#Amma murteessi!

#Waa'ee kaleessaa yaaduu dhiisi! Amma murteessi! Murtoon tokko jireenya kee bara baraan jijjiiruu dandaสผa! Saatii kana irraa eegaluun waanan danda'u hunda nan raawwadha(godha) jedhii murteessi!

Nama kutannoo hin qabne namni barbaadu hin jiru! Kutannoo hin qabdu taanaan ofiifis warra jaallattuufis humaa gochuu hin dandeessu. Namni duubatti deebi'u ni qisaasama! Wantoonni ati barbaaddu hundi sodaa kee duuba ta'uu isaa beekuun murannoo qabaachuu qabda!

Duubatti deebitee homaa jijjiiruu hin dandeessu; Amma yoo jalqabde garuu xumura kee miidhagsuu dandeessa; Nama fooyya'aa ta'uu qabda! Ammuma murteeffadhu Waanuma murteeffatte keessa jiraatta waan ta'eef!

#Galgala gaarii isiniif hawwa!!!!
#Galatoomaa
#Nan Danda'a jedhi!

#Kaayyoo guddaaf gara lafa kanaa dhufte, garuu waan barbaadde hunda galmaan gahuu akka hin dandeenye waan amantuuf, akka namoota baay'ee ta'uuf yaalaa jirta.  #Osoo akka #Risaa balali'uu dandeessuu maaliif akka Lukkuu ...?

#Waan gurguddaa milkeessuuf dursitee waan guddaa bilisummaan yaaduu qabda. #Argitee, jalqaba yaada burqisiifta, sana booda tarkaanfii fudhatta.  #Ani hin danda'u jecha jedhu cabsuun, waan barbaadde hunda akka galmaan geesssuuf uumaan akka siif eeyyame of amansiisi! 

#Amma nan danda'a jechuun ofitti himuun #jalqabi!๐Ÿ’ช

#Walgeenyi Tulluu Milkaa'inaa irratti!!!๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

#Galatoomaa! Yeroo Gaarii!!

@Bedadina
@Saayikoloojii
#Amma  Yaali!

  #Umriin kee erga darbee booda waan hojjette of duuba deebitee yommuu yaaddu, wanta hin hojjennetu caala. #Osoon hojjedhee turee jetta,
Ni gaabbita, 'osoo yaalee bareeda ture jetta;  Garuu hin jedhiin, waan amma tuffattes ta'ee waan sodaatte hunda yaaliitii eenyummaa kee ofitti agarsiisi!  #Kana ta'uu baannaan bu'aan kee gaabbii qofa ta'a. Kanuma.

#Yeroo gaariin siif hawwa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™