#Warra wal yaadetu jedha akkas

🌺Addaan fagaannee hafnaaree
Akka Callee ciccittee

🌻Dhiitee baritus suman eegaa takkaa Abdiin murannee

🌸Gungumee Yoo waaqni Roobee lafti Gogaan hin margaa

🌲Guyyaan isaa yoo fagaates
Nmni jiru wal argaa

https://t.me/joinchat/WDQI2GoDP_te2plF
#Carraa Gaarii!!


Harka Fuune akkam Jirtu?
#Ani Har'a badhaasa telegiraamii haaraa qabadheen dhufe.

Badhaasni kun yeroo hunda isin gammachiisuuf, jaalatamtoota koo, akkasumas miseensota maatii Telegram Channel baay'isuudha.

#Warra carraa qabaniif badhaasa maallaqaa 4tu jira.
Badhaasa Birrii 100 nama carraa 1ffaa argateef
Badhaasa Birrii 50 Carraa 2ffaa
Badhaasa Birrii 25 Carraa 3ffaa
Kan carraa qabu 4ffaaf badhaasa Birrii 10 warra carraa qaban 4 qofaaf nan kenna!

#Atis carraa qabda
Dursa Chaanaalii Telegram haaraa kana join godhaa maatii ta'aa!
#Sana booda ergaa kana yoo xiqqaate namoota 50f akka dhaqqabamu gochuu qabda. Badhaasni kun gaafa 20/11/2014 ni kennama.
https://t.me/Bedadina

siif gaarii!
#Oolmaa hin dagatin!

      (#Don't forget the favor!)

#Jireenya kee keessatti namoonni gatii guddaa(qaalii) siif kanfalan  eenyu fa’i?  Uumaa kee gaditti  bakka amma jirtutti akka argamtu eenyutu gahee guddaa siif taphate?
     #Fkn haadha, abbaa, obboleessa ,obboleettii, fira dhiyoo ykn immoo hiriyaa icciitii ykn nama humaa sirraa hin qabne orma ati akka tasaa barte ta'uu danda'u
      #Namoota sanaaf gatii oolmaa isaanii deebisuun yoo sitti ulfaatellee ykn hin dsnda'amnellee, hamma dandeessu jaalalaa fi kabaja kenniif! Akka jaalattuu fi kabajju itti himi!

#Warra kabajni maluuf haa yaadannu!

👇👇👇👇👇👇
@Saayikoloojii