#Seenaa #dhugaa #jaalala #haadhaati fi #mucaa ishii:

#Obsaan hanga dhumaatti dubbisi

#Haati kiyya ija tokko qabdi(ijji tokko jaamee jira). Ija tokko waan hin qabneef haalaanin ishii jibba. Barsiisootaa fi baratoottaaf nyaata qopheessuudhan na jiraachifti.

#Abbaan kiyya duโ€™ee jira. Yaroon barnoota sadarkaa tokkoffaa barachaa jiru guyyaa tokko mana barnootatti nagaafachuuf dhufte. Yaroon ishii argu akka maleen rifadhe. Maqaa kiyya balleessuf akkamitti as dhufti jedheetan aare. Qaanii guddaatu natti dhagahame. Dubbisuullee hin barbaanne aareetiin โ€œmaalif dhufta?โ€ jedheen dhiisee biraa deeme.

Guyyaa itti aanu baratoonni kutaa kiyyaa โ€œHarmeen kee ija tokko hin qabdu! ...โ€ jedhanii natti koflan. Natti qoosan. Eegasii jiruun kiyya na jibbisiise. Isiirraa dhalachuu kiyya akkamalee na aarsuu eegale.

#Guyyaan ishiirraa addaan bahu natti dheerate. Guyyaa tokko yaroon barnoota irraa deebiโ€™u akkanaan jedheen..โ€ gammachuun kiyya yaroo ati duute qofa. Maalif hin duune?โ€ jedheetin itti dheekkame.

Deebii naaf hin deebifne, mataashee gadi qabattee naduraa achi deemte. Harmee kiyya wajjiin addaan bahuuf barnoota kiyya cimsee qoโ€™achuun eegale.

#Akka tasaatti carraan barnoota olโ€™aanaa naa dhufeeti biyya jijjiiree ishiirraa addaan bahe. Eegasii haadha warraa fuudhee, mana bareedaa bitadhee ijoollee horee  jireenya kiyya itti fufe.

#Waggoota dheeraa booda Harmeen kiyya teessoo kiyya barbaaddee manatti nadhufte. Yaroon ishii argu amanuu hin dandeenye. Ijoolleen kiyya yeroo ishii argan itti koflan. 

Anis โ€œeeyyama kiyyaan malee mana kiyya maalif dhufta ? mana kiyya eenyutu sitti agarsiise? As dhuftee ijollee kiyya maaf na duraa rifachifta? Dafii narraa bahi!โ€ jedhee loleetin itti iyye. Harmeen kiyyas sagaleeshii gadiqabdee rifaachuudhaan โ€œOwโ€ฆ.aaaa! Dhiifama guddaan si gaafadha teessoo dogoggoreetiin mana kana seeneโ€ nan jattee daftee naannoo sanirraa deemte.

#Eegasii Haadha kiyya argeetuu hin beeku. Yeroo booda ollaan kiyya duโ€™uu ishii natti himan.
# Humaa natti hin fakkaanne.

#Guyyaa tokko karaa mana barnootaatiin xalayaan tokko na gahe. Xalayaa kana ilaaleetiin haadha warraa kiyya wajjiin qoosuu eegale โ€œcarraan hojii naa dhufe sii dhiisee deemuufiโ€ jedheetin itti qoosa. #Xalayaa kana eegannon yaroon banu guyyaa dheeraan dura xalayaa Harmee kiyya irraa naaf barreefame ture. Akkana jedha:-

โ€ #Mucaa kiyya bareedaa fi kabajamaa akkam jirta? Yaroo hunda suman yaada. ciisus hirriiba hin qabu. Kanaan dura mana kee dhufee Ijollee kee rifachiisuu kiyyaaf dhiifaman si gaafadha.

#Ani ilmoo si qofa waanin qabuuf baay'een sitti bona hedduun sitti gammadas. Yaroo guddate kana dhugaa jiru kana sitti himee si Jeequu kiyya kanaaf dhiifama.

#Agarteeโ€ฆ..gaafa ati daaโ€™imaa  konkolaataan nuun garagalee ijji kee tokko si Jaamte. Aniis ijji kee jaamee si arguu waan garaan koo hin dandeenyeef , Ija tokkon akka guddatus hin barbaanne, Kanaafuu ija kiyya baaseetin siif kenne, Ija lamaanin adunyaa kana yaroo agartu gammachuun kiyya daangaa hin qabu ture, Ija kiyya siif kenneetin ija #tokkon hafe.

