#Dhalli namaa nyaata guyyaatti sadii nyaaturra #Hiriyaa dhugaa miira isaa hubatu Tokko isa barbaachisa!
@Dujabewa
#Gammadi🌻🌻🌻

#Jijjiiramni dhugaan qormaataa fi rakkinaan kan guutameedha.  Namni #Kanniisa irraa Damma fudhachuu barbaadu ciniinnaa(Hidduu) ishee obsuu qaba.  #Hiriyaa koo yeroo wanti ulfaatu simudatu yoo gaddite, yoo dhiphatte, yoo komatte, yoo of miite homaa hin gootu!  #Qormaatatti gammadi, warra #ciccimootu qorama!

#GAMMADI🌲🌲🌲🌳🌳🌳🌴🌴🌴🌱🌱🌱🌿🌿🌿🎍🎍🎍🪴🪴🪴🎋🎋🎋🍃🍃🍃🌹🌹🌹🌷🌷🌷💐💐💐🌾🌾🌾🥀🥀🥀🪷🪷🪷🌺🌺🌺🌸🌸🌸🌻🌻🌻🌼🌼🌼
@Bedadina
@Saayikoloojii