Forwarded from GAGGEESSUMMAA (Getu Abera✟)
DUBBII KANA HUBADHAA!
▬▬▬▬▬▬▬▬
◉ Nama cimaa ta'i jechuun hin kufin jechuu miti; kuftee ka'uu danda'uu qabda.
◉ Gammadaa ta'i jechuun hunda qabaadhu jechuu miti; waan qabdutti gammadi jechuu dha malee.
◉ Diina kee jaaladhu jechuun diinni gaarii dha jechuu miti; jibba caalaa jaalalli hunda caala jechuu dha malee.
◉ Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti; Garaa keessatti haaloo kaawwachuun rakkina biraa waan qabuuf malee.
◉ Hojii jaaladhu jechuun hojiin ati amma hojjataa jirtu gaarii dha jechuu miti; Boru akka hojiin gaariin si eeggatu hojii har’a hojjataa jirtu jaaladhu jechuu dha malee.
◉ Callisi jechuun hin dubbatin jechuu miti; kan biraas dhaggeeffachuuf gurra kenni jechuu dha malee.
◉ Abbaa garaa hin ta'in jechuun hin nyaatin jechuu miti; Haqa nama biraa hin nyaatin jechuu dha malee.
◉ Hin dallanin jechuun ati miira hin qabdu jechuu miti; dallansuu kee irraa dafii deebi'i jechuudha malee.
@Gaggeessummaa

Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa official)
#Amaani gaaffiin kee #deebii ni argata!
#Uumaan gaaffii kee dafee yeroo deebisu #amantii si barsiisaa jira; yoo xiqqoo harkifate #obsa si barsiisaa jira; yoo baayee ture garuu waan ati gaafatte #dachaa lama siif qopheessaa jira! . Kanaaf gaaffii kee uumaa qofaaf kenni, garuu jabaadhuu #hojjedhu sana booda deebisaa uumaadhuma keetti amanii dhiisi, hundaafuu deebiin jira karaan adda adda ta'uu danda'a. Walumaa galatti #gaaffiin kee hundi ni deebi'a!
#Uumaan kee Gaaffii kee siif haa deebisu!!!🙏🙏🙏

Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa)
#Nan Danda'a jedhi!
#Kaayyoo guddaaf gara lafa kanaa dhufte, garuu waan barbaadde hunda galmaan gahuu akka hin dandeenye waan amantuuf, akka namoota baay'ee ta'uuf yaalaa jirta. #Osoo akka #Risaa balali'uu dandeessuu maaliif akka Lukkuu ...?
#Waan gurguddaa milkeessuuf dursitee waan guddaa bilisummaan yaaduu qabda. #Argitee, jalqaba yaada burqisiifta, sana booda tarkaanfii fudhatta. #Ani hin danda'u jecha jedhu cabsuun, waan barbaadde hunda akka galmaan geesssuuf uumaan akka siif eeyyame of amansiisi!
#Amma nan danda'a jechuun ofitti himuun #jalqabi!💪
#Walgeenyi Tulluu Milkaa'inaa irratti!!!🙏🙏🙏
#Galatoomaa! Yeroo Gaarii!!
@Bedadina
@Saayikoloojii

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa official)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa)
#Ganama Kee #sumatu Bareechata!!!
#Kana ofitti himi hin gaddiin biyyeen waan facaaftu biqilcha.
#Guyyaan har'aa namatti tola, guyyaa addaati jedhi!!
1. Ani adda! Ani nama ajaa'ibaati!
2. Nan danda'a!
3. Sammuu waan gaarii yaadun qaba!
4. Jireenyaa fi imalan jalqabe injifannoonan xumura!
5. Milkaa’aa; gammadaa Ani nama hafuuraati!
#Kana ofitti dubbachuu ykn sagalee ol kaastee dubbisuun qofti miira kee ni jijjiira. Dadhabina kee, yaaddoo kee, rakkoo kee yaaddee #guyyaa kee hin jalqabin! Sababni isaas yoo yaaddoo fi rakkina facaafte yaaddoo fi rakkinuma haammatta. #Waan qabbanaa'aa fi tasgabba'aa sammuu kee keessa galchi yaa firaa koo!
#Yeroo gaariin isiniif hawwa!