#Mucaa kiyya ija kiyya saniin Jaalalaan naaf guddate onnee irraan si jaaladha nagaan naaf jiraadhu.

#Eegan xalayaa kana dubbisee booda jiruu kiyya guutuu dhukkubaan siree irra ciiseetin dabarse. 

*THE END**
Seenaa kana irraa maal barattan?

#Jaalala haadhaa

#Namni haadha kee jaalattu #share godhi

#Join godhi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://t.me/bedadina
#Bakka #Yaadde Sana!

#Bakki yaadde sun #eessa?

#Bakka yaadde sana jechuun galma jireenya keetii jechuudha Jireenya kee keessatti milkaa'ina feete bira ga'uudhaaf tarkaanfin ati jalqaba fudhachuu qabdu galmakee adda baastee beekuudha. #Galma jireenyakee erga adda baaftee beektee booda, galmakee milkeessuuf qophii gochuudha. #Milkaa'ina gonfachuudhaaf galma ofii adda baasanii beekuun bu'uura ta'us galma ofii beekuun qofti ga'aa miti. #Galma jireenya kee beekte jechuun ni milkoofte yookaan bakka yaadde sana geesse jechuu miti. #Bakka deemuu feetu erga beektee booda bakka sana akkamiin akka deemtee ga'uu dandeessu sammuu kee keessatti beekuun barbaachisaadha. #Namni daandii dheeraa imalu tokko jalqaba bakka deemu sirritti adda baafata. #Bakka deemu erga adda baafatee boodas, bakka sana akkamiin akka deemu karoorfata. #Atis galma jireenya kee erga adda baafattee booda galma kee biras akkamiin akka geessu karoorfachuu qabda. #Namootni baay'een milkaa'ina jireenya isaaniif galma ni baafatu. Garuu galma isaanii kana bira utuu hin ga'in hafu. Maaliif? Sababnisaa hawaasa keessa jiraatan yookaan nama waliin jiraatan ilaalanii fakkaachuuf yookaan akka ebaluu ta'uuf galma waan baafataniif. Kana jechuun baay'een keenya galma keenya maatii yookaan hawaasa keessa jiraannurraa arganna.Galmi sirrii garuu keessa keetii madduu qaba. #Namootni waan barataniif hin baratin! Maaliif akka barattu galma dhuunfaa kee sammuu kee keessatti ilaalaa baradhu! #Namootni daldalaniif hin daldalin! Hojii daldalaan eessa ga'uu akka feetu ilaalaa daldali! Walumaagalatti, waan hojjettuuf galma qabaadhu malee namni biraan hojii ati hojjechaa jirtuun waan milkaa'eef yookaan maatiin kee akka atรญ hojicha hojjettu waan barbaaduuf hin hojjetin! Kunis kan ta'u galmi kee keessa keetii kan madde yoo ta'edha. #Galmikee keessa keetii madde taanaan galmakeef jaalala dhugaa qabaatta. #Milkaa'uudhaaf galma keef jaalala dhugaa qabaachuu qabda. Galma keef jaalala dhugaa qabaachuun jireenyi bitaa akka sitti hin galleef si fayyada. #Fakkeenyaaf maatiin kee daldaltee maallaqa hedduu akka horattu fedhu ta'a. #Atimmoo ogeessa muuziqaa beekamaa/tuu ta'uu feeta ta'a. Sababoota akkanaaf kanneen biroon baay'een keenya yeroo hedduu dhiibbaa maatii fi hawaasaan waan ta'uu hin feene ta'uuf carraaqna. Kanarraan kan ka'es yaadaafi qalbiin keenya bittinnaa'ee gara itti gorru wallaaluun jireenya bitaa gale jiraanna. #Jalqabuma ogguu galmakee baafattu nama dhaggeeffachuu dhiistee keessa kee yoo dhaggeeffatte garuu gufuun akkanaa si hin mudatu. #Galmi kee dhugumaan keessa keetii kan madde taanaan namootni yaadota akkamii dhi'eessaniyyuu galma keerraa boodatti deebi'uuf tasumaa shakkiin keessa keetti hin uumamu. Galma baafatte kamiiniyyuu milkeessuu ni dandeessa. Garuu ogguu galma kee baafattu maal gochuu akka dandeessuufi hin dandeenye sirriitti xiinxalii baafadhu! Akkana goonaan humna dhokataa keessakee jiru kan bakka feete sana si geessu waan argattuuf gammachuun tarkaanfii eegalta. #Galma kee yeroo baafattu waantota armaan gadii ilaalcha keessa galchi!

