πŸ‘‰#Of ta'i!

πŸ‘‰Namni akka namaa hiyyeessa nama hunda gammachiisuuf yaalu hin jiru. Keessattuu yaada namootaa akkuma gadi sitti bu'etti yoo fudhatte yeroo kee qisaasessaa jirta.

πŸ‘‰Nama dhaggeeffattu filadhu. Nama si hin caalle hin dhaggeeffatin! #Abjuu kee guddaa yeroo itti himtu ''Inni maraateera, calliseetuma hawwii qofaan mirqaana" siin jedha. Yeroo #milkooftu "Carraa(tolcha) qabda" jedha. Yoo ati hin milkoofne "Ani duraan sitti himeen ture" siin jedha... Yaa qomoo koo maaf isa dhaggeeffachaa jirtaree?! #Of ta'i!

Halkan gaariin isiniif hawwa!πŸ‘πŸ‘πŸ‘
https://t.me/Bedadina