Tsegaye R Ararssa
16.4K subscribers
1.66K photos
247 videos
162 files
2.48K links
TA
Download Telegram
#Inbox #Gujii_Boorana

“Dhimmi mootummaan pp Gujii fi Boorana walitti buusuuf deemu sadarkaa hamaarra gayee jira. Gujiin guddoo aaree jira. Har'ayyuu marii cimaatu deemaa jira—Gujii bahaa Gooroodoolaa tti. Kanaaf, osoo seenaan badaan uummata oromoo 2n kana jiddutti hin seenne adaraa karaa dandeettaniin murtii seeraan alaa kana nurraa dhaabsisuuf sagalee nuuf ta'aa! … Rakkoon kun haala hamaaf deemaa jira. Galatoomi.”