#itti fufa...

#Maddi Kitaaba Saayikolojii Bakka yaadde sana jedhu(#Warquu #Guddinaatiin)

#Join and #Share godhaa!!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Bedadina
#Nama #Cimaa #Ta'i

#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!

#Share and #Join

#Namoonni dhaabatan akka si hin #dhaabne!

#Namoonni tokko tokko amala jechoota qeeqaa taสผan dubbachuu qabu; Dandeettii nama homaa hin hojjenne taa'ee madaallii keessatti madaaluu osoo hin qabaatin gatii hin qabdu jedhu!

#Deeggartoonni dirree kubbaa irra jiran taphattootaan akkana godhi akkas godhi jedhan baay'een isaanii namoota dirree seenanii daqiiqaa tokkoof illee taphachuuf ga'umsa hin qabnedha! #Tarii osoo carraa argataniillee dandeettii taphatichaa nuusa(ruubii) hin agarsiisan ta'a! "#Kan taa'uuf Samiin #dhihoodha" jedhama mitiiree! #Nama hin hojjenneef yaada kennuun salphaadha. Kanaaf na #qeeqe, hojii koo irratti natti qoose, yaada badaa miira koo miidhu naaf kenne jettee ofduuba hin deebi'in; fuulduratti deemi. #Namni dhaabbate si dhaabuu barbaada ykn akka wajjin dhaabbattu barbaada waan ta'eef hin dhaggeeffatiin!!!

#Halkan gaariin Isiniif hawwa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
#Baay'een isin Jaaladhas!!!
#Namni Hunduu waan mataa isaa qaba!

#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu  miti.  #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti. #Yoomiyyuu taanaan  ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu  qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu.  #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne!  #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!

#Yeroo  gaarii isiniif hawwina!!!

#Join Gochuun nu hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Bedadina

@Saayikoloojii

@Dujabewa
#Milkaa'innii fi #Gammachuun harka keenya jira!

#Namoonni Milkaaโ€™oo fi Gammadoo taโ€™an jaalalaan kan guutamani;  #Yeroo hundumaa kennuu irraa of hin qusatan, hojjachuu irraa duubatti hin deebiโ€™an, nama dhufu hundaaf nagaa, jaalalaa fi tasgabbii ni kennu. #Namni hundi bakka isaan jiranitti argamuu ni jaallata;  #Kanaaf milkaa'inaa fi gammachuu kee fagoo hin barbaadiin, keessa keetii uumi, laphee kee irraa ta'i, laphee kee irraa jaalladhu, laphee kee irraa kenni, sana booda #onnee kee irraa gammachuu argatta.

#Yeroo gaariin isiniif hawwa!!!๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โ€‹#Osoo Qarshii 10 Qabaatee #Ijoolleesaa hin dhabu ture!

#Namni seenaa kana dhaga'ee hin boonye hin jiru. Seenichis akkana:
#Nama ijoollee xixiqqoo sadii guddisutu ture. Haati manaa isaa ijoollee sana isatti dhiistee duute. Kanaaf hojii guyyaa hojjetee ijoollee isaa guddisuu itti fufe. Yeroo tokko tokko hojii guyyaa waan dhabuuf baay'ee rakkata.

Otuma kanaan jiruu gaaf tokko hojii dhabee harka duwwaa manatti gale. Ijoolleen isaa agabuu bulan. Guyyaa lammaffaas hojii barbaadee dhabe. Ijoolleen isaa guyyaa lammaffaa agabuu bulan. Galgala sana garuu gaaffii tokko isa gaafatan. โ€œ#Abbaa! Boris nyaata hin nyaannuu?โ€ kan jedhu. Abbaanis, โ€œIjoollee koo bor nyaata ni nyaattu!โ€ jedhee waadaa seeneef. โ€œ#Hojiinhoo hin jiruu maaliin nyaata nuuf bitta?โ€ jedhanii deebisanii gaafatan. Hiriyyaa isaa kan isaan beekan maqaa dha'ee, โ€œAbalu irraa qarshii 10 liqeeffadheen isiniif bita. Kanaafuu, bor ni nyaattu!โ€ jedhe. Beelli akka malee itti cimus, abdii abbaan isaanii isaaniif kenne abdachaa bulan.

