Tsegaye R Ararssa
16.3K subscribers
1.67K photos
248 videos
163 files
2.49K links
TA
Download Telegram
#WBO_ABO Statement on EHRC's report on the Karrayyuu massacre.
#WBO_ABO Statement about the alleged massacre in Gidaamii! The truth is thicker than the propaganda of the genocider regime!
#WBO on the killing of a pregnant woman and the abduction of 18 studentd
Forwarded from KMN
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Gannatii keessatti humni Shororkeessituu PP Har'aa fi kaleessa maqaa oppireeshinii #WBO jedhuun gandoota akka burqituu Oborraa, Gaamoo Nagaroo, Gidaamii Dabshoo keessa Humna Haaraa bakkoota hedduu qubsiisaa Oolteetti. Naannoon sun naannoo gammoojjii #Saawwaa kan #WBO'N keessa maandheffatee jiruu fi kan warri PP karoora ishee keessatti xiyyaaraan rukutuuf maqaa eerte keessaa tokko dha. Kanaafuu Yeroo dhihoo keessatti akka Lola banuuf jirtu odeessi keessoo isaanii nu qaqqabeera waan ta'eef WBO fi uummanni akka dammaqinaan taa'u qilleensa irra nuuf Oolchi. dhiifama garuu akka hojiidhaan muddamtu Numa beekna.
#Inbox #WBO

"Kibbaa bahaa oromiyaati wbon lolaa akkumaa itti fufeettii jiraa guyyaa 12 /6/2022 ganama sa,atii 5:00 irraa jelqabee hangaa sa,ati 6:20ti lolaa cimaa gageessaa Tureen ireef gachana ummaata oromoo kan ta, e worannii bilisummaa oromoo zoonii Kibbaa bahaa godinaa ARSII Bahaa anaa shirkaa ti humnaa dabalataa analee Afuur irraa reefaa bafaachuuf garaa iddoo lolaa kaleessaa Sana imaalaa turtee wbon odeessaa argachuudhan duraattii siqee haxxee ittii hidhuun tarkanfii keessaa deebii hin qabnee irraattii fudhatee loltotaa shiftaa motummaa pp 17 ajeessee 22 madoo dandamii hin qabneen adaberaa afaan qawween malee furmaannii oromoof oromiyaa hin jiruu wbo jabeessaan dhamsaa Keenyaa Injifannoon ummaata oromoof gadaan gadaa xummuraa gabrummaatii wbon haa waruuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu."
Birraan baranaa birraa bara baraa ta’uuf deema fakkaata! #WBO #TDF #UFEFF
#WBO, Najjo
ወለጋን ለይቶ በማጥቃት ከኦሮሞ መነጠል፣ ኦሮሚያን ማፍረስ፣ ወይም ኦሮሙማን ማጥፋት አይቻልም። Not now, not ever! We resist as Oromos. We shall prevail as Oromos. And, if need be, we shall die as Oromos.
#WBO_is_Oromias_Army!
Qabsoon Oromoo rakkoo Oromoo bu’uurarraa fuuruuf gaggeeffama. Rakkoo sabaaf furmaata waaraa fiduuf gaggeeffama.

Oromoo dhaaf jennee baanee garaa dhaaf hin gallu. Oromoo dhaaf jennee baanee gandaan hin gallu. Oromoo taanee baanee qoqqodamne hin gallu. Oromiyaa ijaaruf baanee Oromiyaa diigamteet hin deebinu. Abadan!!!!

Dhugaa fi haqa Oromoo bakkatti deebisna. Mirga Abbaa biyyummaa mirkaneessina. Aangoo bulchiinsaa uumatichatti, seera bulchiinsa sabaas sirna sabaaf maluu taasisnee bakkatti deebisna.

Bilisummaa fi walabummaaf falmina. Kanumaan gallas!

#Kanuma! #WBO_Forever!
Injifannoon shiraa fi gantummaa dhaan dhufu hin jiru!!!!
=====================
Warri ofiif qabsoo dhadhabee ykn dhiisee, biyya alaa kana keessa taa'ee, WBO qoqqoduf tattaafatu kun shira isaanii kana hatattamaan dhaabuu qabu.

