#Daandii #Milkaa'inaarra #Deemi!
#Daandii milkaa'inaa jechuun maal jechuudha? Daandii milkaa'inaa jechuun daandii gara galmakeetti si geessu jechuudha. Qajeeles jal'ates daandiin gara bakka yaadde sanaatti si geessu daandii milkaa'inaati. Kanaaf bakka yaadde ga'uuf daandii milkaa'inaarra deemi. Daandii milkaa inaa kanasgalmakeeirratti hundooftee filatta. Daandiin waan jajal'ateef hin dhiistu, waan qajeelaa ta'eefis irra hin deddeebitu. Daandii irra deemtu kan murteessu qajeeluma yookaan jal'ina daandii osoo hin taane galmakee yookaan bakka deemuu feetudha. Namni Wallagga deemuu barbaadu tokko daandiin Adaamaa qajeelaa waan ta'eef hin filatu. Daandiima wallaggaa jajal'aarra deema hanga Wallagga ga'utti. Atis galmakee bira ga'uudhaaf daandii milkaa'inaarra deemi! Daandii milkaa'inaarra deemuu jechuun maal jechuudha? Daandii milkaa'inaarra akkamiin deemuu qabda? Bakka yaadde sana, galmakee bira ga'uudhaaf qajeelfamootni armaan gadii haala kamiin daandii milkaa'inaarra deemtee galmakee bira akka geessuwaan si qajeelchaniif sirriitti qalbifadhu!
1. #Tarkaanfii kee Idileessi.
2. #Waantota Barbaachisoo ta'an dursa argachuu qabaniif dursa kenni!
3. #Ofitti Amanamummaa Qabaadhu!
4. #Galma keef Itti gafatamummaa fudhadhu!
5. #Dammaqaa/xuu Ta'i!
6. #Waantotaaf Daangaa Kenni. Lakki jechuus hin sodaatin
7. #Namoota si deeggaruu danda'an waliin hariiroo uummadhu!
8. #Yeroo yerootti of haaromsaa deemi!
9. #Dandeettii Rakkoo furachuu gabbifachaa Deemi!
10. #Waan Eegalte Kutannoon Xumuri!
11. #Gufuulee Daandii Milkaa'inaaf Harka Hin Kennin!
#Join and #Share
πππππ
@bedadina
#And for job #Vacancy
#Join and share
πππππππ
https://t.me/OdeeffannooBeeksisaaHojii

Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
#Nama furmaataa ta'i!
#Guddachuu yoo barbaadde nama furmaataa ta'i. Maalaqni gara furmaanni jirutti dhangala'a. Humaa waanan hojjedhun dhabe yoo jette bahii bitaaf mirga kee ilaali, waanti hir'ate maal maaltu jira? #Namoota maal isaan barbaachisa? #Hojiin lafa kanarra jiru hundi furmaataaf uumame. Manni Yaalaa, manni barnootaa, manni nyaataa, manni uffata hodhaa, kophee qulqulleessaan rakkoo namootaaf furmaata waan ta'aniif namoonni gara isaanii deemanii maallaqa ofii dhangalaasu. Akka carraa ta'ee biyyi keenya dhimmoota furmaata hin arganne hedduu waan qabduuf furmaata ta'i!
Sana booda Ofirra dabartee namoota biraafillee taata!
#Yeroo gaarii akka isiniif ta'un hawwa!
#Galatoomaaπππ
@Bedadina
@Saayikoloojii

π#Waanti hin jijjiiramne hin jiru!
#Waanti guddaan dogoggora hojjechuu kee osoo hin taane, sirreessuu keeti. #Rakkoon kufuu kee osoo hin taane, deebitee ka'uu dhabuu keeti. Uffanni keeyyuu ni xuraa'a, ati garuu miichitee deebiftee uffatta.
#Atis gaafa dogoggorte of hin cheepha'in. Namni balleesse yeroo tokko adabama. Guyyaa guyyaan "Ani dhimma hin baasu" jettee of hin komatin(cheepha'in)! #Uffanni xuraa'e erga miichamee dedbi'ee uffatamee, ati sababiin hin jijjiiramneef hin jiru!
#Yoo xiqqaate #namoota 10 biraan gahi!!!
π@Saayikoloojii
π@Bedadina

#Carraa keetti fayyadami!
#Waan yaaluu barbaadde hunda yaali. #Yoo dogongora hojjechuu qabda ta'es dogoggora hojjedhu. #Guddachuu kan dandeessu yeroo yaaluuf fedhii horattuudha. #Qormaanni tokko tokkommoo yeroo si mudatan ittumaayyuu si cimsu. #Jabaachuu yoo barbaadde yaaluu fi kufaatii shaakaluu qabda!

