Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
π²π²π²π²π²π²ππππππ
#Ati kophaa kee miti!
π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»
#Wantoonni akka ati barbaaddetti siif deemuu dhiisuu dandaΚΌu. #Hojiin kee, barnoonni kee, gaaΚΌelli kee, hariiroon jaalalaa ati qabdu si rakkisuu dandaΚΌa; #Ati kophaa kee miti. #Hundi keenya mudaa qabna.
#Guyyaa guyyaan of fooyyessuuf wantoota xixiqqoo itti dabalaa yoo itti fufne; hundi keenya #Tulluu milkaa'inaa gubbaatti wal argina! #Jijjiiramni dhugaa suuta suutaan dhufa malee tasa miti! #Kanaaf carraaqqii keenya hin dhaabnu
#Yeroo gaarii isiniif hawwina!!!πππ
#Galatoomaaπππ
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
@Bedadina
@Saayikoloojii

Forwarded from Abera Negesa official
YouTube
Yaallaan Waanti hin danda'amne Tasumaa hin Jiru!!!
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»
#Yoo hin dhaabbanne #hojiin kee ni agarsiisa!
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
#Waan tokko galmaan gaβuuf rakkachaa(Dhama'aa) jirta taβa; #Garuu hanga ammaatti bu'aa mul'atu tokkollee hin arganne, onnee kee irraa hojjechaa jirta ta'a, garuu namoonni akka ati isaan fayyadaa jirtu, akkasumas dhiibbaa akka uumtu hin beekan, nama aarsu mitii ? #Haala kana keessatti haamilee duriin itti fufuun haa hafuutii Sirumayyuu hojii kee dhiisuu akka barbaaddu si taasisa mitiiree? #Garuu dhaabuun gonkumaa furmaata miti.Yoo dhaabde Ati nama faayidaa hin qabnedha.Ati nama hojiin cimaan isaa gatii dhabedha! #Garuu yeroo itti fuftu, gaafa cimtee kan duraa caalaa gumaachitu, sana booda ni #injifatta. #Waan tokko yommuu gootu hanga isa malee namni biraa hojjechuu hindanda'u siin jedhanitti ta'uu qaba! #Hanga namoota baay'ee hojii irraa fagaachuun yaaddoo ta'utti gahee kee bahaa, sana booda hojiin kee osoo namni hin sakatta'in siif mallatteessa!
π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»
#Yerooo Gaariin Isiniif Hawwa!!!
#Share gochuun namoota heddu biraan nuuf gahaaπππ
#Galatoomaa
πππππππ
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
@Bedadina
π»π»π»π»π»π»

πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπ»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»
#Baga Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Hora Arsadii Nagaan Geessan!
π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
#α₯αα³α αα’α¬α» αα« αααα α₯α αα« α αα°α² α αα α α αα α α°α¨α³α½α!
πππππππππππ·π·π·π·π·π·π·π·π·π·π·π·

