Tsegaye R Ararssa
16.4K subscribers
1.66K photos
247 videos
162 files
2.48K links
TA
Download Telegram
Forwarded from KMN (Habtamu T Gemechu)
Godinaa Harargee lixaa Aanaa Mi'eessoo Iddoo gobaa korma fi qurquuraa bakkaa jedhamtutti Guyyaa har'aa Waraana Bilisummaa oromoo #WBO fi humna Adda oromiyaa jidduutti taheen #WBO'n humna addaa sagaal du'aan adabee lama madoo hin dandamannee tasisee jira #WBO ViVa
Confirmed: Sanbatee and Haxaayee town are now firmly in the hands of #TDF and #WBO forces. #Shawa_Robit is next.
#WBO_ABO Statement on EHRC's report on the Karrayyuu massacre.
#WBO_ABO Statement about the alleged massacre in Gidaamii! The truth is thicker than the propaganda of the genocider regime!
#WBO on the killing of a pregnant woman and the abduction of 18 studentd
Forwarded from KMN
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Gannatii keessatti humni Shororkeessituu PP Har'aa fi kaleessa maqaa oppireeshinii #WBO jedhuun gandoota akka burqituu Oborraa, Gaamoo Nagaroo, Gidaamii Dabshoo keessa Humna Haaraa bakkoota hedduu qubsiisaa Oolteetti. Naannoon sun naannoo gammoojjii #Saawwaa kan #WBO'N keessa maandheffatee jiruu fi kan warri PP karoora ishee keessatti xiyyaaraan rukutuuf maqaa eerte keessaa tokko dha. Kanaafuu Yeroo dhihoo keessatti akka Lola banuuf jirtu odeessi keessoo isaanii nu qaqqabeera waan ta'eef WBO fi uummanni akka dammaqinaan taa'u qilleensa irra nuuf Oolchi. dhiifama garuu akka hojiidhaan muddamtu Numa beekna.
#Inbox #WBO

"Kibbaa bahaa oromiyaati wbon lolaa akkumaa itti fufeettii jiraa guyyaa 12 /6/2022 ganama sa,atii 5:00 irraa jelqabee hangaa sa,ati 6:20ti lolaa cimaa gageessaa Tureen ireef gachana ummaata oromoo kan ta, e worannii bilisummaa oromoo zoonii Kibbaa bahaa godinaa ARSII Bahaa anaa shirkaa ti humnaa dabalataa analee Afuur irraa reefaa bafaachuuf garaa iddoo lolaa kaleessaa Sana imaalaa turtee wbon odeessaa argachuudhan duraattii siqee haxxee ittii hidhuun tarkanfii keessaa deebii hin qabnee irraattii fudhatee loltotaa shiftaa motummaa pp 17 ajeessee 22 madoo dandamii hin qabneen adaberaa afaan qawween malee furmaannii oromoof oromiyaa hin jiruu wbo jabeessaan dhamsaa Keenyaa Injifannoon ummaata oromoof gadaan gadaa xummuraa gabrummaatii wbon haa waruuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu."
Birraan baranaa birraa bara baraa ta’uuf deema fakkaata! #WBO #TDF #UFEFF
#WBO, Najjo
ወለጋን ለይቶ በማጥቃት ከኦሮሞ መነጠል፣ ኦሮሚያን ማፍረስ፣ ወይም ኦሮሙማን ማጥፋት አይቻልም። Not now, not ever! We resist as Oromos. We shall prevail as Oromos. And, if need be, we shall die as Oromos.
#WBO_is_Oromias_Army!
Qabsoon Oromoo rakkoo Oromoo bu’uurarraa fuuruuf gaggeeffama. Rakkoo sabaaf furmaata waaraa fiduuf gaggeeffama.

Oromoo dhaaf jennee baanee garaa dhaaf hin gallu. Oromoo dhaaf jennee baanee gandaan hin gallu. Oromoo taanee baanee qoqqodamne hin gallu. Oromiyaa ijaaruf baanee Oromiyaa diigamteet hin deebinu. Abadan!!!!

Dhugaa fi haqa Oromoo bakkatti deebisna. Mirga Abbaa biyyummaa mirkaneessina. Aangoo bulchiinsaa uumatichatti, seera bulchiinsa sabaas sirna sabaaf maluu taasisnee bakkatti deebisna.

Bilisummaa fi walabummaaf falmina. Kanumaan gallas!

#Kanuma! #WBO_Forever!