ofitti amanamummaan kee murtee qeeqa keessa keetiin gabbata ykn duβa. #Kanaaf qeeqa keessoo kee sirreessi.
#Join
π
@Bedadina π

#Kutannoo
#Injifachuuf utuu hin kutatiin waraanaatti seenuun balaa fida.
#Dharraa yookiin hawwiin waa hojjechuu keessa keenya jiru motoorii makiinaa wajjin wal fakkaata. Kutannoon immoo ibidda garaa keessaa dharraaf humna kennuudha. Humni humna irra caalu addunyaa kana irra jiru dhiibbaa tokko malee waa hojjechuf fedhii ati (will power) qabduudha. #Bakka kutannoon jiru mo'ichi/injifannoon mirkanaa'aadha.
#Jireenya keessatti kan argannu waan hawwinu utuu hin ta'in argachuuf kutannee waan hojjenneedha. #Hundumti keenya hawwii qabna. Hawwiin keenya lakkoofsi isaa hanga hin qabu. Garuu waan hawwine kana argachuuf kutannoodhaan kan hojjetu yookiin kan carraaqu nama meeqaa? Dhugaa isaa dubbachuuf lakkoofsi keenya xiqqoodha. Kaan keenya waan hawwine sana argachuuf ifaajjii isaa yaaddofnee hamleen keenya bushaa'ee jira. Kutannoo jechuun gonkumaa harka kennuu dhabuudha. Kutannoo jechuun ifaajjii kiyya addaan hin kutu jechuudha.
#Hubadhu: Sangaan coomaa waan ta'ef isa qallicha hin mo'u. Humna isaan qabantu murteessa. Waan tokko xinnoodhuma tuttuqxee seenaa hojjechuu hin dandeessu.
#Waan hundumaa keessatti milkaa'inni aarsaa qabatamaan namni tokko baasuuf kutate irratti hundaa'a. Fedhii qabduf aarsaa baasuuf qophaa'aa miti taanaan kan si'eeggatu kufaatiidha. #Akka kompaasii kallattii agarsiiftuu kutataa ta'i. Ati kallattii feeteetti marfattus fixeen kompaasiittii garuma kaabaa agarsiiftu. #Waanti fedhee isa danqullee akkuma kompaasii kallattii agarsiiftu kana namni kutataan galma isaa ga'uf carraaqqii isaa addaan hin kutu.
#Kutannoo qabda taanaan bakka hawwite ooltee bultee ni geessa!
#Atis Injifachuu ni dandeessa!(#Damma #Daamuu)
#Galattoomaa πππ
#Join and #Share
π@Saayikoloojii.π @Bedadina

#Nama Si Miidhee #Deeme...
#Nama Si miidhee deemeef hin boo'in, Akkas jedhiin malee Nama Si Caalu akkan Barbaaddadhuuf Waan Carraa naa kenniteef Galatoomi jedhiinπππ
πππππ #Join godhaa
@Saayikoloojii
#Nama Si miidhee deemeef hin boo'in, Akkas jedhiin malee Nama Si Caalu akkan Barbaaddadhuuf Waan Carraa naa kenniteef Galatoomi jedhiinπππ
πππππ #Join godhaa
@Saayikoloojii
#Namni Hunduu waan mataa isaa qaba!
#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu miti. #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti. #Yoomiyyuu taanaan ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu. #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne! #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!
#Yeroo gaarii isiniif hawwina!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
πππππ
@Saayikoloojii
#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu miti. #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti. #Yoomiyyuu taanaan ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu. #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne! #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!
#Yeroo gaarii isiniif hawwina!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
πππππ
@Saayikoloojii
#Xiyyeeffannaan Kee si murteessa!!!
#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!
#Waan dubbiftaniif #Galatoomaaπππ
#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!
#Join and #share
ππππππ
@Saayikoloojii
#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!
#Waan dubbiftaniif #Galatoomaaπππ
#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!
#Join and #share
ππππππ
@Saayikoloojii
π#Haalota Baay'ee #Rakkisooππββπββπββπββπββπββπββπββπββπββπββ
#Haalonni mul'ata Keenyaaf baay'ee rakkisoo ta'an muraasni:
1. #Ofitti abdii kutachuu
2. #Waan xiqqoon gammaduu fi waan xiqqoon ofitti aaruu
3. #Yaada namootaan oofamuu fi yaada namootaan of murteessuu
4. #Wantoonni ati yaadde gaafa akka ati yaaddeetti deemuu dhiisu
5. #Karoora keef qarshii isaaf barbaachisu gaafa of harkaa dhabdu
6. #Wanti ati baratteefi wanti ati hojjettu gaafa waldhabu.
7. #Barattee hojii dhabuu
8. #Jireenyaan of dadhabuu
9. #Jireenyi mana keessaa faallaa mulata keem sitti ta'uu
10. #Namoonni si hubachuu dhabuu
11. #Dhukkuba fi balaa hin yaadamneef saaxilamuu
12.#Osoo waan qabatamaa hin hojjetin umrin sijalaa deemuu
13. #Dhala dhabuu
14. #Siyaasaan adabamuu
15. #Biyyaa ba'uu
16. #Garee ta'een dhiibamuu
17. #Araadaan rakkachuu
18. #Arraba namootan dararamuu
19. #Namootaan ganamuu
20. #Hojirraa hin dandeessu jedhamtee geggeeffamuu
21. #Waan nyaattuu dhabuu fi gargaarsa dhabuu fi kkf
#Kanneen armaan olitti tarreefffaman kun wantoota baay'ee rakkisoo fi mul'ata keenyatti gufuu ta'uu danda'aniidha.
@Saayikoloojii #Join #Share gochuun nu hordofaa!!!

