#Oolmaa hin dagatin!

      (#Don't forget the favor!)

#Jireenya kee keessatti namoonni gatii guddaa(qaalii) siif kanfalan  eenyu fa’i?  Uumaa kee gaditti  bakka amma jirtutti akka argamtu eenyutu gahee guddaa siif taphate?
     #Fkn haadha, abbaa, obboleessa ,obboleettii, fira dhiyoo ykn immoo hiriyaa icciitii ykn nama humaa sirraa hin qabne orma ati akka tasaa barte ta'uu danda'u
      #Namoota sanaaf gatii oolmaa isaanii deebisuun yoo sitti ulfaatellee ykn hin dsnda'amnellee, hamma dandeessu jaalalaa fi kabaja kenniif! Akka jaalattuu fi kabajju itti himi!

#Warra kabajni maluuf haa yaadannu!

👇👇👇👇👇👇
@Saayikoloojii