Tsegaye R Ararssa
16.4K subscribers
1.67K photos
247 videos
162 files
2.48K links
TA
Download Telegram
#Oduu_Ijoo_Oolmaa_Finfinnee
----------
Kaleessa miseensota PP tu haala yeroorratti marii irra oole. Harra immoo hojjetaa mootummaa naannoo Oromiyaa akka marisisaniif ooggantootii fi miseensiti pp dirqama fudhatanii dhufan. Dubbiin ijoo akka itti aanuutti dhiyaate jira obsaan dubbisaa.
-------
Harra ganama sa'a 3:00 irraa eegalee Biirooleen Naannoo Oromiyaa baayyinaan 56 ta'an keessatti PP hojjetoota walitti qabdee dhaadataa fi duubbii sobaa facaasaa oolte jirti.

✓ Nama Shaneefi juuntaa deggeru maqaa isaanii dabarsaa nu kennaa jedheeraa mootummaan jechuun hojjetaa soddachiisaa olaaniru.
✓ Mootummaan juuntaa hinjifataa jira.
✓ Sooshal miidiyaa hin ilaalinaa hin sobdi.

✓ "ABO shaneefi juuntaan diina Oromooti."
Lakki! isaan kun diina cunqursaati. Diinaa ahaadaawwiiti. Diina warra risti asmalaashiiti

✓ "Hacaaluu fi Nadhii shaneetu ajjeese" jechuun dhugaa sabni ballaan beeku ifatti awwaaluuf carraaqaa oolan.

Warra kana balbaloomsuuf dhaamsi koo, kijibanii buddeen nyaachuurra dhugaa dubbatanii udaan nyaachuu wayya. Gaafatama seeraafi seenaa jalaa hin baatan.

✓ "ABO fi Juuntaan duruma tokko, biyyaa kana diiguuf waliin hojjetaa turanii amma ifa godhatan jedhu."
Eegaa kanneen duruma tokko eega ta'anii; OPDO fi juuntaan maal walii turanii?
PPn kan ODP> OPDO> TPLF> kan Shaabiyaa tahuu akkamiin dagannaa?

ABO fi Juuntaan sagantaan isaanii duruma tokkuma.
ABO:
=====
✓ "Biyyi Itoophiyaa impaayera humnaan ijaaramte waan taheef diigamu qabdi."
Miniliik Oromoofi saba biraa harka muree, harma muree humna qawween cabsee biyya amaaraaf tahu ijaaruun isaa sobaa, yaa sabaa?
✓ "Oromiyaan biyya walaba tahuu qabdi" marree yoo harree tahee malee, sabni walabummaa fi bilisummaa jibbu addunyaa kanarra jiramoo?

✓ "Gaaffii eenyummaa kaasa jedha fi kkf." Ishoo baga! Eeyyee waan dansa. Afaan koo, aadaan koo, namummaan koo naaf haa kabajamuu jechuun cubbuu qabaaree sabakoo?

TPLF:
✓ Biyyaa Tigiree walaboomte ijaaruu qabna.
✓ Sabni Tigiree Amaaraan gabiroomeera. Lafti irraa fudhatameera. ✓ Tigreen olaantummaa amaaraa jala bulu hin qabu kkf jedhu

Maayiirratti ergaan darbei:
✓ Namni Kiiloo 40 ol tahe hunduu leenjii loltummaa fudhachuu qabdu. Kan fedhii qabdan immoo raayyaa ittisa biyyaatti makamaa dhaqaa waraanaa.

✓ Dhiiga RIB arjoomu qabdu.

✓ RI Biyyaaf mindaa qofa kennuun gahaa miti. Galaa qopheessu qabduu fi kkf.