π@Saayikoloojii π@Bedadina

#Itti Fayyadami!
#Qormaanni jireenya keenya keessatti nutti dhufu tokko nu #jabeessuuf ykn immoo jireenya keenya keessatti waan baranne nu #qoruufi! #Duubatti yoo deebine nu gata, garuu osoo duubatti hin deebi'in fuulduratti yoo deemne injifannee #badhaafamna!
#Gara fuulduraatti deemuun badhaafami!
#Namoota jaalattuuf #qoodi ykn #share godhii jajjabeessi
π@Saayikoloojii.π @Bedadina

#Hariiroo Gaarii
#Namoota wajjin walitti dhufeenya gaarii qabaachuu yoo barbaadde, afaan isaan hubataniin yaada kee ibsiif; Afaan isaan hin beekneen itti himtee maaliif na hubachuu didanhin jedhiin, dursa waan isaan hubatan barbaadi!
#Sana booda hariiroo sirrii horatta!

π@Saayikoloojiiπ @Bedadina
#Qormaanni jireenya keenya keessatti nutti dhufu tokko nu #jabeessuuf ykn immoo jireenya keenya keessatti waan baranne nu #qoruufi! #Duubatti yoo deebine nu gata, garuu osoo duubatti hin deebi'in fuulduratti yoo deemne injifannee #badhaafamna!
#Gara fuulduraatti deemuun badhaafami!
#Namoota jaalattuuf #qoodi ykn #share godhii jajjabeessi
π@Saayikoloojiiπ @Bedadina
#Carraa keetti fayyadami!
#Waan yaaluu barbaadde hunda yaali. #Yoo dogongora hojjechuu qabda ta'es dogoggora hojjedhu. #Guddachuu kan dandeessu yeroo yaaluuf fedhii horattuudha. #Qormaanni tokko tokkommoo yeroo si mudatan ittumaayyuu si cimsu. #Jabaachuu yoo barbaadde yaaluu fi kufaatii shaakaluu qabda!
#Yoo xiqqaate #namoota 10 biraan gahi!!!
π@Saayikoloojii
#Waan yaaluu barbaadde hunda yaali. #Yoo dogongora hojjechuu qabda ta'es dogoggora hojjedhu. #Guddachuu kan dandeessu yeroo yaaluuf fedhii horattuudha. #Qormaanni tokko tokkommoo yeroo si mudatan ittumaayyuu si cimsu. #Jabaachuu yoo barbaadde yaaluu fi kufaatii shaakaluu qabda!
#Yoo xiqqaate #namoota 10 biraan gahi!!!
π@Saayikoloojii
#Namoota Gosa 5 tu jiru
1. Namoota si miidhanii of fayyadan.
2. Namoota si fayyadanii of miidhan.
3. Namoota si miidhanii ofis miidhan.
4. Namoota si fayyadanii ofiis fayyadaman.
5. Namoota sin fayyanne ofis hin fayyanne.
#Ibsa bal'aaf yeroo dhiyootti nu eegaa!
@Saayikoloojii #join share gochuun irraa baradhaa!
π@Saayikoloojiiπ

#Oolmaa hin dagatin!
(#Don't forget the favor!)
#Jireenya kee keessatti namoonni gatii guddaa(qaalii) siif kanfalan eenyu faβi? Uumaa kee gaditti bakka amma jirtutti akka argamtu eenyutu gahee guddaa siif taphate?
#Fkn haadha, abbaa, obboleessa ,obboleettii, fira dhiyoo ykn immoo hiriyaa icciitii ykn nama humaa sirraa hin qabne orma ati akka tasaa barte ta'uu danda'u
#Namoota sanaaf gatii oolmaa isaanii deebisuun yoo sitti ulfaatellee ykn hin dsnda'amnellee, hamma dandeessu jaalalaa fi kabaja kenniif! Akka jaalattuu fi kabajju itti himi!
#Warra kabajni maluuf haa yaadannu!
ππππππ