#Deebitee Ni Kaata!

#Waantonni humna kee ol yoo ta'an dhaabbachuun Afuura galfattee dadhabbina kee sakattaata. Kan dhaabbatteef waan mo'amteef dhiisuuf miti. Humnaa fi cimina ajaa'ibaan deebitee ka'uufi malee.

#Gareen(Kilabiin) yeroo heddu #Waancaa fudhatuyyuu yeroo tokko tokko ni mo'ama. Yeroof gadi jechuun dirqama. #Qomoo koo of sakattaโ€™uuf yoo yeroo itti fudhatte gadi jettee hin haftu amani!!!!

Hiriyaa kee yoo xiqqaate 10f qoodi (#share) godhi
#Join godhi

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Bedadina
#Bakka #Yaadde Sana!

#Bakki yaadde sun #eessa?

#Bakka yaadde sana jechuun galma jireenya keetii jechuudha Jireenya kee keessatti milkaa'ina feete bira ga'uudhaaf tarkaanfin ati jalqaba fudhachuu qabdu galmakee adda baastee beekuudha. #Galma jireenyakee erga adda baaftee beektee booda, galmakee milkeessuuf qophii gochuudha. #Milkaa'ina gonfachuudhaaf galma ofii adda baasanii beekuun bu'uura ta'us galma ofii beekuun qofti ga'aa miti. #Galma jireenya kee beekte jechuun ni milkoofte yookaan bakka yaadde sana geesse jechuu miti. #Bakka deemuu feetu erga beektee booda bakka sana akkamiin akka deemtee ga'uu dandeessu sammuu kee keessatti beekuun barbaachisaadha. #Namni daandii dheeraa imalu tokko jalqaba bakka deemu sirritti adda baafata. #Bakka deemu erga adda baafatee boodas, bakka sana akkamiin akka deemu karoorfata. #Atis galma jireenya kee erga adda baafattee booda galma kee biras akkamiin akka geessu karoorfachuu qabda. #Namootni baay'een milkaa'ina jireenya isaaniif galma ni baafatu. Garuu galma isaanii kana bira utuu hin ga'in hafu. Maaliif? Sababnisaa hawaasa keessa jiraatan yookaan nama waliin jiraatan ilaalanii fakkaachuuf yookaan akka ebaluu ta'uuf galma waan baafataniif. Kana jechuun baay'een keenya galma keenya maatii yookaan hawaasa keessa jiraannurraa arganna.Galmi sirrii garuu keessa keetii madduu qaba. #Namootni waan barataniif hin baratin! Maaliif akka barattu galma dhuunfaa kee sammuu kee keessatti ilaalaa baradhu! #Namootni daldalaniif hin daldalin! Hojii daldalaan eessa ga'uu akka feetu ilaalaa daldali! Walumaagalatti, waan hojjettuuf galma qabaadhu malee namni biraan hojii ati hojjechaa jirtuun waan milkaa'eef yookaan maatiin kee akka atรญ hojicha hojjettu waan barbaaduuf hin hojjetin! Kunis kan ta'u galmi kee keessa keetii kan madde yoo ta'edha. #Galmikee keessa keetii madde taanaan galmakeef jaalala dhugaa qabaatta. #Milkaa'uudhaaf galma keef jaalala dhugaa qabaachuu qabda. Galma keef jaalala dhugaa qabaachuun jireenyi bitaa akka sitti hin galleef si fayyada. #Fakkeenyaaf maatiin kee daldaltee maallaqa hedduu akka horattu fedhu ta'a. #Atimmoo ogeessa muuziqaa beekamaa/tuu ta'uu feeta ta'a. Sababoota akkanaaf kanneen biroon baay'een keenya yeroo hedduu dhiibbaa maatii fi hawaasaan waan ta'uu hin feene ta'uuf carraaqna. Kanarraan kan ka'es yaadaafi qalbiin keenya bittinnaa'ee gara itti gorru wallaaluun jireenya bitaa gale jiraanna. #Jalqabuma ogguu galmakee baafattu nama dhaggeeffachuu dhiistee keessa kee yoo dhaggeeffatte garuu gufuun akkanaa si hin mudatu. #Galmi kee dhugumaan keessa keetii kan madde taanaan namootni yaadota akkamii dhi'eessaniyyuu galma keerraa boodatti deebi'uuf tasumaa shakkiin keessa keetti hin uumamu. Galma baafatte kamiiniyyuu milkeessuu ni dandeessa. Garuu ogguu galma kee baafattu maal gochuu akka dandeessuufi hin dandeenye sirriitti xiinxalii baafadhu! Akkana goonaan humna dhokataa keessakee jiru kan bakka feete sana si geessu waan argattuuf gammachuun tarkaanfii eegalta. #Galma kee yeroo baafattu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchi!

