Tsegaye R Ararssa
16.4K subscribers
1.67K photos
248 videos
163 files
2.49K links
TA
Download Telegram
Warra bakka jarri kun dhaqee itti bade beekaa irraanfateetu har'as warruma akkanaa (ykn warra jara kanaa wajjin ture fi ammas isaanuma wajjin jiru) wajjin "walitti haramnee gallaa" jedhee maqaa tokkummaa fi gandummaatin asii ol didicha. Oromoon dhugaa sodaatee, gantuu hammatee, nama dhugaa dubbatu balaaleeffachaa, bakka gahuuf hin deemu. Abadan! Jall'ataa isaa sirrreessuu dhiseet nama dhugaa dubbatu reebutti ka'a. #safuu!
#Tokkummaan_kaayyoo_irraa_madda_malee_ganda_irraa_hin_maddu!
የኦሮሞ ሕዝብ ትግል ግብ (Abbaa biyyummaa)፣ እና ኢትዮጵያን ዴሞክራሲያዊ የማድረግ ፕሮጀክት ግብ አንድና ያው ናቸው ከሚል ሰው ጋር ምን የምትነጋገረው ነገር አለ?
#safuu