Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa)
#Bara 2015tti darbuu kan #dadhaban!
#Obboleessa koo Baga Geesse!! Obboleettiin koos Baga ittiin si gahe!!
#Hundi keenya har'a gahuu keenyaaf carraqabeessadha! #Waggaa darbe kana kan hin qaxxaamurree fi kan awwaalamaniifii awwaala kabajaa illee kan hin argane hedduudha.
#Dhugaan isinitti hima #har'uma kana #ollaa kootii namni #lubbuun isaa boqotee boru awwaalamu jira. Kana jechuun namni kun bara 2014 boqotee bara 2015 awwaalama jechuudha😭😭😭
#Nuuf Garuu barri kun waan barbaannu akka taanuuf, kaayyoo akka qabaannuuf, jaalala akka qabaannuuf, gaa’ila akka qabaannuuf, ijoollee akka horannu, qabeenya akka qabaannuuf, gammachuu fi quufa akka qabaannuuf nuuf dabalameera. #Barri kun kan keenyadha! #Uumaa keessan galateeffadhaa🙏🙏🙏
Bara ajaa'ibaa isiniif hawwina
@Bedadina
@Saayikoloojii