#itti fufa...

#Maddi Kitaaba Saayikolojii Bakka yaadde sana jedhu(#Warquu #Guddinaatiin)

#Join and #Share godhaa!!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Bedadina
#Hin danda'u hin jedhiin!!!

#Ati nama fakkeenya Waaqayyoon Uumamtedha waanti ati gochuu hin dandeenye tasumayyuu hin jiru.
Bifa Waaqayyoon uumamuun kee Qofti Ibsituu akka ati waan hundumaa dandeessuuti. Yoo xiqqaate karaan ani ittiin hin dandeenye natti hin mulโ€™atu jedhi yeroo sana Uumaan kees si wajjini. Yeroosaatti hundumtuu ni mulโ€™ata!

#Join and #Share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Bedadina
#Nama #Cimaa #Ta'i

#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!

#Share and #Join
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Bedadina
#Xiyyeeffannaan Kee si murteessa!!!

#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!

#Waan dubbiftaniif #Galatoomaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!

#Join and #share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Bedadina
#KARAA MILKAAโ€™INAA/#THE WAY TO SUCCESS

Addunyaa kanarratti namootni jireenya isaanii keessatti
milkaโ€™aan jedhaman amaloota wal isaan fakkeessu hedduudha
qabu. Amalootni isaan wal fakkeessu kunneen iccitii milkaโ€™inaa
akka taโ€™anis irratti walii galama. Kanaaf mee iccitii milkaโ€™inaa
kanneen 1,2โ€ฆjenne haa kafnu;irraas haa barannu:

1.#Namootni milkaโ€™an ofitti amanu

Jireenya keessan keessati waan abjootan milkeessuu yoo
barbaadan; abjuu keessan galmaan gahuu akka dandeessan
onnee keessaniin amanuudha qabdu. Ofitti amanuun kan
wajjiin dhalanne osoo hin taane filannoo keenyaan kan
dhufuudha. Namootni milkaawan jedhaman iccitii milkaaโ€™ina
isaanii yoogguu dubbatan yoo dhageessan taโ€™e milkaaโ€™ina
isaaniif sababni guddaan โ€œwanti hunduu ni dandaโ€™ama !โ€
Jedhaanii waan amananiif malee kennaa addaa wajjiin waan
dhalataniif akka hin taane himu. Jabaadhee waanan dubbiseef,
hojjadheefโ€ฆ.bakkan haraโ€™a jiru gahe siin jedhu. Atis bakka
yaadde gahuu akka dandeessu laphee keen amani.

#2.#Namootni milkaโ€™aan kaayyoo qabu.
Hundi keenya uumamaan Sammuu waa kaayyeessuu dandaโ€™u
qabannee dhalanna. Yoo sammuu keetti waa kaayyeffatte
bakka yaade gahuuf halkaniif guyyaa carraqxa. Kaayyoon
sammuu kee kessatti jiru humna siif taโ€™a; buโ€™aa baโ€™ii jireenya
keessatti gufuun yoo si muuddata akka laayyooti akka hin
kufne ; yoo kuftes kuftee akka hin hafne; miixxattee akka
kaatu;akka abdii hin kutanne humna sitti hora.