Faayidaa dhuunfaa ofiitif jecha takka maallaqaan takka gandaan waraana sabaaf falmu qoqqooduuf yaalun qabsoo Oromoo dura dhaabbachuu dha. Kuni ammo gantummaa dha. Oromoo diinoonfachuu dha. Diina Oromoo ta'uu dha.

Oromoo dhaaf qabsaa'uuf manaa bahanii gandaan wal qoqqodanii, diigamanii, faffaca'anii baduun salphina hamaa dha.

Gabaabumatti, WBO qoqqooduf yaalun, waraanicha diiguu dhaf tattaafachuu dha. WBO diigun ammoo Oromoo diiguu dha. Oromiyaa fi tokkummaa saba keenyaa diiguu dha.

Kun dhaabbachuu qaba. Hin dhaabbatu taanaan, WBOn fi ilmaan Oromoo dhugaaf falman hundi garee shira kana xaxus akkuma diinoota isaa biroo ofirraa lolutti isaan kanas ofirra lolun dirqama itti ta'a.

Yeroo dheeraa fudhata ta'a malee qabsoon bilisummaa Oromoo gandaan qoqqoodamee (ykn maallaqaan gurguramee) karaatti hin hafu.

Qaanqeen qabsoo Oromoo bara meeqaaf turtee Oromoo fi Oromiyaa asiin geessite kun harka dhaloota kanaa keessatti hin dhaamtu. Abadan!

WBO qoqqodanii, gandaan of gurmeessanii, gocha seeraaf naamusaan ala ta'e raawwachuu dhan maqaa qabsaa'oota Oromoo xureessun injifannoo isiniif hin fidu. Qabsoo Oromoo isa dhugaa fi haqa sabaa irratti hundaaye dhaabsisuu, ykn balleessuu, hin danda'u.

#Keep_the_flame_alive! #WBO_Forever!
ሰላም የሚፈልግ: ተኩስ አቁም--አሁኑኑ" ይላል: ወይም በፅናት በመዋጋት ሰላምን ያዋልዳል!
=========================

ሰላም "ታረቁ" እያሉ በማላዘን አይመጣም::

#WBO "እርቅ ያድርግ: ሰላም ያውርድ: ወዘተ" እያሉ የሚያላዝኑ የይስሙላ ሰላማውያን: በእውነት ለህዝባችን ሰላም የሚያስቡ ከሆነ: "ወንድማማቾች እንዳይገዳደሉ" የሚፈልጉ ከሆነ: ለምን አብይና ጀሌዎቹን የተኩስ አቁም አዋጅ እንዲያውጁ አይጠይቁም?

በነገራችን ላይ: ኦሮሞ: ብልፅግና የሚባል ወንድም የለውም:: ኦሮሞ: አብይ ወይም ሽመልስ የሚባል ዘር አጥፊ ወንጀለኛ እንጂ ወንድም አያውቅም::

በኦሮሞ ላይየዘር ማጥፋት ያወጀውም የአብይና የሽመልስ መንግሥታት ናቸው:: ፍቃዱ ጡዌም የኦሮሚያ ጨፌ ውስጥ ተቀምጦ ነው የዘር ማጥፋት አዋጁን ያወጀው::

ኦሮሞ: ብልጥግና ሚባል ኦሮሞ: ብልጥግና የሚባል ወንድም: የለውም--ብልጥግና የሚባል በኦሮሞ ሥም አገር ሚዘርፍ የሌባ ስብስብ እንጂ::

ለኦሮሞ ሰላም የሚፈልግ ካለ: ብልጥግና ያወጀብንን የዘር ማጥፋት ጦርነት እንዲያቆም "የተኩስ አቁም: አሁኑኑ!" ይበል::

