EECMY Children Ministry: MY Sunday School
772 subscribers
917 photos
14 videos
172 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
Forwarded from EECMY Youth Ministry
YEROO LEENJII SINOODOOSII GALAANAA ABBAAYAATTI: GAGGEESSITOOTAA FI TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI  DARGAGGOOTAAF

የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ስልጠና ለገላና አባያ ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች

#Training for EECMY #GelanaAbayaSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-GAS #Guangua

Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20

Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!

👇👇👇
@eecmyyouthministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
IJOOLLEE FI DARGAGGOO BARSIISA GOOFTAATIIN GUDDISUU!
ልጆች እና ወጣቶችን በእግዚአብሔር ቃል ማሳደግ
===#Children #Youth_and_Family_Conference @EECMY Gelana Abaya Synod, #Guangua


https://t.me/MYSundaySchool
https://t.me/eecmyyouthministry
Forwarded from EECMY Youth Ministry
IJOOLLEE FI DARGAGGOO BARSIISA GOOFTAATIIN GUDDISUU!
ልጆች እና ወጣቶችን በእግዚአብሔር ቃል ማሳደግ
===#Children #Youth_and_Family_Conference @EECMY Gelana Abaya Synod, #Guangua
=Manni barumsaa jalqabaa ijoollee fi dargaggootaa maatiidha. Maatii beekumsa Dubbii Sagalee,Waaqayyootiin hidhachiisuun ijoollee fi dargaggootaaf bu'uura gaarii ijaaruudha. Maatiin bu'uura biyyaati, bu'uura dhalootaati; Ijoollee fi dargaggoon immoo abdii biyyaati, abdii dhalootaati. Ijoollee fi dargaggoota irratti hojjachuun waldaa har'aa fi borii irratti hojjachuudha.

=Ijoollee fi dargaggoota Sagalee Waaqayyootiin guddisuu, jaalalaa fi kunuunsaan guddisuu, fakkeenyummaa gaariidhaan guddisuun...barbaachisaadha.

''Ijoolle! Abboota keessanii fi haadhota keessaniif abboomamaa! Kun gooftaa duratti qajeelaadha. Abboommiin inni dura abdii wajjin kenname, "Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni!" isa jedhuudha.

Abdichis, "Gaarii akka siif ta'utti, lafa irras bara dheeraa akka jiraattutti!" jedha. 4 Isin immoo abboota nana! Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hin tuttuqinaa!'' Efesoon 6:1-4

=Waaqayyo ijoollee fi dargaggoota keenya nuuf haa eebbisuu! Kallattii hundumaan guddinaa fi milkaa'ina isaaniif haa kennuu!

ልጆች የነገ ተስፋዎች ናቸው: ወጣቶች የሀገር ተረካቢዎች ናቸው: ቤተሰብ የሀገር መሰረት ነው!

=ቤተሰብ የትውልድ መሰረት ነው: የማህበረሰብ እና የሀገር መሰረት ነው።
=የልጆች የመጀመሪያው ት/ቤት ቤተሰብ ነው። ቤተሰብን በእግዚአብሔር ቃል ማስታጠቅ ለልጆች እና ወጣቶች መልካም መሰረት እንደ መገንባት ነው። ልጆች እና ወጣቶቻችንን በረከቶቻችን ናቸው::

''ልጆች ሆይ፥ ለወላጆቻችሁ በጌታ ታዘዙ፥ ይህ የሚገባ ነውና። መልካም እንዲሆንልህ ዕድሜህም በምድር ላይ እንዲረዝም አባትህንና እናትህን አክብር፤ እርስዋም የተስፋ ቃል ያላት ፊተኛይቱ ትእዛዝ ናት።
4 እናንተም አባቶች ሆይ፥ ልጆቻችሁን በጌታ ምክርና በተግሣጽ አሳድጉአቸው እንጂ አታስቆጡአቸው።'' ኤፌሶን 6:1-4

እግዚአብሔር ልጆች እና ወጣቶቻችንን አብዝቶ ይባርክ! በነገር ሁሉ ዕድገትን እና ስኬትን ይስጣቸው! አሜን።

📷: Solomon-EECMY- GAS ICT
https://t.me/MYSundaySchool
https://t.me/eecmyyouthministry