#Dhaabachuun hin Jiru!
#Wantoonni oliif gadi deemaa jiraachuu danda'u, haala itti fufuu caalaa dhaabuun gaarii fakkaatu keessa jiraachuu dandeessa, garuu harka kennachuun salphaadha. #Humna walitti qabanii itti fufuun ulfaataadha!
#Yaa Fira koo kan ati ofiifis taatee sana booda warra jaallattu biras ga'uu dandeessu osoo abdii hin kutatin yoo itti fufte qofa. #Kanaaf egaa jabaa ta'uu kan qabdu. #Waan dhiifte amma fudhadhu itti fufi dhaabachuun fala hin ta'u waan ta'eef ka'i!!!🙏🙏🙏

#Namni Hunduu waan mataa isaa qaba!
#Namni kamuu duwwaas miti namni kamiyyuu guutuus miti. #Nuti Karaa tokkoon milkoofnee gammadne jechuun namoonni hunduu karaadhuma sanaan milkaa'anii gammadoo ta'u jechuu miti. #Nuti waan barbaannu jaallachuu dandeenya, garuu waan jaallannu akka jaallatan namoota dirqisiisuu qabna jechuu miti. #Yoomiyyuu taanaan ta'uu fi ilaaluu kan qabnu waan keenya ta'ee fi kan nuuf kenname ta'uu qabna malee akka abaluu maafan ta'uu dhabe jechuun dhiphachuu hin qabnu. #Akka warra kaanii osoo hin taane, akka ofii keenyaa akka jiraannuuf kan uumamne! #Kanaaf gammachuu ofuma keenyarra haa barbaannu!
#Yeroo gaarii isiniif hawwina!!!
#Join Gochuun nu hordofaa
👇👇👇👇👇
@Bedadina
@Saayikoloojii
@Dujabewa

#Waan dandeessu hunda #gochaa jirtaa?
#Fira koo, qabeenyi namni siif hin kenninee fi namni sirraa hin fudhanne yoo jiraate #Yeroodha. Yeroo keetti ammuma fayyadami. Yoo itti hin fayyadamne si #kuffisa! Yoo itti fayyadamte si #guddisa!
#Yeroo gaariin isiniif hawwa!!
#Galatoomaa
@Saayikoloojii
@Bedadina
#Fira koo, qabeenyi namni siif hin kenninee fi namni sirraa hin fudhanne yoo jiraate #Yeroodha. Yeroo keetti ammuma fayyadami. Yoo itti hin fayyadamne si #kuffisa! Yoo itti fayyadamte si #guddisa!
#Yeroo gaariin isiniif hawwa!!
#Galatoomaa
@Saayikoloojii
@Bedadina
Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa)
#Gammadi🌻🌻🌻
#Jijjiiramni dhugaan qormaataa fi rakkinaan kan guutameedha. Namni #Kanniisa irraa Damma fudhachuu barbaadu ciniinnaa(Hidduu) ishee obsuu qaba. #Hiriyaa koo yeroo wanti ulfaatu simudatu yoo gaddite, yoo dhiphatte, yoo komatte, yoo of miite homaa hin gootu! #Qormaatatti gammadi, warra #ciccimootu qorama!
#GAMMADI🌲🌲🌲🌳🌳🌳🌴🌴🌴🌱🌱🌱🌿🌿🌿☘☘☘🎍🎍🎍🪴🪴🪴🎋🎋🎋🍃🍃🍃🌹🌹🌹🌷🌷🌷💐💐💐🌾🌾🌾🥀🥀🥀🪷🪷🪷🌺🌺🌺🌸🌸🌸🌻🌻🌻🌼🌼🌼

🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌻🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
#Isa Kam siif #Wayyaree?
#Inni jalqabaa ba’aa hojii cimaadha. #Inni lammaffaan ba’aa gaabbiiti. Hojiin cimaan tarii Kiiloogiraama 1 ulfaata; Garuu gaabbiin kiiloogiraama 100 ol baatanii akka deemuuti. Isa kamtu akka siif wayyu #filadhu!
#Hundi keenya waan amma qabnu caalaa waan #gaarii barbaanna. Yeroon guyyaa hojii malee dabarsitu, "Guyyaan sun osoo homaa hin godhin ija koo irra kaa'ee darbee?" Yeroo of komattu yaadi. Fakkeenyaaf Bara Darbuuf jiru 2014 kana maal karoorsite? maal hojjette? maal milkeessite? Maal immoo osoo hin milkeessin hafte? Hundaafuu kan darbe darbeera isa darbe irraanfadhu, isa dhufutti xiyyeeffannaa kenni! Kana ta'uu baannaan barri inni itti seenu kunis waggaa har'aa moofa'eetuma 2016 dabarsa waan ta'eef jechuu kooti. Kanaaf waca amma namni garanaa garasii gurra sitti duuchu dhaggeeffachuu dhiisii ofdhaggeeffadhu!Ofta'i yoo oftaate ofiif taatee nama biraafis taata waan ta'eef!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#Ayaana Gaarii siif haa ta'u !!!