#Borumtaa ganama ka'ee hiriyyaa isaa sana bira deeme. โ€œIjoolleen koo guyyaa sadaffaa agabuu jiru. Baay'ee miidhamaniiru. #Maaloo qarshii 10 naaf liqeessi akkuman hojii guyyaa argadheenan hojjedhee siif deebisaa!โ€ jedhee gaafate.
Haala baay'ee nama gaddisiisuun hiriyyaan isaa qarshii 10 liqeessuufii dide. โ€œHin qabu!โ€ ittiin jedhe. Isa dhumaa abdii waan kuteef harka duwwaa ijoollee sanatti galuu irra battaluma sana deemee of ajjeese!

#Seenaan ana dabalatee namoota baay'ee keenya boossise kana ture. Firoota koo! Mee dhaabannee haa yaadnu. #Yeroo hundumaa akka nuti gargaarruuf namni Waaqayyo nutti ramade akka jiru beekuu qabna. #Dhugaadha. Namni nuti gargaaruu qabnu tokko naannoo keenya jira. #Namni waan barbaachisaa dhabe, namni guyyaan itti dukkanaa'e, namni muka qabatu dhabe, buddeenni irraa hafaan mana keenya jiru isaaf qaalii kan ta'e, uffanni nuti guyyaa guyyaan jijjiirree uffannu isaaf immoo hawwii isaa kan ta'eโ€ฆnaannoo keenya jira.

#Wanti baay'ee nama gaddisiisu immoo yeroo baay'ee ijji keenya namoota akkanaa hin argu. โ€œ#Gargaarsii fi abaarsi xiqqoo hin qabdu!โ€ jedhee Oromoon akkuma mammaaku, wanti xiqqoon harka keenya keessa jirtu namoota rakkoo keessa jiraniif waan guddaadha. #Namichi armaan olitti seenaa isaa ilaalle otoo qarshii 10 argateera ta'ee of hin ajjeesu. Ijoollee isaaf jiraata ture.

#Gabaabaamatti ergaan koo, yeroo hundumaa iji keenya banamaa haa ta'u. Naannoo keenya xiyyeeffannoon haa ilaallu. Akka nuti gargaarru namoota Waaqayyo nutti ramadeef waan qabnu haa hiixannu. Ofittoo ofiif qofa jiraatu ta'uu dhiisnee, obboloota waan barbaachisaa dhabaniif haa jiraannu. Kan beela'an haa nyaachisnu, kan dhukkubsatan haa waldhaansisnu, kan daaranitti haa uwwisnu!

#Horaa Bulaa
(Maddi #Eebbisaa Baayisaa)
@Bedadina
@Saayikoloojii
#Namni Hunduu waan mataa isaa qaba!

#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu  miti.  #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti.

#Yoomiyyuu taanaan  ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu  qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu.  #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne!  #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!
       #Ati guutuus miti duwwaas miti kana beeki
#Yeroo  gaarii isiniif hawwa!!!
@Saayikoloojii
@Bedadina
๐Ÿ‘‰ATIโ”ƒโ€ข #QAALII DHA.
โ€ข Qabeenya hunda caalu addunyaan kuni si qabdi!
โ€ข Eeyyeen si isa/ishee dubbisa kana dubbisaa jirtu!
#MAALIIF OF XIQQEESSITEE ILAALTA ATI?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
#Namni keessa jiraatu yoo dhibe addunyaan kuniyyuu duwwaa dha. Wanti baay'ee qaaliin addunyaan kuni qabdu warqii yookiin daayimandii miti. NAMA DHA! Ati qabeenyi addunyaan qabdu kuni si bituu hin danda'u! Gatii guddaa qabda waan ta'eef waan xiqqoon of madaaluu dhiisi! Humna haareffadhuu gara hojiitti gali!

@Bedadina
@Gaggeessummaa
@Saayikoloojii
#Qarshiin 10 hin tuffatinaa!!!

#Boorana Waan dandeenyuun Haa Gargaarru๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

โ€‹#Osoo Qarshii 10 Qabaatee #Ijoolleesaa hin dhabu ture!

#Namni seenaa kana dhaga'ee hin boonye hin jiru. Seenichis akkana:
#Nama ijoollee xixiqqoo sadii guddisutu ture. Haati manaa isaa ijoollee sana isatti dhiistee duute. Kanaaf hojii guyyaa hojjetee ijoollee isaa guddisuu itti fufe. Yeroo tokko tokko hojii guyyaa waan dhabuuf baay'ee rakkata.

