Tsegaye R Ararssa
16.5K subscribers
1.66K photos
247 videos
162 files
2.48K links
TA
Download Telegram
Abiy Ahmed's latest meddling in Church affairs and his attempt to undermine & silence the voice the Oromo bishops (never mind his siding with the wrong doers) is going to have a far-reaching political consequence in Oromia and the wider Ethiopia.

His act/talk is an insult to the bishops, the church, its synod and to the entire Oromo public.

It's one (wrong) thing to violate the principle of secularism. But it is another to favour one side and blame the victims, and do so only because of their (Oromo) national identity. It is wrong.

The entirety of his speech/act is so wrong on many levels that it needs a universal condemnation as the Oromo bishops and politicians take appropriate measures including legal ones.

In the days to come, we will critically engage with his most recent intervention (pun intended!).

#Enough_is_enough!
Duula jabaa buufatasaa Finfinnee irratti godhatee Oromiyaa diigee Oromoo dhabamsiisuf karoorfatee kana Oromoon hundi akka nam tokkootti gurmaa'ee ofirraa ittisuun yeroon isaa amma. Diinotni keenya gamaaf gamanaa wal-waamtee saboota biroo Oromoo irratti kakaasaa waan jiranif, Oromoon kana beekee, deebii qubsaa irra-deebii hin qabne laachufii qaba. #Enough_is_enough! #Finfinnee_is_Oromia! #No_to_the_call_for_Oromo_genocide! #Respect_our_right_to_n_in_the_city!
#No_more_dispossession_and_displacement!
Oromoon addunyaa irra jiru hundi waliigalee lola waraanaa motummaa nafxanyaa #AbiyAhmedin gaggeeffamu fi diinoota Oromoo biyya alaa fi keessaa wal qindeessanii nurratti duulaa jiran kana hiriira nagaa wal-irraa hincinneen balaaleffachuu qaba.

Koreewwan kana qindeessan magaaloota hundaa keessatti hatattamaan ijaarramuu qaban.

Hojiin diplomaasii hawaasaa (public diplomacy) karaa caasaa hawaasoota Oromoo biyya hunda jiranin fi karaa gurmuuwwan advocacy/diplomacy Oromootin dalagamuu qaban hundi amma kaka'umsa fi cimina addaatin dalagamuu qabu.

PPn aarii uummanni keessa jiruun fayyadamtee of jalatti hiriirsuf jettee hiriira nagaa deeggarsaa qopheeffachaa jirti. Kanas Oromoon harkatti fashaleessu qaba.

PPn lola waraanaa Oromoo irratti labsamee jiru (nafxanyootan deeggaramtee fi isaan irratti maxxantee) adda durummaa dhaan kan gaggeessaa jirtu akka taate Oromoon hundi hubachuu qaba.

Nafxanyaan diina Oromoo (fi saboota cunqurfamoo biroo) ta'uusaa yoo hubanne, motummaan PP kunis motummaa nafxanyaa waan ta'eef diinumma isaa hubatanii, motummaa kana deeggaruurraa of qusachuu qabna.

#Enough_is_enough!
These are people who fled their villages/towns because of want and starvation. They say they came from Eastern Harargee Zone (and one of them says she is from Fadis). What caused this? Reports indicate that after their chat farms are sold to mega chat traders of the OPP (and after household chat sale is virtually banned), people are now exposed to famine. Those who can are fleeing in all directions, some to Jijjiga, others to Dirre-Dhawaa, and yet others to the neighbouring highlands of Western Harargee Zone.

While recognising that the imperative of supporting the people is paramount, we cannot ignore the responsibility of #Abiy_Ahmed’s regime for causing this crisis.
#Oromia_cant_wait! #Enough_is_enough!