#3. #Namootni milkaaโ€™an tarkaanfi tokko ful-duratti tarkaanfatu

Namootni milkaโ€™an kan namootni eeganin alatti dhimma
bobaโ€™an irratti cimsanii hojjatu. Barataa yoo taโ€™e haala gaariin
qoโ€™achuu; daldalaa yoo taโ€™e ammoo maamiltoota Isaa haala
kamiin qabuun akka irra jiraatu ni beeku.

#4. #Namootni milkaโ€™an tarkaanfii fudhatu.

Namootni milkaโ€™an iccitii tokko beeku โ€ Addunyaa kanarratti
tattaafii malee buโ€™aan argamu akka hin jire; No gain without
painโ€ jedhaniti amanu. Kanaaf bakka yaadan gahuuf sadarkaa
garagaraatti murtii dabarsu/tarkaanfii fudhatu. Bakka yaadde
gahuu yoo barbaadde afaaniin qofa haasaโ€™uu hin qabdu;bakka
yaadde kan si qaqqabsiisu tarkaanfii tokko tokko
fudhachuudha qabda. Fkn barataa ciimaa taโ€™uu akka barbaadu
odeessuu osoo hin taane hojiitti seenuu qabdaโ€ฆcimsitee
qoโ€™achuu !!

#5. #Namootni milkaโ€™an kanneen biroo jajjabeessuu jaalatu!

Milkaโ€™ina jireenyaa yoo barbaadde iddoo oolmaa keeti
namoota jiraan kan sii oliis haa taโ€™an kan sii gadii waan gaarii
isaan hojjataan hangamiyyuu xiqqa haa taโ€™u dinqisiifadhuuf ykn
jajjabeessi. Namni dinqisiifatamuu jibbu hin jiru.Kana gochuu
keetiif ammoo wanti kaasartu tokkoyyu hin jiru; buโ€™a garuu ni
argata: isaan jajjabeessuu keef sitti gammadu ;ofii kees ni
gammada. Nama wajjiin wal-qunnamtii gaarii horatta.Namoota
wajjiin walqunnamtii gaarii yoo qabaate jaalalaa fi kabajaa
argata.kun ammoo karaa biraan ofitti amantaa kee siif
dabala.Kanarra darbee ammoo namootni waliin hojjatu
kunneen kayyoo kee hubbachuun galma akka geessuu si cinaa
dhaabbatu/si tumsu/

Maarree amaloota namoota milkaโ€™anii kanneen jireenya
Keenya keessatti shaakaluun milkaโ€™inaaf haa hojjannu!!!

#JOIN AND #SHARE
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/joinchat/bKDwTwVcntAyYmJk
#Bakka #Yaadde Sana!

#Bakki yaadde sun #eessa?