Otuma kanaan jiruu gaaf tokko hojii dhabee harka duwwaa manatti gale. Ijoolleen isaa agabuu bulan. Guyyaa lammaffaas hojii barbaadee dhabe. Ijoolleen isaa guyyaa lammaffaa agabuu bulan. Galgala sana garuu gaaffii tokko isa gaafatan. โ€œ#Abbaa! Boris nyaata hin nyaannuu?โ€ kan jedhu. Abbaanis, โ€œIjoollee koo bor nyaata ni nyaattu!โ€ jedhee waadaa seeneef. โ€œ#Hojiinhoo hin jiruu maaliin nyaata nuuf bitta?โ€ jedhanii deebisanii gaafatan. Hiriyyaa isaa kan isaan beekan maqaa dha'ee, โ€œAbalu irraa qarshii 10 liqeeffadheen isiniif bita. Kanaafuu, bor ni nyaattu!โ€ jedhe. Beelli akka malee itti cimus, abdii abbaan isaanii isaaniif kenne abdachaa bulan.

#Borumtaa ganama ka'ee hiriyyaa isaa sana bira deeme. โ€œIjoolleen koo guyyaa sadaffaa agabuu jiru. Baay'ee miidhamaniiru. #Maaloo qarshii 10 naaf liqeessi akkuman hojii guyyaa argadheenan hojjedhee siif deebisaa!โ€ jedhee gaafate.
Haala baay'ee nama gaddisiisuun hiriyyaan isaa qarshii 10 liqeessuufii dide. โ€œHin qabu!โ€ ittiin jedhe. Isa dhumaa abdii waan kuteef harka duwwaa ijoollee sanatti galuu irra battaluma sana deemee of ajjeese!

#Seenaan ana dabalatee namoota  baay'ee keenya boossise kana ture. Firoota koo! Mee dhaabannee haa yaadnu. #Yeroo hundumaa akka nuti gargaarruuf namni Waaqayyo nutti ramade akka jiru beekuu qabna. #Dhugaadha. Namni nuti gargaaruu qabnu tokko naannoo keenya jira. #Namni waan barbaachisaa dhabe, namni guyyaan itti dukkanaa'e, namni muka qabatu dhabe, buddeenni irraa hafaan mana keenya jiru isaaf qaalii kan ta'e, uffanni nuti guyyaa guyyaan jijjiirree uffannu isaaf immoo hawwii isaa kan ta'eโ€ฆnaannoo keenya jira.

#Wanti baay'ee nama gaddisiisu immoo yeroo baay'ee ijji keenya namoota akkanaa hin argu. โ€œ#Gargaarsii fi abaarsi xiqqoo hin qabdu!โ€ jedhee Oromoon akkuma mammaaku, wanti xiqqoon harka keenya keessa jirtu namoota rakkoo keessa jiraniif waan guddaadha. #Namichi armaan olitti seenaa isaa ilaalle otoo qarshii 10 argateera ta'ee of hin ajjeesu. Ijoollee isaaf jiraata ture.

#Gabaabaamatti ergaan koo, yeroo hundumaa iji keenya banamaa haa ta'u. Naannoo keenya xiyyeeffannoon haa ilaallu. Akka nuti gargaarru namoota Waaqayyo nutti ramadeef waan qabnu haa hiixannu. Ofittoo ofiif qofa jiraatu ta'uu dhiisnee, obboloota waan barbaachisaa dhabaniif haa jiraannu. Kan beela'an haa nyaachisnu, kan dhukkubsatan haa waldhaansisnu, kan daaranitti haa uwwisnu!

#Horaa Bulaa
(Maddi #Eebbisaa Baayisaa)
@Bedadina
@Saayikoloojii
โ€‹#Osoo Qarshii 10 Qabaatee #Ijoolleesaa hin dhabu ture!

#Namni seenaa kana dhaga'ee hin boonye hin jiru. Seenichis akkana:
#Nama ijoollee xixiqqoo sadii guddisutu ture. Haati manaa isaa ijoollee sana isatti dhiistee duute. Kanaaf hojii guyyaa hojjetee ijoollee isaa guddisuu itti fufe. Yeroo tokko tokko hojii guyyaa waan dhabuuf baay'ee rakkata.

