https://youtu.be/bDcvjkm9yOU

Itti bohaaraa #subscribe godhaaπŸ™πŸ™πŸ™
#Boru ni dhufa

#Isa deemetti hin aarin. Isa dhufus hin ajaa'ibsiifatin. Kan har'a dhufe boru ni deema. Kan kaleessa deeme boru ni dhufa. Hundi isaa yeroo wajjin jijjiirama. #Ati garuu qajeelummaa kee hin dhabin ittuma fufi!"
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Saayikoloojii
#Subscribe
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/4alyQW28TBo