πββπββπββπββπββπββπββπββ
#Kufuu Fi Ka'uu
#Ilmaan Namaa Gidduutti garaagarummaa Kan uumu kufuu isaanii miti;Kufanii achumaan #hafuu Fi deebi'anii #Ka'uu isaaniiti.
#Yaa Qomoo koo! yoo kufte Addunyaa kana irraa ati nama yeroo jalqabaaf kufte miti. Miliyoononni kufaniiru. #Warri Kufanii ka'an seenaa hojjetu; isaan achiin hafan immoo sammuu seenaa keessaa irraanfatamaniiru. #Kanaaf atis akkuma namoota Kufanii ka'anii seenaa hojjetanii kuftee kaatee siidaa seenaan ittiin si yaadachaa hafu ijaartee darbuuf carraa qabda.
#Joinπππ
@Saayikoloojii
#Kufuu Fi Ka'uu
#Ilmaan Namaa Gidduutti garaagarummaa Kan uumu kufuu isaanii miti;Kufanii achumaan #hafuu Fi deebi'anii #Ka'uu isaaniiti.
#Yaa Qomoo koo! yoo kufte Addunyaa kana irraa ati nama yeroo jalqabaaf kufte miti. Miliyoononni kufaniiru. #Warri Kufanii ka'an seenaa hojjetu; isaan achiin hafan immoo sammuu seenaa keessaa irraanfatamaniiru. #Kanaaf atis akkuma namoota Kufanii ka'anii seenaa hojjetanii kuftee kaatee siidaa seenaan ittiin si yaadachaa hafu ijaartee darbuuf carraa qabda.
#Joinπππ
@Saayikoloojii
#Nama #Cimaa #Ta'i
#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!
#Share and #Join
πππππππππ
https://t.me/Saayikoloojii
#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!
#Share and #Join
πππππππππ
https://t.me/Saayikoloojii
#Deebitee Ni Kaata!
#Waantonni humna kee ol yoo ta'an dhaabbachuun Afuura galfattee dadhabbina kee sakattaata. Kan dhaabbatteef waan mo'amteef dhiisuuf miti. Humnaa fi cimina ajaa'ibaan deebitee ka'uufi malee.
#Gareen(Kilabiin) yeroo heddu #Waancaa fudhatuyyuu yeroo tokko tokko ni mo'ama. Yeroof gadi jechuun dirqama. #Qomoo koo of sakattaβuuf yoo yeroo itti fudhatte gadi jettee hin haftu amani!!!!
#Join godhi
ππππππ
https://t.me/Saayikoloojii
https://t.me/boost/Saayikoloojii
#Waantonni humna kee ol yoo ta'an dhaabbachuun Afuura galfattee dadhabbina kee sakattaata. Kan dhaabbatteef waan mo'amteef dhiisuuf miti. Humnaa fi cimina ajaa'ibaan deebitee ka'uufi malee.
#Gareen(Kilabiin) yeroo heddu #Waancaa fudhatuyyuu yeroo tokko tokko ni mo'ama. Yeroof gadi jechuun dirqama. #Qomoo koo of sakattaβuuf yoo yeroo itti fudhatte gadi jettee hin haftu amani!!!!
#Join godhi
ππππππ
https://t.me/Saayikoloojii
https://t.me/boost/Saayikoloojii
#Xiyyeeffannaan Kee si murteessa!!!
#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!
#Waan dubbiftaniif #Galatoomaaπππ
#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!
#Join and #share
ππππππ
https://t.me/Saayikoloojii
#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!
#Waan dubbiftaniif #Galatoomaaπππ
#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!
#Join and #share
ππππππ
https://t.me/Saayikoloojii
Telegram
Kitaabota Saayikoloojii Irraa
https://t.me/Saayikoloojii
https://t.me/Bedadina
https://www.youtube.com/@abeemedia12
https://t.me/Bedadina
https://www.youtube.com/@abeemedia12