Otuma kanaan jiruu gaaf tokko hojii dhabee harka duwwaa manatti gale. Ijoolleen isaa agabuu bulan. Guyyaa lammaffaas hojii barbaadee dhabe. Ijoolleen isaa guyyaa lammaffaa agabuu bulan. Galgala sana garuu gaaffii tokko isa gaafatan. โ€œ#Abbaa! Boris nyaata hin nyaannuu?โ€ kan jedhu. Abbaanis, โ€œIjoollee koo bor nyaata ni nyaattu!โ€ jedhee waadaa seeneef. โ€œ#Hojiinhoo hin jiruu maaliin nyaata nuuf bitta?โ€ jedhanii deebisanii gaafatan. Hiriyyaa isaa kan isaan beekan maqaa dha'ee, โ€œAbalu irraa qarshii 10 liqeeffadheen isiniif bita. Kanaafuu, bor ni nyaattu!โ€ jedhe. Beelli akka malee itti cimus, abdii abbaan isaanii isaaniif kenne abdachaa bulan.

#Borumtaa ganama ka'ee hiriyyaa isaa sana bira deeme. โ€œIjoolleen koo guyyaa sadaffaa agabuu jiru. Baay'ee miidhamaniiru. #Maaloo qarshii 10 naaf liqeessi akkuman hojii guyyaa argadheenan hojjedhee siif deebisaa!โ€ jedhee gaafate.
Haala baay'ee nama gaddisiisuun hiriyyaan isaa qarshii 10 liqeessuufii dide. โ€œHin qabu!โ€ ittiin jedhe. Isa dhumaa abdii waan kuteef harka duwwaa ijoollee sanatti galuu irra battaluma sana deemee of ajjeese!

#Seenaan ana dabalatee namoota  baay'ee keenya boossise kana ture. Firoota koo! Mee dhaabannee haa yaadnu. #Yeroo hundumaa akka nuti gargaarruuf namni Waaqayyo nutti ramade akka jiru beekuu qabna. #Dhugaadha. Namni nuti gargaaruu qabnu tokko naannoo keenya jira. #Namni waan barbaachisaa dhabe, namni guyyaan itti dukkanaa'e, namni muka qabatu dhabe, buddeenni irraa hafaan mana keenya jiru isaaf qaalii kan ta'e, uffanni nuti guyyaa guyyaan jijjiirree uffannu isaaf immoo hawwii isaa kan ta'eโ€ฆnaannoo keenya jira.

#Wanti baay'ee nama gaddisiisu immoo yeroo baay'ee ijji keenya namoota akkanaa hin argu. โ€œ#Gargaarsii fi abaarsi xiqqoo hin qabdu!โ€ jedhee Oromoon akkuma mammaaku, wanti xiqqoon harka keenya keessa jirtu namoota rakkoo keessa jiraniif waan guddaadha. #Namichi armaan olitti seenaa isaa ilaalle otoo qarshii 10 argateera ta'ee of hin ajjeesu. Ijoollee isaaf jiraata ture.

#Gabaabaamatti ergaan koo, yeroo hundumaa iji keenya banamaa haa ta'u. Naannoo keenya xiyyeeffannoon haa ilaallu. Akka nuti gargaarru namoota Waaqayyo nutti ramadeef waan qabnu haa hiixannu. Ofittoo ofiif qofa jiraatu ta'uu dhiisnee, obboloota waan barbaachisaa dhabaniif haa jiraannu. Kan beela'an haa nyaachisnu, kan dhukkubsatan haa waldhaansisnu, kan daaranitti haa uwwisnu!

#Horaa Bulaa
(Maddi #Eebbisaa Baayisaa)
@Bedadina
@Saayikoloojii
#Namni 3 #Follow na Gootaniittu Guddaa Galatoomaa ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™โค๏ธโค๏ธโค๏ธ
#Namni Hunduu waan mataa isaa qaba!

#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu  miti.  #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti. #Yoomiyyuu taanaan  ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu  qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu.  #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne!  #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!

#Yeroo  gaarii isiniif hawwina!!!

#Join Gochuun nu hordofaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Saayikoloojii
#Nama #Cimaa #Ta'i

#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.
#Yaa qomoo koo dhamaatii kee har'aatu walitti qabamee boru nama guddaa si taasisa waan ta'eef Dammaqii hojjedhu!!!

#Share and #Join
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Saayikoloojii
#Nama #Cimaa #Ta'i

#Namni Cimaan Ofiisaa Qofaaf hin jiraatu. Namoonni si eegan heddutu jiru, ofii kee qofaaf jiraatta taanaan garuu Biddeenni tokkoofi manni kutaan tokko gahaa ture, kana milkeessuuf aarsaa guddaa kanfaluu sin barbaachisu. #Namni waan guddaa barbaadummoo hojii xiqqoollee boruuf hin olkaa'u.
#Siree keerraa ka'i, Ispoortii hojjedhu, qaama kee dhiqadhu, Kitaaba garagalchi ykn Hojii kee eegali.