"ፋኖ ስለሚወጋህ አብይን ደግፍ" እያሉ ኦሮሞን ለማስፈራራት የሚደረግ የሴራ ትርክት የከሸፈ ስልትነው:: ለኦሮሞ ከፋኖ በፊትና በላይ ጠላቱ: አብይና ሽመልስ ናቸው:: (ፋኖንም አስታጥቀው: አደራጅተው: ስልጣን አጋርተው: ትርክት ሰጥተው: ለቁማራቸው ሲሉ: በኢትዮጵያ ሥም በኦሮሞ ላይ የቀሰቀሱት እራሳቸው ናቸው:: ከፋኖ ለይተን--ወይም ፋኖን ከእነሱ የከፋ ጠላት አድርገን--የምናይበት አንዳች ምክንያት አይኖርም::)

ሃጫሉን ያረደው:

ጃዋርን ሊገድል የሞከረው:ኃላም ያሠረው: ሲፈታም ከፖለቲካ መድረክ የገፋው

በቀለ ገርባን አስሮ: አንገላቶ: ከነቤተሰቡ ከአገር የነቀለው:

የኦሮሞ የፖለቲካ መሪዎችን ያለ ፍርድ አስሮ ሚያማቅቀው:

የኦሮሞ ምሁራንን ገድሎ ለጅብ የሰጠው:

ወጣቶችን ያለ ፍርድ በአደባባይ እየረሸነ ለግድያ ትእይንት የዳረገው:

ህፃናትና ሴቶችን እየደፈረ: ሸኔን ከደገፋችሁ እንዲህ ነው ምናደርጋችሁ ብሎ ሲዝት የኖረው:

ንፁሃንን ከነቤቱ እያቃጠለ ሰልፊ ሲነሳ የነበረው:

የገበሬን መንደርና ማሳን ከእነሰብሉ በእሳት እያወደመ: "ሸኔን በርሃብ እናጠፋታለን" እያለ የፎከረው:

ልጅህ ሸኔን ይደግፋል ብሎ ወላጆችን በቤታቸው የረሸነው:

ልጅሽ ሽፍታ [WBO] ነው ብሎ እናትን አስሮ: ኃላም ከእስር አውጥቶ የረሸነው:

እኒህንና ከእነዚህም የከፉ ብዙ ተግባራትን የፈጸመው:

አብይ: አዳነችና ሽመልስ የሚመሩት የብልጥግና ስብስብ ነው:: ብርሃኑ ጁላ የሚመራው መከላከያ ነው:: ይልማ መርዳሳ የሚመራው አየር ኃይል ነው:: ብርሃኑ በቀለ የመራው ሪፐብሊካን ጋርድ ነው:: ደመላሽ የመራው ደህንነት ነው::

ይሄ የብልጥግና ቡድን: ደመኛ የኦሮሞ ሕዝብ ጠላት እንጂ ወንድም አይደለም:: ወንድም ቢሆን እንኳን: ይሄ የሕዝቦች ሁሉ ጠላት የሆነ ዘር አጥፊና ፋሽስት ቡድን: ወንድምነቱን ክደን ለፍርድ እናቀርበዋለን እንጂ: ከእነዚህ ጋር ወንድም ተብለን እንድንጠራ አንፈቅድም::

ከእነዚህ ጋር እነሱ ሳይፈልጉ: የተኩስ አቁም ሳያደርጉ: "ልደራደር እፈቅዳለሁ: ወይም በእርቅ ሥም ተቀራርቤ አብሬ እሠራለሁ" የሚል #WBO የለም: ወደፊትም: መቼም: አይኖርም:: በመሠረቱ ብልጥግና ለፍርድ እንጂ ለድርድር መጠራትም የለበትም!

#OPDOn_erga_yoomii_obboleessa_taate_dhiiroo?
#Nu_dhiisaa_gasoonnana jedhe gurbaan.
As long as #Abiy is in power in Finfinnee, there cannot be peace elsewhere in Oromia and beyond. Negotiating towards a regional transitional arrangement (of powersharing) only in Oromia will not solve the problem. This is a ploy intended merely to absorb WBO/ABO into the system. Averitable recipe for #WBO disorientation and/or dissolution.
#Eeggachaa!
#WBO_ABO

Uggura labsame kabajuun dhaabbileen NGO, Projectoota gara garaa, dippiloomaatonniifi lammiileen biyya alaa kamuu hanga Uggurri kun ka'utti sochii kamuu Oromiyaa keessa akka hin taasifne isin hubachiisna.