ππππππππππππππππππππππππππππππππ
#Dr. Kabajaa Alii Birraa weellisaa, qindeessaa, walaleessaa fi sabboonaa Oromooti. Aliin Fulbaana 29, 1950 magaalaa Dirre Dhawaa naannoo Lagaharree jedhamutti dhalate.
#Jireenyaa Ijoollummaa Isaa
#Aliin kan dhalate Dirre Dhawaa keessatti. Abbaa fi haati isaa Aliin dhalatee waggaa sadiβitti addaan bahan. Aliin sana booda abbaa isaa biratti guddate. Yeroo ijoollummaa isaa mana barumsaa Arabiffaa galee Afaan Arabaa barateera. Sana boodas mana barumsaa galee amma kutaa 6tti barate.
Yeroo ijoollummaa isaa karaa irratti daldala adda addaa hojjatee of gargaaraa ture. Wayita umuriin isaa 13 taβu, hawwisoo Afran Qalloo kan aadaa Oromoo guddisuuf dhoksaadhan hojjachaa turetti makame. Sirbi inni jalqaba waltajjiirratti sirbe βBirraa dha bariβeβ kan jedhamu ture. Kanarraa kaβee maqaa Alii Birraa jedhamu argate. Mootummaan Hayila Sillaassee hawwisoo kana bara 1965tti cufee miseensota hawwisoo kanaas gartokkee mana hidhaatti naqe. Aliinis baqatee gara Finfinneetti gale.
#Jireenya Isaa Finfinneetti
Aliin erga Finfinneetti galee booda hojii sirbaa adda addaa hojjachuu jalqabe. Yeroo kana Aliin sabboonaa Oromoo Ahimad Taqii wajjin wal bare. Ahimad Taqiis Alidhaaf akka ittiin sirbuuf jedhee gitaara biteef. Beekkamtummaan Aliis magaalaa Finfinnee keessatti saffisaan dabale. Aliin Afaan Oromoon biratti Afaan Amaaraa, Afaan Arabaa, Afaan Hararii fi Afaan Sumaaleetiin sirbuu dandaβa ture. Kunimmoo namoota adda addaa biratti akka jajamuu fi jaalatamu godhe. Namoota isa jaalatan keessaa tokko Iyyuβeel Yohaannis kan jedhamu dura buβaa Kibur Zabanyaa kan ture tokko ture. Innis Aliin Kibur Zabanyaatti akka makamu godhe; achittis weellistoota beekkamoo kan akka Mahaammud Ahimad, Xilaahun Gassasaa, fi Buzunash Baqqalaafaatti makame.
Kibur Zabanyaa keessa yeroo turetti, carraa gara naanoo adda addaa deemee itti dandeettii isaa agarsiisu argate. Gara Sudaanis deemee wellistoota bebbeekkamoo akka Mahaammad Waardiifaa wajjin sirbe. Yeroo Finfinnee jiru, waltajjii gurguddaa akka Haagar Fiqirii fi Raas Tiyaatiriifaatti sirba ture. Boodarra abbaa isaa wajjin mariyatee Finfinnee gad lakkisee deeme. Bara 1970n keessa, yeroo Warraaqsi Itoophiyaa jalqabu, Ahimad Taqii baha Itoophiyaa keessatti loltuu mootummaatin odoo loluu duβe. Aliinis baayyee gaddee akkas jedhee sirbe
Yaa Hundee Bareedaa
Yaa Fiixee Miidhagaa
(Hundeen maqaa kan bira Ahimad Taqii ture)
Aliin hojii isaa weellisummaa fi qindeessumma itti fufe. Albamii isaa kan jalqabaas bara 1971 baase, kunis albamii sirba Afaan Oromoo kan jalqaba ture seenaa sirba Oromoo keessatti. Achii booda sirba jaallatamoo akka βHin Yaadinβ, βAsabaleeβ, βAmmaleleeβ fi βGammachuβ godhate. Albamiin isaa sirboota Afaan Sudaan kan akka βAl-Habiib Weenβ fi sirba Hararii kan akka βYidenqalβ of keessaa qaba.
#Biyya Alaatti
Leellistuun Alii Birraa, Imbaasii Iswiidin kan Finfinnee jiru keessatti Itti-aantuu Sekreeterii (vice-secretary) kan turte, Alii gaaβilaaf gaafatte. Aliinis gaaffii kana fudhatee bara 1985tti ishii fuudhe, maqaan ishii Birgittaa Astroom jedhama. Birgittaan kan dhalatte Istookoolmi Iswiidin keessatti (Adoolessa 21, 1942 β Fulbaana 13, 2009). Bara 1986tti, haati manaa Alii Sawud Arabiyaatti jijjirramate, Aliinis ishee faana Sawud Arabiyaatti gale. Haa taβu malee, Sawud Arabiyaan Aliitti itti hin tolle. Kanaaf gara Iswiidinitti ceβee achi waggaa lama jiraate. Bara 1988, Aartis Akkaadaamii Loos Aanjeles (Los Angeles Arts Academy)tti barachuuf gara USA deeme. Bara 1990tti erga eebbifameen booda bara 1992tti albamii lama Itoophiyaan alatti kan jalqabaa gad lakkise. Kunis addunyarratti akka beekkamu godhe. Aliin konsertii baayyee biyyoota adda addaa keessatti geggeesseera. Kana keessaa bara 20005tti ayyaana waggaa haaraa Itoophiyaa irraatti Sharaaten Addis kaasuun ni dandaβama.
Bara 2009tti, Aliin dhukkuba Kaanserii marrimaanii akka yaallamaa jiru yoo dubbatamu, garuu sirba akka itti fufuun hojjatu yoo dubbatu albamiin isaa kan dhiyoo baase garuu kan dhuma taβuu hin hafu jedhama.

