πŸ‘‰#Of ta'i!

πŸ‘‰Namni akka namaa hiyyeessa nama hunda gammachiisuuf yaalu hin jiru. Keessattuu yaada namootaa akkuma gadi sitti bu'etti yoo fudhatte yeroo kee qisaasessaa jirta.

πŸ‘‰Nama dhaggeeffattu filadhu. Nama si hin caalle hin dhaggeeffatin! #Abjuu kee guddaa yeroo itti himtu ''Inni maraateera, calliseetuma hawwii qofaan mirqaana" siin jedha. Yeroo #milkooftu "Carraa(tolcha) qabda" jedha. Yoo ati hin milkoofne "Ani duraan sitti himeen ture" siin jedha... Yaa qomoo koo maaf isa dhaggeeffachaa jirtaree?! #Of ta'i!

Halkan gaariin isiniif hawwa!πŸ‘πŸ‘πŸ‘
https://t.me/Bedadina
#Of eeggannoof ️

Telegram keessan gowwoomsitoota irraa eegaaπŸ“΅

#Telegram irratti link cutt.ly ykn bit.ly irraa eegalu kamuu nama kamirraayyuu yeroo isin qaqqabu hin baninaa sababni isaas vaayirasiin dhiheenya kana dhufee chaanaalii isin subscribe gootanii join gootan hunda guutummaatti haqee , akka haaraatti akkaawuntii banaa isiniin jedha.Kun waan of eeggannoo guddaa barbaadudha.

πŸ‘‘Link akkanaa maqaa namoota beektun siif ergamuu danda'a, garuu gonkumaa hin banin.

πŸ‘‰Akkasumas akkaawuntii keessan hackers irraa qusachuuf jecha password yaadattan Two-Step Verification banadhaa!

@Bedadina
#Of kabaji!

#Kabajni namoonni siif kennan kabaja ati ofiif kennitu hin caalu.  #Kanaaf namoonni akka si kabajan yoo barbaadde dursa of kabaji;  Of
dagataa/ttuu  hin ta'in !

#Namoonni ati dinqisiifattu fi kabajju maal hojjechaa akka jiran ilaali, ykn amala isaanii isa gaarii illee hati.   "Aartistoonni gaariin ni fakkeessu, garuu kan hundarra gaariin hatu" #Paabloo Piikaasootu akkas  jedha.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Saayikoloojii

                #Respect yourself!

#The respect people give you is no greater than the respect you give yourself.  Therefore, if you want people to respect you, first respect yourself;  Don't be careless!

#Look at what the people you admire and respect are doing, or even steal their best habits.  Pablo Picasso tells us, "Good artists imitate, but the best steal."
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

@Saayikoloojii
#Of Ilaali isuma kaleessaa ofirratti hin ilaaliniitii!
#Eenummaa keessa kee jiru kan fayyadamuu danda'u si qofadha!
#Dhalachuun kee dogoggora hin qabu.
#Hojii kam keessattiyyuu murteessaan ilaalcha keeti!

@Saayikoloojii