Tsegaye R Ararssa
16.4K subscribers
1.67K photos
248 videos
163 files
2.49K links
TA
Download Telegram
#Inbox
#Jardagaa_Jaarte
“Hidhattonni naannoo Amaaraa, Faannoon, fi jiraattotni hidhatan ummata keenya rukutuuf duula addaa gaggeessuuf qophaa’a jiraachuun beekkameera. Polisiin Naannoo Oromiyaa akka magaalaa gadlakkisee bahu ajajameera. Makkalaakayaanis hin jiru. Ummatichis kana beekee akka of-eegu dhaamsa nuuf dabarsaa. Haallisaa baayy’ee nama sodaachisa. Motummaan silaafu karasaanii gora malee nuun nu dhiiseera.”