Badhaasa
Bara 1995tti, Aliin badhaasa Toroontoo Afrikaan meeritis Awwaard(Toronto African Merits Award) argateera. Bara 2010tti ammo, Yuunivarsiitii Jimmaa irraa Dokitreetii Kabajaa aragateera. Mudde 2012tti Dorgommii Daddaraaroorratti isa jalqabaa irratti marsa xumuraarratti keessummaa kabjaa taβuun affeeramee argameera.
#Har'a kunoo Onkoloolessa 27 bara 2015 A LH Addunyaa kanarraa Du'aan boqoteera. Boolla isaa Daadhiin haa guutu Lubbuu isaa Waaqayyo Jeennata keessatti haa qananiisuππππππππππ

°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
#Milkaa'innii fi #Gammachuun harka keenya jira!
#Namoonni Milkaaβoo fi Gammadoo taβan jaalalaan kan guutamani; #Yeroo hundumaa kennuu irraa of hin qusatan, hojjachuu irraa duubatti hin deebiβan, nama dhufu hundaaf nagaa, jaalalaa fi tasgabbii ni kennu. #Namni hundi bakka isaan jiranitti argamuu ni jaallata; #Kanaaf milkaa'inaa fi gammachuu kee fagoo hin barbaadiin, keessa keetii uumi, laphee kee irraa ta'i, laphee kee irraa jaalladhu, laphee kee irraa kenni, sana booda #onnee kee irraa gammachuu argatta.
#Yeroo gaariin isiniif hawwa!!!πππ

#Eenyummaan Kee bilchina ati qabduun madaalama.
#Maalummaa waan tokkoo Kan madaalu ala (bakkee) isaa utuu hin taane keessa isaati. #Gamoon Tokko Tokko fagoodhaa yeroo ilaalan alli (bakkeen) isaa baay'ee bareeda. Keessi isaa garuu hanga godoo xiqqoo illee hin miidhagu. #Haalli namoota Tokko tokkoos akkasuma. Namoonni akkasii nagaa erga gaafatanii booda waan dubbatan wallaalu. #Yaada uumuu waan hin dandeenyeef waanti dubbatan harkaa bada. Namoonni kunniin nama fagoodhaa isaan ilaalu gowwoomsan, illee nama dhiyaatee keessa isaanii ilaale garuu gowwoomsuu hin danda'an.

#Maallaqni rakkoo Maallaqaa hin furu?
#Maaltu Furaree?
#Yeroo dhiyootti nu eegaa!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
ππππππ
π@Bedadina
#Maaltu Furaree?
#Yeroo dhiyootti nu eegaa!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
ππππππ
π@Bedadina
#Rakkoo Furuuf Rakkoo irratti hin Xiyyeeffatin Rakkoo biraa ofitti dabaltaa! Rakkoo keessatti carraa biraa barbaadi malee!
@Saayikoloojii
@Saayikoloojii
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
#Amma Yaali!
#Umriin kee erga darbee booda waan hojjette of duuba deebitee yommuu yaaddu, wanta hin hojjennetu caala. #Osoon hojjedhee turee jetta,
Ni gaabbita, 'osoo yaalee bareeda ture jetta; Garuu hin jedhiin, waan amma tuffattes ta'ee waan sodaatte hunda yaaliitii eenyummaa kee ofitti agarsiisi! #Kana ta'uu baannaan bu'aan kee gaabbii qofa ta'a. Kanuma.
#Yeroo gaariin siif hawwaπππ

#NAMA KEESSAA #NAMA TA'I !!!
π#Nama keessaa nama ta'uun akka namaa ta'uu osoo hin taane, akka namni ta'uu qabu ta'uudha.
π#Nama keessaa nama ta'uun dhibaa'uu osoo hin taane, dhiibbaa uumuudha.
π#Nama keessaa nama ta'uun murteessuu nama gaafata.
#Kitaaba Ajaa'ibaa "Nama keessaa nama ta'i" jedhu Barreessaa Kennaa Tikkuu Ida'eetiin barreeffame gurguramaa jira bitadhaa dubbisaa Barreessa Dargaggeessa Qaxalee kana cina dhaabbadhaaπππ
@Bedadina
#share gochuun dubbistoota heddu biraan gahaa!!!
Galatoomaaππππ

