EECMY Children Ministry: MY Sunday School
762 subscribers
904 photos
14 videos
171 links
MY Sunday School is the official page of EECMY Children Ministry.

Wholistic Growth For Our Children!

Access Sunday School learning materials at www.mysundayschool.org
Download Telegram
Forwarded from EECMY Youth Ministry
YEROO LEENJII SINOODOOSII WALAL BEETEELITTI: GAGGEESSITOOTAA FI TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI  DARGAGGOOTAAF
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ስልጠና ለወለል ቤቴል ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች
#Training for EECMY #WelelBethelSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Chanka, Kellem Wollega

👇👇👇
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
Forwarded from EECMY Youth Ministry
YEROO LEENJII SINOODOOSII WALAL BEETEELITTI: GAGGEESSITOOTAA FI TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI  DARGAGGOOTAAF
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ስልጠና ለወለል ቤቴል ሲኖዶስ መሪዎች እና የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች
#Training for EECMY #WelelBethelSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Chanka, Kellem Wollega
WKWWMakaana Yesuus Itoophiyaatti Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Gaggeessitoota Sinoodoosii Walal Beeteelii fi Qindeessitoota Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa pireesbitarootaa fi waldaa amantootaa sinoodoosichaa garagaraa irraa dhufaniif mata duree "Guddinaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa" jedhuun Leenjiin Paakeejii Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa Hunda-galeessa bu'uura godhate kennameera. Leenjicha kan kennan Daarektara Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo waldattii kan ta'an Wondimmaagany Uddeessaa yoo ta'an, Pirezidaantiin sinoodoosichaa Lubni Masfiin Yiggazuus leenjicha irratti argamuudhaan hirmaattotaaf ergaa dabarsaniiru. Leenjicha booda paakeejii hunda-galeessa irrattii fi haala tajaajila ijoollee fi dargaggootaa waliigalaa irratti yeroon marii taasifameera. Leenjifamtootni leenjii fudhatan kana akkaataa paakeejicha irratti ibsameera sadarkaa sadarkaadhaan gara Waldaa Amantootaa isaaniitti gad buusuun irratti kan hojjatan ta'a.

Guddinnaa fi Jirjiirama Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf!

"...Nuuti garbooti Isaa kaanee ijaaruu ni jalqabna, Waaqayyo Gooftaan samii immoo nuuf qajeelcha;..." Nah. 2:20
===
የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ኢየሱስ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለወለል ቤቴልሲኖዶስ መሪዎች እና ከሲኖዶሱ ፕረስብቴሪዎች እና ማ/ምዕመናናት ለመጡት የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች "ሁለንተናዊ ዕድገት እና ለውጥ" በሚል ርዕስ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ መሰረት በማድረግ ስልጠና ተሰጥቷል:: ስልጠናውን የሰጡት የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሣ ሲሆኑ: የሲኖዶሱ ፕረዝደንት ቄስ መስፍን ይገዙም በስልጠናው በመገኘት ለልጆች እና ወጣት አገልግሎት መሪዎች መልዕክት አስተላልፈዋል:: ከስልጠናው በኃላ ስለ ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች ፓኬጅ እና በአጠቃላይ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ዙርያ ሰፊ የምክክር ጊዜ ተደርጓል። ሰልጣኞች የወሰዱትን ስልጠና ወደየ ማ/ምዕመናኖቻቸው በማውረድ የሚተገብሩት ይሆናል::

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
===
===
The Children and Youth Ministry Department of the Ethiopian Evangelical Church Mekane gave training for the leaders of the newly established Walal Bethel Synod, and for the coordinators of the children and youth ministries from the synod presbyteries and the congregations based on the Wholistic Ministry Package of Children and Youth of the EECMY entitled "Wholistic Growth and Transformation." The training was given by the Director of the church's children and youth ministry department, Brother Wondmagegn Udessa. The President of the Synod, Reverend Mesfin Yigezu, attended the training and delivered a message to the leaders of the children and youth ministry of the synod. After the training, there was an extensive consultation period about the comprehensive package for children and youth and overall children and youth ministries of the synod. The trainees will apply the training they have received in their respective congregations.

Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth!

"“The God of heaven will give us success. We His servants will start rebuilding,...” Neh. 2:20

👇👇👇
#EECMY #WalalBethelSynod #Chanka
#Children #Youth #Leadership #Training
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus- Children and Youth Ministry Department