π#Of ta'i!
πNamni akka namaa hiyyeessa nama hunda gammachiisuuf yaalu hin jiru. Keessattuu yaada namootaa akkuma gadi sitti bu'etti yoo fudhatte yeroo kee qisaasessaa jirta.
πNama dhaggeeffattu filadhu. Nama si hin caalle hin dhaggeeffatin! #Abjuu kee guddaa yeroo itti himtu ''Inni maraateera, calliseetuma hawwii qofaan mirqaana" siin jedha. Yeroo #milkooftu "Carraa(tolcha) qabda" jedha. Yoo ati hin milkoofne "Ani duraan sitti himeen ture" siin jedha... Yaa qomoo koo maaf isa dhaggeeffachaa jirtaree?! #Of ta'i!
Halkan gaariin isiniif hawwa!πππ
https://t.me/Bedadina

Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
#Of eeggannoof οΈ
Telegram keessan gowwoomsitoota irraa eegaaπ΅
#Telegram irratti link cutt.ly ykn bit.ly irraa eegalu kamuu nama kamirraayyuu yeroo isin qaqqabu hin baninaa sababni isaas vaayirasiin dhiheenya kana dhufee chaanaalii isin subscribe gootanii join gootan hunda guutummaatti haqee , akka haaraatti akkaawuntii banaa isiniin jedha.Kun waan of eeggannoo guddaa barbaadudha.
πLink akkanaa maqaa namoota beektun siif ergamuu danda'a, garuu gonkumaa hin banin.
πAkkasumas akkaawuntii keessan hackers irraa qusachuuf jecha password yaadattan Two-Step Verification banadhaa!
@Bedadina

#Of kabaji!
#Kabajni namoonni siif kennan kabaja ati ofiif kennitu hin caalu. #Kanaaf namoonni akka si kabajan yoo barbaadde dursa of kabaji; Of
dagataa/ttuu hin ta'in !
#Namoonni ati dinqisiifattu fi kabajju maal hojjechaa akka jiran ilaali, ykn amala isaanii isa gaarii illee hati. "Aartistoonni gaariin ni fakkeessu, garuu kan hundarra gaariin hatu" #Paabloo Piikaasootu akkas jedha.
ππππ
@Saayikoloojii
#Respect yourself!
#The respect people give you is no greater than the respect you give yourself. Therefore, if you want people to respect you, first respect yourself; Don't be careless!
#Look at what the people you admire and respect are doing, or even steal their best habits. Pablo Picasso tells us, "Good artists imitate, but the best steal."
πππππ

#Of Ilaali isuma kaleessaa ofirratti hin ilaaliniitii!
#Eenummaa keessa kee jiru kan fayyadamuu danda'u si qofadha!
#Dhalachuun kee dogoggora hin qabu.
#Hojii kam keessattiyyuu murteessaan ilaalcha keeti!