Forwarded from π
ΈοΈπ
²οΈπ
²οΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈποΈπ
ΈοΈπ
ΈοΈ π
ΌοΈπ
ΈοΈπ
»οΈπ
ΊοΈπ
°οΈπ
°οΈ'π
ΈοΈπ
½οΈπ
°οΈπ
°οΈ( α¨α΅α¬α΅ αα΅α’α ) (Abera Negesa)
π»π»π»π»π»π»π»
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπ»πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
#Isa Kam siif #Wayyaree?
#Inni jalqabaa baβaa hojii cimaadha. #Inni lammaffaan baβaa gaabbiiti. Hojiin cimaan tarii Kiiloogiraama 1 ulfaata; Garuu gaabbiin kiiloogiraama 100 ol baatanii akka deemuuti. Isa kamtu akka siif wayyu #filadhu!
#Hundi keenya waan amma qabnu caalaa waan #gaarii barbaanna. Yeroon guyyaa hojii malee dabarsitu, "Guyyaan sun osoo homaa hin godhin ija koo irra kaa'ee darbee?" Yeroo of komattu yaadi. Fakkeenyaaf Bara Darbuuf jiru 2014 kana maal karoorsite? maal hojjette? maal milkeessite? Maal immoo osoo hin milkeessin hafte? Hundaafuu kan darbe darbeera isa darbe irraanfadhu, isa dhufutti xiyyeeffannaa kenni! Kana ta'uu baannaan barri inni itti seenu kunis waggaa har'aa moofa'eetuma 2016 dabarsa waan ta'eef jechuu kooti. Kanaaf waca amma namni garanaa garasii gurra sitti duuchu dhaggeeffachuu dhiisii ofdhaggeeffadhu!Ofta'i yoo oftaate ofiif taatee nama biraafis taata waan ta'eef!πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπ»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»π»
#Ayaana Gaarii siif haa ta'u !!!
@Bedadina
@Saayikoloojii