#Bakka yaadde sana jechuun galma jireenya keetii jechuudha Jireenya kee keessatti milkaa'ina feete bira ga'uudhaaf tarkaanfin ati jalqaba fudhachuu qabdu galmakee adda baastee beekuudha. #Galma jireenyakee erga adda baaftee beektee booda, galmakee milkeessuuf qophii gochuudha. #Milkaa'ina gonfachuudhaaf galma ofii adda baasanii beekuun bu'uura ta'us galma ofii beekuun qofti ga'aa miti. #Galma jireenya kee beekte jechuun ni milkoofte yookaan bakka yaadde sana geesse jechuu miti. #Bakka deemuu feetu erga beektee booda bakka sana akkamiin akka deemtee ga'uu dandeessu sammuu kee keessatti beekuun barbaachisaadha. #Namni daandii dheeraa imalu tokko jalqaba bakka deemu sirritti adda baafata. #Bakka deemu erga adda baafatee boodas, bakka sana akkamiin akka deemu karoorfata. #Atis galma jireenya kee erga adda baafattee booda galma kee biras akkamiin akka geessu karoorfachuu qabda. #Namootni baay'een milkaa'ina jireenya isaaniif galma ni baafatu. Garuu galma isaanii kana bira utuu hin ga'in hafu. Maaliif? Sababnisaa hawaasa keessa jiraatan yookaan nama waliin jiraatan ilaalanii fakkaachuuf yookaan akka ebaluu ta'uuf galma waan baafataniif. Kana jechuun baay'een keenya galma keenya maatii yookaan hawaasa keessa jiraannurraa arganna.Galmi sirrii garuu keessa keetii madduu qaba. #Namootni waan barataniif hin baratin! Maaliif akka barattu galma dhuunfaa kee sammuu kee keessatti ilaalaa baradhu! #Namootni daldalaniif hin daldalin! Hojii daldalaan eessa ga'uu akka feetu ilaalaa daldali! Walumaagalatti, waan hojjettuuf galma qabaadhu malee namni biraan hojii ati hojjechaa jirtuun waan milkaa'eef yookaan maatiin kee akka atรญ hojicha hojjettu waan barbaaduuf hin hojjetin! Kunis kan ta'u galmi kee keessa keetii kan madde yoo ta'edha. #Galmikee keessa keetii madde taanaan galmakeef jaalala dhugaa qabaatta. #Milkaa'uudhaaf galma keef jaalala dhugaa qabaachuu qabda. Galma keef jaalala dhugaa qabaachuun jireenyi bitaa akka sitti hin galleef si fayyada. #Fakkeenyaaf maatiin kee daldaltee maallaqa hedduu akka horattu fedhu ta'a. #Atimmoo ogeessa muuziqaa beekamaa/tuu ta'uu feeta ta'a. Sababoota akkanaaf kanneen biroon baay'een keenya yeroo hedduu dhiibbaa maatii fi hawaasaan waan ta'uu hin feene ta'uuf carraaqna. Kanarraan kan ka'es yaadaafi qalbiin keenya bittinnaa'ee gara itti gorru wallaaluun jireenya bitaa gale jiraanna. #Jalqabuma ogguu galmakee baafattu nama dhaggeeffachuu dhiistee keessa kee yoo dhaggeeffatte garuu gufuun akkanaa si hin mudatu. #Galmi kee dhugumaan keessa keetii kan madde taanaan namootni yaadota akkamii dhi'eessaniyyuu galma keerraa boodatti deebi'uuf tasumaa shakkiin keessa keetti hin uumamu. Galma baafatte kamiiniyyuu milkeessuu ni dandeessa. Garuu ogguu galma kee baafattu maal gochuu akka dandeessuufi hin dandeenye sirriitti xiinxalii baafadhu! Akkana goonaan humna dhokataa keessakee jiru kan bakka feete sana si geessu waan argattuuf gammachuun tarkaanfii eegalta. #Galma kee yeroo baafattu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchi!

#itti fufa...

#Maddi Kitaaba Saayikolojii Bakka yaadde sana jedhu(#Warquu #Guddinaatiin)

#Join and #Share godhaa!!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Bedadina
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
#Yoo hin dhaabbanne #hojiin kee ni agarsiisa!
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
#Waan tokko galmaan gaโ€™uuf rakkachaa(Dhama'aa) jirta taโ€™a;  #Garuu hanga ammaatti bu'aa mul'atu tokkollee hin arganne, onnee kee irraa hojjechaa jirta ta'a, garuu namoonni akka ati isaan fayyadaa jirtu, akkasumas dhiibbaa akka uumtu hin beekan, nama aarsu mitii ?  #Haala kana keessatti  haamilee duriin itti fufuun haa hafuutii Sirumayyuu hojii kee dhiisuu akka barbaaddu si taasisa mitiiree?  #Garuu dhaabuun gonkumaa furmaata miti.Yoo dhaabde Ati  nama faayidaa hin qabnedha.Ati nama hojiin cimaan isaa gatii dhabedha! #Garuu yeroo itti fuftu, gaafa cimtee kan duraa caalaa gumaachitu, sana booda ni #injifatta. #Waan tokko yommuu gootu hanga isa malee namni biraa hojjechuu hindanda'u siin jedhanitti ta'uu qaba!  #Hanga namoota baay'ee hojii irraa fagaachuun yaaddoo ta'utti gahee kee bahaa, sana booda hojiin kee osoo namni hin sakatta'in siif mallatteessa!
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
#Yerooo Gaariin Isiniif Hawwa!!!
        #Share gochuun namoota heddu biraan nuuf gahaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
#Galatoomaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ

