#Adeemsa Kee Itti Fufi

#Ati Itti amannaan Ragaa ykn Mirkaneessa hin barbaadin.
Eeyyeen Kan sitti mul'atu nama hundatti hin mul'atu;
Kan sitti dhaga'amu nama biraatti hin dhaga'amu.
#Kanaafuu ofii kee amansiisi sana booda adeemsa kee Itti fufi

#Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Baga Ittiin isin Gahe!
#Ayyaana Gaarii isiniif haa ta'u !!!

@Saayikoloojii
🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄
#Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan. 

#Ayyaanichi kan Icciitiin Sillaasee itti ifa bahe lammaffaa bishaan irraa kan ittiin dhalanne, xalayaan garbummaa keenyaa kan itti barbadahe ayyaana guddaadhaatii Waaqayyo uummata biyya keenya Itoophiyaaf nageenya haa buusu Ameen!!!

#እንኳን ለብርሃነ ጥምቀቱ በሰላም አደረሳችሁ  በዓሉ ምሥጢረ ሥላሴ የተገለጠበት ዳግመኛ ከውሃ የተወለድንበት የዕዳ ደብዳቤያችን የተደመሰሰበት ዐቢይ በዓል ነውና፤ ፈጣሪ ለሀገራችን ኢትዮጵያ ሰላምን ለሕዝባችን አንድነትን ይላክልን አሜን ።

@Saayikoloojii