#Bara 2015tti darbuu kan #dadhaban!
#Obboleessa koo Baga Geesse!! Obboleettiin koos Baga ittiin si gahe!!
#Hundi keenya har'a gahuu keenyaaf carraqabeessadha! #Waggaa darbe kana kan hin qaxxaamurree fi kan awwaalamaniifii awwaala kabajaa illee kan hin argane hedduudha.
#Dhugaan isinitti hima #har'uma kana #ollaa kootii namni #lubbuun isaa boqotee boru awwaalamu jira. Kana jechuun namni kun bara 2014 boqotee bara 2015 awwaalama jechuudha😭😭😭
#Nuuf Garuu barri kun waan barbaannu akka taanuuf, kaayyoo akka qabaannuuf, jaalala akka qabaannuuf, gaa’ila akka qabaannuuf, ijoollee akka horannu, qabeenya akka qabaannuuf, gammachuu fi quufa akka qabaannuuf nuuf dabalameera. #Barri kun kan keenyadha! #Uumaa keessan galateeffadhaa🙏🙏🙏
Bara ajaa'ibaa isiniif hawwina

YouTube
Yaallaan Waanti hin danda'amne Tasumaa hin Jiru!!!

🌲🌲🌲🌲🌲🌲🎄🎄🎄🎄🎄🎄
#Ati kophaa kee miti!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#Wantoonni akka ati barbaaddetti siif deemuu dhiisuu dandaʼu. #Hojiin kee, barnoonni kee, gaaʼelli kee, hariiroon jaalalaa ati qabdu si rakkisuu dandaʼa; #Ati kophaa kee miti. #Hundi keenya mudaa qabna.
#Guyyaa guyyaan of fooyyessuuf wantoota xixiqqoo itti dabalaa yoo itti fufne; hundi keenya #Tulluu milkaa'inaa gubbaatti wal argina! #Jijjiiramni dhugaa suuta suutaan dhufa malee tasa miti! #Kanaaf carraaqqii keenya hin dhaabnu
#Yeroo gaarii isiniif hawwina!!!🙏🙏🙏
#Galatoomaa🙏🙏🙏
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼

Forwarded from Abera Negesa official
YouTube
Yaallaan Waanti hin danda'amne Tasumaa hin Jiru!!!
Forwarded from 🅸︎🅲︎🅲︎🅸︎🅸︎🆃︎🅸︎🅸︎ 🅼︎🅸︎🅻︎🅺︎🅰︎🅰︎'🅸︎🅽︎🅰︎🅰︎( የስኬት ምስጢር ) (Abera Negesa)
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#Yoo hin dhaabbanne #hojiin kee ni agarsiisa!
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
#Waan tokko galmaan ga’uuf rakkachaa(Dhama'aa) jirta ta’a; #Garuu hanga ammaatti bu'aa mul'atu tokkollee hin arganne, onnee kee irraa hojjechaa jirta ta'a, garuu namoonni akka ati isaan fayyadaa jirtu, akkasumas dhiibbaa akka uumtu hin beekan, nama aarsu mitii ? #Haala kana keessatti haamilee duriin itti fufuun haa hafuutii Sirumayyuu hojii kee dhiisuu akka barbaaddu si taasisa mitiiree? #Garuu dhaabuun gonkumaa furmaata miti.Yoo dhaabde Ati nama faayidaa hin qabnedha.Ati nama hojiin cimaan isaa gatii dhabedha! #Garuu yeroo itti fuftu, gaafa cimtee kan duraa caalaa gumaachitu, sana booda ni #injifatta. #Waan tokko yommuu gootu hanga isa malee namni biraa hojjechuu hindanda'u siin jedhanitti ta'uu qaba! #Hanga namoota baay'ee hojii irraa fagaachuun yaaddoo ta'utti gahee kee bahaa, sana booda hojiin kee osoo namni hin sakatta'in siif mallatteessa!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#Yerooo Gaariin Isiniif Hawwa!!!
#Share gochuun namoota heddu biraan nuuf gahaa🙏🙏🙏
#Galatoomaa
👇👇👇👇👇👇👇
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
@Bedadina
🌻🌻🌻🌻🌻🌻

🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
#Baga Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Hora Arsadii Nagaan Geessan!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
#እንኳን ለኢሬቻ ሆራ ፊንፊኔ እና ሆራ አርሰዲ በዓል በሠላም አደረሳችሁ!
💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