@Bedadina
๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป๐ŸŒป
@Saayikoloojii
#NAMA KEESSAA #NAMA TA'I !!!

๐Ÿ‘‰#Nama keessaa nama ta'uun akka namaa ta'uu osoo hin taane, akka namni ta'uu qabu ta'uudha.
๐Ÿ‘‰#Nama keessaa nama ta'uun dhibaa'uu osoo hin taane, dhiibbaa uumuudha.
๐Ÿ‘‰#Nama keessaa nama ta'uun murteessuu nama gaafata.
#Kitaaba Ajaa'ibaa "Nama keessaa nama ta'i" jedhu Barreessaa Kennaa Tikkuu Ida'eetiin barreeffame gurguramaa jira bitadhaa dubbisaa Barreessa Dargaggeessa Qaxalee kana cina dhaabbadhaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

@Bedadina

#share gochuun dubbistoota heddu biraan gahaa!!!

Galatoomaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
#Ati Qormaata kutaa #12 NAN KUFE jettee aartaayii?

#Animmoo mufachuu kee fi of dhiphisuu kee kanatti nan kolfe! Baay'en sitti gaddes!

#Mee waa'ee namoota kufanii milkaa'an tokko sin yaadachiisa; na hordofi!
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#ROBERT KIYOSAK dureessa Ameerikaa keessaa tokko. Garuu Robert yaalii investimentiin yeroo meeqaaf meeqa nama kisaaredha.

#TOMAS EDISEN balbii elektrikaa hojjechuuf si'a 10,000 yaalee kufee nama milkaa'eedha.

#ABRAHAAM LINKEN Pireezidaantii Ameerikaa ta'uuf waggaa 22ffaa isaa irraa eegalee dorgomee moo'amaa waggaa 52ffaa isaatti pireezidantii Ameerikaa tahe.
Isaan kunii fi kanneen biroo obsumaan irra deddeebi'an malee waan kufaaniif karoora isaanii hin fannifne.

#Kanaafuu abdii kutachuutti wanti si oofu diina kee isa karaatti si hambisuu barbaadu qofaadha.
Hin gowwomin ati michuun amanamaan waaqa kee gadiitti karoora kee akka ta'e hubachuun yoo kuftellee hin gadhiisin wajjin kufii ka'i!

#Utuu waan meeqaaf abdatamtuu haalatti amantee karaa dhaabbattee haftaa?Matumaa hin ta'u! Ati karaatti hin haftu! Haala yeroon jijjiirutti hin hirkatin! Ati sichi ija baay'ee godhatta; balballi milkaa'inaa hedduun siif banama.

#Haala ilaaltee abdii hin kutatiin abdii hin kutatin ammas abdii hin kutatiin !!!

Haalli har'aa hin amanamu:
โžฒ #Har'a hiyyessa yoo taate bor ni sooromta.
โžฒ #Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo tahe bor irraa hafaa qabaatta.
โžฒ #Har'a miilla qullaa deemta yoo tahe bor kophee jijjirtee keewwaattam!
โžฒ #Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta!
โžฒ #Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta!
โžฒ #Har'a nama si jaallattu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta!
โžฒ #Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseeyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta!
โžฒ #Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata.

Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira.

Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama.

#Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun dawaa milkoomina keetiti.

Obbolee/ttii koo ABDII HIN KUTATIN! NEVER GIVE UP!