Namoota Amma online irra jirtan qofaaf Gaaffii Fi Deebii eegaluuf jirra!
1ffaan Kaardii Abbaa Qar. 100
2ffaan Kaardii Abbaa Qar. 50
3ffaan Kaardii Abbaa Qar. 25
πQophooftan taanaan Eegali Kan jedhu tuqaa!
1ffaan Kaardii Abbaa Qar. 100
2ffaan Kaardii Abbaa Qar. 50
3ffaan Kaardii Abbaa Qar. 25
πQophooftan taanaan Eegali Kan jedhu tuqaa!
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
ββββ#Gaabbii
#Ati Maal gaabbita Mee?
#Hospitaala Keessatti Qorannoon Namoota Du'aaf guyyaa muraasni akka isaan hafe itti himamee du'a eeggataa jiran irratti gaggeeffame akka ibsutti #Gaabbii isaanii ykn #otoo isaanii akkas jechuun dubbatan:-
πGammachuu hin qabun ture
πBarnoota koo hin foyyeeffanne
πOf hin kunuunsine ykn ofhin eegne
πHaaloo ykn Jibbaanin jiraachaa ture
πMaatii koof yeroo hin kennine
πNamootan gargaaruu qabu hin gargaarre
πAbjuu (Mul'ata)koo hin jiraanne
πMaaliifan dhamaa'aa ture
πNamootaaf jaalala koo hin ibsine
πAmantaaf bakka hin kennine Nan tuffadhan ture.
π Bal'ina isaa yeroo dhiyootti isiniif qabannee dhufna.
#"Gaabbii Fi Eegeen booda dhufti" Jedha Oromoo koof keessan.
#Maddi Dr.Wadaajeeneh

ββ#Odeeffannoo Sobaa irraa of eegaa kana malees #Application Nagahee sobaa hojjetu waan jiruuf yeroo Bittaaf gurgurtaa Raawwattan illee maallaqni isiniif galuu dursitaanii qulqulleeffachuu qabdu. Fknf Nagaheen armaan gadii Kan sobaa ykn Fake dha.
Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa official)
#Dudhaalee Jireenyaa
πPrinciples of Life
α¨α ααα΅ αααα½
1.Of Fudhachuu(simachuu)
πSelf Acceptance
α«α΅α ααα α
2.Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
π Living for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
3. Dorgommii irraa fagaachuu
πLiving for life purpose
αα ααα΅ α αα ααα
4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
πPositive Thinking
αα αα°α₯
5. Barachuuf fedhii qabaachuu
πBeing willing to learn
αααα ααα°α ααα
6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
πWalking with wisdom
α α₯α α₯ ααααα΅
7. Gamna(qaxalee) Ta'uu
πBeing Intelligent
α₯αα ααα
8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
πTaking no offence easily
α ααα α αααα¨α
9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
πLeading a life with gratitude
α¨αα΅αα α ααα΅ ααα
10. Waan gaariidhaaf(Fooyya'aadhaaf) deemuu
πGoing for the best
ααα‘α αααα
11. Yeroo hubachuu
πUnderstand the timing
αααα ααα
12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu
π Accept what you can't change
αααα₯ α¨ααα½αα΅α ααα α
13. Waraana kee filadhu
π Chose your Wars
α¨αααα΅α α¦ααα΅ ααα¨α₯
14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu
πForgiving all and avoiding vengeance
ααα αα α ααα΅α α ααα αα°α
15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu
πPreserve in suffering
α αα¨α« αα΅α₯ αα αα΅
16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu
πPure joy and rest
ααα α°α΅α³α α₯α¨αα΅
17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu
πValue inner beauty
ααα΅α₯ αα α΅ αα αα΅α α΅
18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu
πBeing humble and not despising others
α΅αα΅ αααα ααα½α α αααα
19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu
πBeing disciplined in life
α α΅α α΅αα α΅ ααα
20. Kennuu fi fudhachuu baruu
πGiving and receiving
αα΅α α΅α ααα α
21. Onnee kee hordofi.
πFollow your heart (Instinct)
αα₯α αα¨α°α
22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu
π Give due honor
αα₯α αααα£α αα₯α αα΅α α΅
23. Cimanii kadhachuu
πPray seriously
α°ααΆ αααα
24. Seenaa hojjechuuu, yaadannoo(ashaaraa) kaa'anii darbuu
πMake history, leave legacy
α³αͺα αα΅α«α΅ α α»α« αα°α
#Maddi @Dr. Wadaajeneey Mehaareneh MD, MA, MSc, MA
#Afaan Oromootti hiikee barreeffamaan kan Qindeessee dhiyeesse Abarraa Naggasaa Bsc, BA
#Join godhaa nu hordofaa πππ
π @Bedadina
π @Saayikoloojii