#Dhiphina irraa bilisa ta'uu!
#Yaaddoon keenya baay'een isaa wanti nuti gochuuf yaadne ulfaataa ykn garmalee waan ta'eef osoo hin taane, waan salphaa jalqabne waan hin xumurreef!
#Kaleessi darbeera,harkaan qabuu hin dandeenyu. Boris harka keenya hin jiru, har'a sirreessuu dandeenya, isumayyuu amma, kanaaf guyyaa kee bareedduu kana fayyadami. Boruu kee tolchi! Yoos dhiphina irraa bilisoomta!
@Saayikoloojii