#Share godhaa #barattootta abdii kutannaa keessa jiran biraan nuuf gahaa adaraa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

@Bedadina
@Gaggeessummaa
@Saayikoloojii
#Itti Fayyadami!

#Qormaanni jireenya keenya keessatti nutti dhufu tokko  nu #jabeessuuf ykn immoo jireenya keenya keessatti waan baranne nu #qoruufi#Duubatti yoo deebine nu gata, garuu osoo duubatti hin deebi'in fuulduratti yoo deemne injifannee  #badhaafamna!
      #Gara fuulduraatti deemuun badhaafami!

#Namoota jaalattuuf #qoodi ykn #share godhii jajjabeessi

๐Ÿ‘‰@Saayikoloojii.๐Ÿ‘‰ @Bedadina
#Kutannoo

#Injifachuuf utuu hin kutatiin waraanaatti seenuun balaa fida.

#Dharraa yookiin hawwiin waa hojjechuu keessa keenya jiru motoorii makiinaa wajjin wal fakkaata. Kutannoon immoo ibidda garaa keessaa dharraaf humna kennuudha. Humni humna irra caalu addunyaa kana irra jiru dhiibbaa tokko malee waa hojjechuf fedhii ati (will power) qabduudha. #Bakka kutannoon jiru mo'ichi/injifannoon mirkanaa'aadha.

#Jireenya keessatti kan argannu waan hawwinu utuu hin ta'in argachuuf kutannee waan hojjenneedha. #Hundumti keenya hawwii qabna. Hawwiin keenya lakkoofsi isaa hanga hin qabu. Garuu waan hawwine kana argachuuf kutannoodhaan kan hojjetu yookiin kan carraaqu nama meeqaa? Dhugaa isaa dubbachuuf lakkoofsi keenya xiqqoodha. Kaan keenya waan hawwine sana argachuuf ifaajjii isaa yaaddofnee hamleen keenya bushaa'ee jira. Kutannoo jechuun gonkumaa harka kennuu dhabuudha. Kutannoo jechuun ifaajjii kiyya addaan hin kutu jechuudha.

#Hubadhu: Sangaan coomaa waan ta'ef isa qallicha hin mo'u. Humna isaan qabantu murteessa. Waan tokko xinnoodhuma tuttuqxee seenaa hojjechuu hin dandeessu.

#Waan hundumaa keessatti milkaa'inni aarsaa qabatamaan namni tokko baasuuf kutate irratti hundaa'a. Fedhii qabduf aarsaa baasuuf qophaa'aa miti taanaan kan si'eeggatu kufaatiidha. #Akka kompaasii kallattii agarsiiftuu kutataa ta'i. Ati kallattii feeteetti marfattus fixeen kompaasiittii garuma kaabaa agarsiiftu. #Waanti fedhee isa danqullee akkuma kompaasii kallattii agarsiiftu kana namni kutataan galma isaa ga'uf carraaqqii isaa addaan hin kutu.

#Kutannoo qabda taanaan bakka hawwite ooltee bultee ni geessa!

#Atis Injifachuu ni dandeessa!(#Damma #Daamuu)
#Galattoomaa ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

#Join and #Share

๐Ÿ‘‰@Saayikoloojii.๐Ÿ‘‰ @Bedadina
#Itti Fayyadami!

#Qormaanni jireenya keenya keessatti nutti dhufu tokko  nu #jabeessuuf ykn immoo jireenya keenya keessatti waan baranne nu #qoruufi#Duubatti yoo deebine nu gata, garuu osoo duubatti hin deebi'in fuulduratti yoo deemne injifannee  #badhaafamna!
      #Gara fuulduraatti deemuun badhaafami!

#Namoota jaalattuuf #qoodi ykn #share godhii jajjabeessi

๐Ÿ‘‰@Saayikoloojii๐Ÿ‘‰ @Bedadina
#Xiyyeeffannaan Kee si murteessa!!!

#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!

#Waan dubbiftaniif #Galatoomaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!