Waanni guddaan hunduu soba isaanii beekee jira waan ta'eef namni gaaffii gaafateefi deebii kennuuf hin jiru, turre. Caallisanii ilaalu. Hamma daaktu daaki, hamman nyaadhu natu beekaa tahe dubbichi. Walta'iinsi WBO fi TPLF mootummaa PP akka malee cinqee jira. Uummati WBO tti akka hin makamneef dursaanii afaan faajjii uumuuf dhidhitaa jiru. Kanaaf dhaabbiilee fi hayyoonni Oromoo afaan faajjii isaanii kana fasheelessuurratti cimsanii hojjechuu qabu. Summii isaan Oromoo gidduutti facaasaa jiran akka salphaatti ilaalamu hin qabu. Dammaqiinsi nama maraa tokkoo waan hin taaneef, akkuma kana duraa diigumsa uumuu danda'a. Horaa Bulaa! Barri Bara Bilisummaa keenya itti gonfannu haa tahu. Kufaatiin Abiyyii fi dhaabaa isaa PPf haa tahu! Haan jedhaa!
#Simbirtuubarii_Gola_Oromiyaa irraa
Forwarded from KMN
#Oduu injifannoo WBO zoonii bahaa
WBO zoonii baha keessa sosso'u guyyaa kaleessaa Dec. 20/2021 galgala saatii 6:00 pm irraa eegalee hanga ganama saatii 12:00 tti baha oromiyaa ona dirree dhawaa araddaa lagadool bakka addaa ganda baddannoo fi gabiibdaatti jedhamutti lola marroo lama gaggeesseen injifannoo boonsaa galmessuun humna diina irraa 7 battalumatti ajjeesee 9 madoo taasisuun meeshaalee waraana kilaashi Akm 8 ,nyororroo girnoov 1 fi telegrami tuuriyaa tokko irraa hiikuun mooraa qabsoo bilisummaa oromoof galii taasisee jira
Injifannoon ummata oromoof
Forwarded from KMN
#Oduu_Gadda har’aa😭
“Salaalee Warraa Jaarsoo Har'as Namoota 8 Ajjeessaniru. Kan Ajjeessan Gara Laga Abbaay Bakka Alantee Jedhamuti.Kan Qabaman Mana cidhati”
ሰላሌ ወረ ጃርሶ ዛሬም በተጨማሪ 8 ንፁሃን በብልፅግና ሰራዉት ተረሽነዋል:: ከሰረግ ቤት የታፈሱት እንዚህ ንፁሃን ወደ አባይ ወንዝ ተወስደዉ አለንቴ የተባለ ቦታነዉ የተገደሉት:

Anaan yaa Lammii koo😭
#Inbox

"#Oduu Injifannoon wbo Zonii Kibbaa bahaa# guyyaa 11/6/2022 irreef gachannaa ummaata oromoo kan ta, e worannii bilisummaa oromoo zoonii Kibbaa bahaa godinaa arsii bahaa Fi balee keessaa Socho,uu cibraan maddaa Wolaabuu Fi cibraan hambaa anoolee buttaan J/waqoo gutuu Fi buttaan leenjisoo digaa woliin ta,uun godina arsii anaa shirkaa gandaa leemmuu Fi xijoo iddoo addaa garaa ropiilaati wbon lukelee diinaa ergamaa nfxanyaa galmaan gahuuf maqaa sakataan bobatee irraattii haxxee ittii hidhuun tarkanfii fudhateen 25 du,aan adabee jiraa woraa du,aan keessaa kabinee bulchinsaa anaa shirkaa maqaan isaa ukaashaa habiib Muhammad Fi fakkattoonnii Akka isaa hedduun biyyee nyaatee jirtii 40 ol immoo madoo dandamii hin qabneen adabee poolisii idilee 3fi milishaa 1 gotichii onnee sibilaa koromiin Kibbaa bahaa meeshaa ishee gutuu woliin boji,ee jiraa gama meeshatiin akm 20 hidhannoo guutuu woliin Fi malaqaa 7900 irraa dantaa qabsoofi olchee jiraa hangaa ammaatii reefa kafachuu sodachuudhaan ummaata anaa boqojjiif shirkaa irraa akkaa bahanii refaa fudhaniif dirqisiisaa jirtii Injifannoon ummaata oromoof gadaan gadaa xummuraa gabrummaatii wbon haa waruuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu."
Forwarded from KMN
#Oduu_Gaddaa
Wallagga lixaa aanaa Beegiitti waraanni faashistii Abiyyi guyyaa kaleessaatirraa kaastee iddoowwan, Qaamaa caandii,allaaduu dhagaa bookaa,Gulaansaa fi magaalaa kobor keessatti namoota nagaa hedduu ajjeesanii jiru. Gabaasa bal’aadhan walitti deebina. https://www.facebook.com/100066596063037/posts/pfbid0pwV6Xy2n27zTN5RRYsynmKHvmxYv3Ef2MXp72A6WVrDgREN2yGo2zqc19edj4nwAl/?d=n
Forwarded from KMN
https://www.facebook.com/100066596063037/posts/pfbid0cenAv7zTeAtDJiRZp7qJSq67PXxxNrfniq79jnzX49BfTtRnTdW4zyXsbpY3vqpCl/?d=n #Oduu_Gaddaa
“Godina Arsii lixaa Aanaa Shaallaa magaalaa Sanbatee Shaallaa keessatti Dargaggoo Suudii Arsichaa jedhamu uffata Renjeri durii san uffatee deemuu isaa qofaaf rasaasa afur itti roobsuudhaan magaalaa keessatti humna addaa oromiyyatti ajjeeffameera”

Ummanni keenna Uffata reenjarii uffattanii deemuu,rifeensa dheeressitanii deemurraa of qusadhaa ykn baddaatti citaa!