#Join and #share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Saayikoloojii
๐Ÿ‘‰#Haalota Baay'ee #Rakkisoo๐Ÿ‘ˆ๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚๐Ÿƒโ€โ™‚

#Haalonni mul'ata Keenyaaf baay'ee rakkisoo ta'an muraasni:
1. #Ofitti abdii kutachuu
2. #Waan xiqqoon gammaduu fi waan xiqqoon ofitti aaruu
3. #Yaada namootaan oofamuu fi yaada namootaan of murteessuu
4. #Wantoonni ati yaadde gaafa akka ati yaaddeetti deemuu dhiisu
5. #Karoora keef qarshii isaaf barbaachisu gaafa of harkaa dhabdu
6. #Wanti ati baratteefi wanti ati hojjettu gaafa waldhabu.
7. #Barattee hojii dhabuu
8. #Jireenyaan of dadhabuu
9. #Jireenyi mana keessaa faallaa mulata keem sitti ta'uu
10. #Namoonni si hubachuu dhabuu
11. #Dhukkuba fi balaa hin yaadamneef saaxilamuu
12.#Osoo waan qabatamaa hin hojjetin umrin sijalaa deemuu
13. #Dhala dhabuu
14. #Siyaasaan adabamuu
15. #Biyyaa ba'uu
16. #Garee ta'een dhiibamuu
17. #Araadaan rakkachuu
18. #Arraba namootan dararamuu
19. #Namootaan ganamuu
20. #Hojirraa hin dandeessu jedhamtee geggeeffamuu
21. #Waan nyaattuu dhabuu fi gargaarsa dhabuu fi kkf

#Kanneen armaan olitti tarreefffaman kun wantoota baay'ee rakkisoo fi mul'ata keenyatti gufuu ta'uu danda'aniidha.

@Saayikoloojii #Join #Share gochuun nu hordofaa!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Saayikoloojii
#Nama #Cimaa #Ta'i

#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!

#Share and #Join
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Saayikoloojii
#Xiyyeeffannaan Kee si murteessa!!!

#Jireenya Kee Kan jijjiiru Muuxannoo jireenya keetii osoo hin taane waanta ati irratti #xiyyeeffatteedha!
Yeroo hundumaa bakka xiyyeeffannoon Keenya jirutti humna Keenya dhangalaafna. #Waan gaarii arguuf hawwine, milkeessuuf waan yaannu, hamma yaannuu Fi dhamaanu mo'anna. #Xiyyeeffannoon Keenya garuu gufuuwwan jiran, mo'amuu Fi akka hin dandeenye dursinee yaaduu irra yoo ta'e, shakkii Tokko malee ni kufna.
#Kanaaf Firii ykn bu'aa Keenya jijjiiruu yoo barbaanne xiyyeeffannoo Keenya haa sirreessinu!!!

#Waan dubbiftaniif #Galatoomaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

#Hiriyoota keessaniinis Gahaa!!

#Join and #share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Saayikoloojii
#Nama #Cimaa #Ta'i

#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
#Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!

#Share and #Join
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Saayikoloojii
#Deebitee Ni Kaata!

#Waantonni humna kee ol yoo ta'an dhaabbachuun Afuura galfattee dadhabbina kee sakattaata. Kan dhaabbatteef waan mo'amteef dhiisuuf miti. Humnaa fi cimina ajaa'ibaan deebitee ka'uufi malee.

#Gareen(Kilabiin) yeroo heddu #Waancaa fudhatuyyuu yeroo tokko tokko ni mo'ama. Yeroof gadi jechuun dirqama. Addunyaa kanarratti namni osoo gadi hin jedhin ol jedhe tokkollee hin jiru.#Qomoo koo of sakattaโ€™uuf yoo yeroo itti fudhatte gadi jettee hin haftu amani!!!!

Hiriyaa kee yoo xiqqaate 10f qoodi (#share) godhi
    #Join godhi

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Saayikoloojii